Mahammad Ahimed

Mahammad Ahimed Allah ��

14/06/2026

jalqabneerra 🥰
Numeri Abanega add ergadhuu comment jelatti reply naaf godhi 🙏
gochuun na deeggaraa.

13/06/2026

Raawwachiistota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Bara 2018 Irraa Maaltu Eegama. Namoota Qormaata Raawwachiisan 1.Qindeessaa Kilaastara Qormmaataa, 2.Itti_Gaafatamaa_Buufata Qormaataa, 3.Supparvaayizaroota Qormaataafi
4.Qortoota/Barsiisota_Qormaata_Kennan gaheen isaanii adda bahee taa'eera.

1.Gahee_Qindeessaa_kilaastaraa_qormaataa-
- Haala qajeelfama bulchiinsa qormaataa biiroo barnootaa Oromiyaatiin haala waliigalaa naamusaafi nageenyummaa qormaataa kilaastarichaa olaantummaan hogganuu,
- Raawwachiistota qormaataa, barattootaafi qaama nageenya(Poolisii)f adda addaan ibsa (Orrientation) gahaa kennuu .
- Sagantaa qormaataa qopheessuufi bakka mul'atutti maxxansuu,
- Raawwachiistota qormaataa olaantummaan ramaduu,
- Ragaafi Atteendaassii barattoota kilaastara isaatti qoramanii dursee argachuu qaba.
Raawwachiistota qormaataa Naamusaafi_Nageenya qormaataa hin kabajne dhaabsisuu/ittisuu/, kilaastara keessaa ariuu hanga seeraaf dhiheessuutti tarkaanfii fudhachuu ni danda'a.
- Dura bu'ootni manneen barnootaa, barsiisotaafi namni kamiiyyuu (kan dhimmi hin ilaallanne) gara kilaastara qormaataatti akka hin dhihaanne qaama nageenyaa waliin ni hojjata.
- Raawwachiistotni xalayaan ramadamuu isaanii ni mirkaneeffata, baajii mormaas ni hojjachiisa,
- Waraqaan qormaataa kutaa qulqulluufi nageenyaaf mijatu keessa teessisuun sa'aatii 24 akka eegamu taasisuu,
- Bilbila harkaa fayyadamuu ni danda'a.

2.Gahee Itti Gaafatamaa_Buufata_Qormaataa:-
- Itti waamamni isaa/ishee qindeessaa kilaastara qormaataaf yoo ta'u gaheen hojiis:
- Ragaa bartootaa M/B itti ramadamee(warqaa deebii, poostaa warqaa deebii, odeeffannoo poostaafı warqaa deebii irratti guuttamuu, atteendaansii qorataamtootaa fi k.k.f) qulqullinnaan guuttamuu ni mirkaneessaa...
- Sa'aatii qormaatni itti kennamu sa'aatii 1:30 dursanii buufatatti argamuu
- Moobaayiliin harkaa, sa'aatiin harkaafi meeshaalee elektrooniksii qabatanii kilaastara qormaataa seenuu hindanda'an/dhoorkadha.
- Hojii dabalataa qindeessan kilaastaraa kennuuf ni raawwata.

3 Gahee_Supparvaayizaraafi_Qoraa:-
- Sa'aatii qormaanni eegalu sa'aatii 1:30 dursuun kilaastara qormaataatti argamuu,
- Daree qormaataa dursanii sakatta'uu,
- Barattoota kaardii galmee/(Admission Card) qabsiisee daree /galma/ qormaataa fuulduratti hiriirsuufi sakatta'aa seensisuu,
- Odeeffannoowwan Waraqaa Deebii irratti guutamuu qaban barattoota qulqullinaan ni guuchisa, atteendaansiis ni mallatteessisa.
- Xumura qormaata irratti barattoota irraa waraqaa deebii tartiibaan ni sassaaba, atteendaansiin walqabsiisuun Itti Gaafatamaa Buufata Qormaataaf galii godha.
- Daree qormaataa keessatti sagalee olkaasun dubbachuun/barattoota sagaleen jeequn dhoorkaadha.
- Bilbila harkaa, sa'aatii harkaafi meeshaalee elektirooniksii kamiiyyuu qabatanii kilaastara qormaataa seenun dhoorkaadha.

:- Raawwachiistotni Qormaataafi Barattootni Hunduu Poolisiin Sakattaa'aman Malee Gara Kilaastara Qormaataa Seenuu Hindanda'an/Dhoorkaadha!
Odeeffannoodhumaafi 🙏

05/06/2026

YOOYYAAA manni mana jijjiiramaati 🥰
Astemaarii biratti namni hunduu wal qixa 🙏
Challenge keenyaan nama hedduutu jijjiirame atis itti fayyadami 🙏
Active qofa jedhii barreessi follow Kee guddifadhu.
kan hin goone challenge keenyaan ala ta'a.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251910016706

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mahammad Ahimed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share