BHA follow me

  • Home
  • BHA follow me

BHA follow me Follow the Bonsa Comercial channel on WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029Vaw26eJ4o7qVvSowDH3Y
(1)

09/09/2025

Gammachuu Jaarraa! โœจ
Baga Gammaddan! ๐ŸŽ‰๐ŸŽŠ

Harโ€™i cidha Itiyoophiyaatiโ€ฆ ๐Ÿ’๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
Hamoommota taanee hin oolle.. ๐ŸŒŠ
Nu hunduu ni fuune malee! ๐Ÿคโค๏ธ

Abbaay: Paartii miti, ๐Ÿšซ๐Ÿ›๏ธ
Abbaay: Siyaasaa miti, ๐Ÿšซโš–๏ธ
Abbaay Biyya! ๐ŸŒ
Abbaay proojektii jaarraati.. ๐Ÿ—๏ธ๐Ÿ’ก

Laga bishaanii osoo hin taane,
laga imimmaaniin guutee,
lafee ilmaan isiitiin hidhame, ๐Ÿฆด๐Ÿ‘ฆ
ifaa abdii jijjiirama seenaa maddisiise! ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ“–

Maqalee irraa hanga Baaleetti, ๐Ÿ“โžก๏ธ๐Ÿ“
Sabbatni aayyoo Abbaayiif hin hiikkatin hin jiru, ๐Ÿ™Œ
dhagaa laga Abbaayyaa hidhetu ragaa dha! ๐Ÿชจโœ…

Hiyyeessa nyaatee garaa hin gahin,
uffatee daara hin bahin,
Abbaayiif namuu bishaan kubbaayyaa tokko tokko qabatee akka waan guuteeti! ๐Ÿ’ง๐Ÿฅค

Dafqa qotee bulaatu itti cophe, ๐Ÿ‘จโ€๐ŸŒพ๐Ÿ’ฆ
dhii/ga dargaggoo biyya kanaatu itti jige,
mindaa hojjattootaatu itti yaaโ€™eโ€ฆ ๐Ÿ’ฐ
Abbaay kanaan guute! ๐ŸŒŠ๐Ÿ™Œ

Haylesillaaseen yaada uume, ๐Ÿ‘‘๐Ÿ’ญ
Dargiin eddoo inni itti hidhamu 26 qorate,
Mallas buโ€™uursee eegale,
Abiyyi ni xumure! ๐Ÿ—๏ธ

Biyya guutuu haa gahu galanni! ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™Œ

Yaa bishaan Abbaayyaaโ€ฆ ๐ŸŒŠ
Warqiin ati guurtee ormaa fidduโ€ฆ ๐Ÿช™โžก๏ธ๐ŸŒ
Biyyeen ati hartee biyyaa baaftuโ€ฆ ๐ŸŒ๐Ÿซ‚
Harโ€™a ilmaan isheetiin abbaan itti dhalate! ๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฆ๐ŸŽ‰

Biyyi Dhaadannoo fi akeekkachiisa addunyaa jidduttiโ€ฆ
Bishaan jaarraa hedduuf haqa isaa dhabdee hidhuu dandeesse: ๐Ÿšฑโณ
Afaan afaan balaan keessaa yaaโ€™u, ๐Ÿ˜ˆ๐ŸŒ€
hidhuu dadhabdii? โ“๐Ÿค”
Dhugatti hin dadhabdu!

Hidhaan laga Abbaay: fakkeenya hidhaa laga hiyyummaa, โ›“๏ธ๐Ÿฅ€
hidhaa laga nageenya dhabuu nuuf haa tahu! ๐Ÿ•Š๏ธ๐Ÿ”“

Irra deebiin baga gammaddan! ๐ŸŽŠ๐ŸŽ‰

09/09/2025

tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaa fi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti qabatee hinjiru. Galmasaa bara itti aanutti qabate. Bara sanas hinmilkoofne. "Har'a...bor...waggaa har'aa...bara dhufu...." osoo jedhuu waggaa 15 mana irraa fagaatee ture.

Maallaqni inni walitti qabatee jiru qarshiii 3000 qofaadha. Amma galuun hin oolumaaf, kanuma qabatee galuuf qajeele. Namoota muraasa ta'anii osoo daandii dheeraa deemaa jiranii, jaarsa tokkotti dhufani. Haasawaa keessa, dargageessichi haala keessa ture itti haasahuu hindhiifne. Kanaan wal qabsiisee jaarsichi waan tokko jedheenii. "Qarshii qabattee jirtu kana naaf kenni, animmoo gorsan si gorsa. Gorsi ani si gorsu kun, furtuu jireenyakee ta'a" jedheen. Akka godhu dhabe. Kan qabuu kanuma, kanuma kennuuf jira. Kennes! Jaarsis, qarshii 3000 kanaan gorsa sadii kenneef.
"1. Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin!
2. Waan si hin ilaallanne keessa hin seeniin!
3. Ariifattee murtoo hin kenniin!" kan jedhu ture.

Dargageessichi gorsa isaa fudhatee harka duwwaa isaa yommuu qajeelu, warreen kaan gorsicha tuffachuun itti qoosaa turani. Akkanumaan osoo deemanii, bakka wayii gahani. Karaa bosona tokko keessa nama baasu deemuuf yeroo qajeelan, dargageessichi gorsa jaarsaa yaadatee deebi'e. "Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin!" jedheera jaarsi. Kanaaf warreen kaan dhiisee karaa biraa qabate. Osooma deemuu, karaatti itti dhiyee mana namaatti gore, buluuf. Osoon turiin oduu tokkootu gurra isa bu'e. Saamtonni jarreen bosona keessa bahuuf deeman sana saamanii boodarra akka isaanuu ajeessan, oduu gaddaa dhagahe. Gorsa jaarsaattis baay'ee gammade.

Mooraa mana bulee sana keessatti awwala arge, dargaggeessichi. Maal akka ta'e gaafata. Abb

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, Abรซl Mรฃrรธรผf, Youssou Diop, ...
09/09/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, Abรซl Mรฃrรธรผf, Youssou Diop, Abnet Abera Evo, Taki Taki, Daniel Dani, Dadang Hungkul, Nijam Nijam

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, Daniel Dani, Abnet Abera Ev...
31/08/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, Daniel Dani, Abnet Abera Evo, Taki Taki, Abรซl Mรฃrรธรผf, Dadang Hungkul, Youssou Diop, Nijam Nijam

๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹  my love ๐Ÿ’“ โค๏ธ ๐Ÿ˜ ...
31/08/2025

๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ‘‹ my love ๐Ÿ’“ โค๏ธ ๐Ÿ˜ ๐Ÿ’– โฃ๏ธ ๐Ÿ’• ๐Ÿ’“ โค๏ธ ๐Ÿ˜ ๐Ÿ’– โฃ๏ธ ๐Ÿ’•

Si afeere music kana
09/08/2025

Si afeere music kana

Henok Tigabu - Begil Enena Anchi - แˆ„แŠ–แŠญ แŒฅแŒ‹แ‰ก - แ‰ แŒแˆ แŠฅแŠ”แŠ“ แŠ แŠ•แ‰บ - New Amharic Music 2025 (Official Video) #แŠฅแŠ•แŒŽแ‰ป...

Jaalala fi milishaan bakka itti nama qaban hin bekamtu ๐Ÿ˜’Ten Unknown Facts About  Founding: Tesla was founded in 2003 by ...
16/05/2025

Jaalala fi milishaan bakka itti nama qaban hin bekamtu ๐Ÿ˜’
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Teslaโ€™s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isnโ€™t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Teslaโ€™s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but itโ€™s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Teslaโ€™s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceXโ€™s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the worldโ€™s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Teslaโ€™s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repetitive tasks, showcasing Muskโ€™s vision for AI and robotics beyond automobiles.

Hangga yoonaatti dhiirri  fireendummaa nagaa fattu waan woyyaa hi agarre kan dubarttii heerumttee galtte fakkaattu male ...
16/05/2025

Hangga yoonaatti dhiirri fireendummaa nagaa fattu waan woyyaa hi agarre kan dubarttii heerumttee galtte fakkaattu male ๐Ÿ˜Ž
Jaalala fi milishaan bakka itti nama qaban hin bekamtu ๐Ÿ˜’
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Teslaโ€™s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isnโ€™t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Teslaโ€™s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but itโ€™s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Teslaโ€™s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceXโ€™s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the worldโ€™s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Teslaโ€™s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerou

Yamala
27/04/2025

Yamala

16/02/2025

With My brother's and sister's โ€“ I'm on a streak! I've been a top fan for 10 months in a row. ๐ŸŽ‰

16/02/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Maxamed Ismaciil, Harish Shubha, Awol Jabir, Aanaa Jamaal, Buze Teshome, Daniel Chala Gamili, Adam Lestro, Ahmad Muktar, Sayed Manza, Tariku Gobena, Temam Hajo, Jalataa Ibrahim, Maxamud Drye, Biiftuu Haqaa, Nuradin Mohammed Marga, Degene Wondwossen, Emam Mohammed, Dawud Dawud, Megersa Kan Afran Qalloo, Ibraahim Muhammad, Xaha Adame, Xร ร hiล• รรจe Bร aฤบรจ OR, Nuredin Mohammad, Dessaleny Olaanaa Iluu, Baay'isa Tesema Milkesa Tesema, Tariq Ah Bhat, Adam Umar, Abba Milkii, Abdulwahab Mohammed, Muume Man, Cabdi Maxamud, Boru Tura Boru Tura, Shu'eybii Yuyaa, Ibsaa Muhammad, Mengistu Meshesha, Lulessa Bezabih, Biri Biri, Samiira Dirree, Abushee Kebetaa, Abu Ammar Kemise, Bele Beke, Abdulkarim Muusaa, Bahir Shemesu, ฤ€bdฤ™ล™รฉzaฤท ลคฤ›mam, Abdurhaman Ibrahim, Durse Ahmed, Amin Kasim, Ahmad Mahamed, Bredin Shafi, Bรคdhรคsรค Oro

Address


0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BHA follow me posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to BHA follow me:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share