Anuwar shafi

Anuwar shafi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anuwar shafi, Jimma, Addis Ababa.

Xaanaanesh 2 bishaan lixuuf qophoofte*******Bu’aa bahii hedduu darbuun Magaalaa Bahir Daar kan geesse Xaanaanesh 2 gara ...
05/08/2025

Xaanaanesh 2 bishaan lixuuf qophoofte
*******
Bu’aa bahii hedduu darbuun Magaalaa Bahir Daar kan geesse Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taateerti.

Imala lafaarraa ishee jaalalaa fi tokkummaa Itiyoophiyaanotaan dabaalamtee kan xumurte Xaanaanesh 2 Hara Xaanaa daakuu eegaluuf qophii ishee xumurte.
Hara Xaanaaf miidhaginaa dabalataa ni taatiin eegamti.

05/08/2025

Xiqqoon yoo itti quufan guddoodha, guddoon yoo bololan xiqqoodha, fagoon yoo jaalatan dhihoodha, dhihoon yoo jibban fagoodha qooda itti quufuun tasgabbiidha.

ሙፍቲ ስሙኝ።እኔ እዚህ እያለሁ ኢትዮጵያውያን ሙስሊሞች ለሁለት አይከፈሉም።ጠ/ሚ አብይ አሕመድ (ዶ/ር) ስብሰባ ላይ እያለን የተናገሩት።ዛሬም ተቋሙን ለሁለት መክፈል አይቻልም።Muftii Na...
04/08/2025

ሙፍቲ ስሙኝ።
እኔ እዚህ እያለሁ ኢትዮጵያውያን ሙስሊሞች ለሁለት አይከፈሉም።
ጠ/ሚ አብይ አሕመድ (ዶ/ር) ስብሰባ ላይ እያለን የተናገሩት።
ዛሬም ተቋሙን ለሁለት መክፈል አይቻልም።

Muftii Na dhagahaa!
Anaa as jiruu Muslimoonni Itoophiyaa lamatti hin qoodaman. MM Dr Abiy Ahmed Ali yeroo tokko wal gahii irratti dubbatan.
Har'as dhaabbata Muslimootaa qooduuf yaaluun hin milkaa'u.

03/08/2025

Ayi!🥲Damoozakee Gara Doolaaraatti deebisimee; Technolojia!(200.4$)🥲

Ashaaraa magariisaa Gaaddiisa dhalootaaf!!!
01/08/2025

Ashaaraa magariisaa Gaaddiisa dhalootaaf!!!

30/07/2025

“ Ani Oromoodha “ 🪴🌕

25/07/2025

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️

24/07/2025

Ergamaa Rahmataa jaalallee keenya irratti salawaata haa buusnu ﷺ💘

"Dubartoonni har'a kabajnu barumsa baay'ee barbaachisoo sadii nu barsiisu. Tokko, akka dubartootaatti ofii keenyaaf dhaa...
04/07/2025

"Dubartoonni har'a kabajnu barumsa baay'ee barbaachisoo sadii nu barsiisu. Tokko, akka dubartootaatti ofii keenyaaf dhaabbachuu qabna. Inni lammaffaan akka dubartootaatti waliif dhaabbachuu qabna. Dhumarrattis akka dubartootaatti haqa hundaaf dhaabbachuu qabna."

05/08/2024
21/04/2024

Fannoo😅

Address

Jimma
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anuwar shafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share