04/10/2026
⚠️ AKEEKKACHIISA — HOTEELA SKYLIGHT / BOOLEE
Inxooxoo Paarkii fi naannoo isaa irraa fagaachuun gaarii dha.
Namoonni Hotela Skylight ykn naannoo Bole fi Daandii Buufata Xiyyaaraa keessa jirtan, haala nageenyaa yeroo ammaa jiru kanaaf of eeggannoo dabalataa godhaa.
Eda galgala qofa Bishooftuu keessatti Buufata Humna Qilleensaa irratti haleellaan dooniin samii hedduun raawwatameera. 4 Kiiloo, Masaraa Miniliik keessa dooniin rukutamuunis mirkanaa’eera.
Guyyoota dhufan keessatti samii fi lafti Finfinnee irratti wanti hin eegamne uumamuu mala. Kanaaf, cubboowwan irraa fagaadhaa, of eeggadhaa. Chuuchaan Tashlokolkaauma jirti. Birhaanuu Julaa fi qondaalto wraanaa mana jijjiirachuun underground keessa galaa jiru. Dubbiin jabduu dha. INSA fi NISS illee ni gobamu.