Goottuma Qeerroo Bilisummaa

Goottuma Qeerroo Bilisummaa Oromof oromiyan ni bilisomtii�

Qawween isiin Nuf Eergiitan nu Dhaqabee jira pp💪🐅❤
06/02/2022

Qawween isiin Nuf Eergiitan nu Dhaqabee jira pp💪🐅❤

obboleessa Gafaa Raakkoo Hamtu waalin Dabbarsiine❤🌳❤
25/01/2022

obboleessa Gafaa Raakkoo Hamtu waalin Dabbarsiine❤🌳❤

Dhalootaa fi W-B-O❤💚❤🤝
21/01/2022

Dhalootaa fi W-B-O❤💚❤🤝

31/12/2021

Daqiiqaa 20 dura bara darbe turem🤷🏾‍♂️

Dargaggoo Wabii Burqaa guyyaa har'aa  magaalaa Adaamaa irra humna tika mootummaatiin butamuun gabaafame.JL Malkaa Dhibaa...
12/12/2021

Dargaggoo Wabii Burqaa guyyaa har'aa magaalaa Adaamaa irra humna tika mootummaatiin butamuun gabaafame.
JL Malkaa Dhibaayyuu

05/12/2021
Obbo Jiloo Diidoo warra karrayyuti ajjeefaman keessaa nama tokkoodha!
02/12/2021

Obbo Jiloo Diidoo warra karrayyuti ajjeefaman keessaa nama tokkoodha!

Obbo Bulgaa Fantaallee warra Karrayyuutti ajjeefaman keessaa isaan tokkodha. Waaqni lubbuu keessan haa qananisu!
02/12/2021

Obbo Bulgaa Fantaallee warra Karrayyuutti ajjeefaman keessaa isaan tokkodha. Waaqni lubbuu keessan haa qananisu!

Obbo Hawwee Roobaa cireessa Karrayyuutti galaafataman keessaa tokko.Gumaan numa baati!!
02/12/2021

Obbo Hawwee Roobaa cireessa Karrayyuutti galaafataman keessaa tokko.

Gumaan numa baati!!

Boruu Fantaallee warra karrayyuutti ajjefaman keessaa isa tokko. Waaqni lubbuu kee haa boqochiisu!
02/12/2021

Boruu Fantaallee warra karrayyuutti ajjefaman keessaa isa tokko. Waaqni lubbuu kee haa boqochiisu!

Karrayyuutti warra ajjeefaman keessaa hanga Yoonaa kan maqaan adda bahee isaan kanaa gadiiti. Abbaaf ilma Obboolaafaatu ...
02/12/2021

Karrayyuutti warra ajjeefaman keessaa hanga Yoonaa kan maqaan adda bahee isaan kanaa gadiiti. Abbaaf ilma Obboolaafaatu keessa jira.

1. Kadiroo Hawas Booru
2. Jiloo Diidoo Fantaallee
3. Booruu Fantaallee Jiloo Horroo
4. Odaa Carcar Odaa
5. Bulaa Fantaallee Hawaas
6. Bulgaa Fantaallee Hawaas
7. Jiloo Dhaddoo
8. Fantoo Waaqqayyoo Dagalee
9. Hawee Roobaa Hawwas
10. Fantaallee Boruu Galaasoo
11. Booruu Fantaallee
12. Booruu Godaanaa Booru
13. Qumbii Gurraachaa Dhaadachoo

Qurxumichi wal horunAkkuma itti fufeettii Jiiira Congratulations jaannera❤❤❤❤❤❤💚💚❤❤❤❤❤❤
30/11/2021

Qurxumichi wal horun
Akkuma itti fufeettii Jiiira
Congratulations jaannera
❤❤❤❤❤❤💚💚❤❤❤❤❤❤

Address

Walaga
Addis Ababa

Telephone

+251984111943

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Goottuma Qeerroo Bilisummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Goottuma Qeerroo Bilisummaa:

Share