
18/09/2025
📢📣 Attention!!
JIJJIIRAMA GUYYAA WAAQEFFANNAA!
*
Sagantaan Dargaggootaa Waldaa Guutuu Wangeelaa Gafarsaa Buraayyuu Dilbata Waaree booda kan ture gara SANBATA DURAA sa'a 8:30 tti jijjiirameera. Kunis Dilbata namootni waldaa waldaa isaanii deemuu waan danda'aniif DARGAGGOOTNI BURAAYUU hundi dhufanii MACAAFA QULQULLUU nu wajjin akka qayyabataniif yaadameeti. Sanuma sababeeffachuudhaan Sanbata Duraa dhuftu waaree booda sa'a 8:30 tti yeroo Waaqeffannaa Addaa qabaanna.
📌 Teessoo: Buraayyuu, Maariyaam, Mana Barumsaa sad. 2ffaa cina.