Esmael Umer

Esmael Umer Walaloo fi seenaa goototaa oromoo barreesinee walirraa haabarruu Rabbi Tokko

25/07/2026

Waliin Makii Oro – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

   Bara 2018  Qormaata Biyyoolessaa  Fudhachuuf Qophiirra Jiran Hundaaf---------BBO- Caamsaa 07/2018 Qormaatni Biyyooles...
15/05/2026


Bara 2018 Qormaata Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophiirra Jiran Hundaaf
---------
BBO- Caamsaa 07/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 kompitararratti hundaa'e (Computer Based Test) ( )'n kennamuuf qophiin olaanan taasifamaa kan jiru ta'uun ni beekama.

Kanuma bu'uura gochuun barattootni duraan daursanii qormaaticha kompitararratti shaakaluun barbaachisaadha.

Kanaafuu, guyyaa har'aa irraa eegalamee marsariitii Ministeerri barnootaa beeksise "exam1.ethernet.edu.et" jedhu irratti shaakaluu akka jalqabdan isin beeksifna.
: exam1.ethernet.edu.et
; Qormaata Shaakalaa!
Kan banamu:-
- Bakka jedhu Lakk. Kaardii Galmee( ) keessan irra jiru galchaa!
- Bakka jedhu immoo, Lakk. 1234 galchaa!
:- Bakka Internet'n gahaa ta'e jirutti Kompitara Laptop, Desktop ,Tablet fi Bilbilaan fayyadamuu ni dandeessu.

!

Hojiiwwan Gurguddoo Baaroo Tumsaa Uummata Isaatiif Hojjete: 1. Kaayyoo Ifa Ta'e Kaaye: Qabsoon Oromoo bifa bittinnaa'een...
14/05/2026

Hojiiwwan Gurguddoo Baaroo Tumsaa Uummata Isaatiif Hojjete:

1. Kaayyoo Ifa Ta'e Kaaye: Qabsoon Oromoo bifa bittinnaa'een akka hin hafneef, qajeelfama siyaasaa mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu irratti hundaa'e qopheessuun uummataaf karaa saaqe.

2. Ijaarsa Iccitii Diriirse: Qabsaayotni Oromoo akka ijaaraman, seelota dhokataa fi hojii lafa jalaa baay'ee jabaa ta'e ijaare.

3. Hayyuu fi Qotee-bulaa Walitti Hidhe: Ogeessa magaalaa fi goota baadiyyaa gidduutti walitti-dhufeenya uumuun, qabsoon sabaa akka uummata hunda bira gahu hojjete.

4. Hundeeffama ABO irratti Shoora Olaanaa Taphate: Ijaarsa Oromoo isa jabaa (ABO) hundeeffama isaa irraa kaasee hanga qajeelfama isaa qopheessuutti harka guddaa keessaa qaba.

5. Qananii Ofii dhiisee Bosona Seene: Ogeessa qorichaa (pharmacist) ta'ee magaalaa keessatti jireenya qananii jiraachuu danda'us, bilisummaa uummata isaatiif jecha qawwee fudhate garee jala-qabaa waliin bosona seene.

6. Ogummaa Isaa Qabsoof Oolche: Ogummaa qorichaa qabuun, qabsaawota bosona keessatti dhibeen miidhamaa turan gargaaruu fi qoricha mijeessuu irratti hojii guddaa hojjete.

7. Dammaqinsa Uummatatti Fide: Barruulee iccitii fi xalayoota dammaqiinsaa qopheessuun, Oromoon cunqursaa jala jiraachuu isaa hubatee akka ka'u onnee keessa lixe.

8. Hojii Dippilomaasii Jalqabe: Qabsoon Oromoo addunyaa biratti akka beekamuuf, sochiiwwan bilisummaa biyyoota biroo waliin walitti-dhufeenya uumuuf yaaliwwan jalqabaa hojjete.

9. Olola Diinaa Fashaleesse: Mootummaan yeroo sanaa uummata keenya gowwoomsuuf olola oofaa ture, dookumentoota ragaa qabaniin mormuun dhugaa uummataa mul'ise.

10. Wareegama Gootummaa: Hamma dhumaatti amanamummaa saba isaatiif qabuun, osoo hin jilbeenfatin lubbuu isaa wareege!

Osoo jennuu umriin isaa waggaa 40 qofa ture!! Amazing!!
Sabjaar Barento Oromo
The Following

14/05/2026

⚠️ የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት በፍፁም አይታገስም ‼️ ዋጋ አለው🔻

📌 ደንበኞች በተቋማችን አገልግሎት አሰጣጥ ሒደት የብልሹ አሰራር እና የሙስና ተግባር ሲያጋጥማቸው በየትኛውም ቦታ እና ሰዓት ላይ ሆነው በእጅ ስልካቸው ቀላል፣ ምቹ እና ደህንነቱ በተጠበቀ ሁኔታ ጥቆማ እንዲያቀርቡ የሚያስችል አገልግሎት ላይ ውሏል፡፡

📌 ደንበኞች #ስልካቸውን በመጠቀም በቀላሉ ላይ "eeuethics.et" ብለው በመግባት ቅጹን በመጠቀም ወይም መተግበሪያውን በማውረድ እና በመጫን መጠቀም ይችላሉ፣

📌 ተገልጋዮች ጉዳያቸውን ለመከታተል በመተግበሪያው በማስገባት በሚያገኙት መሰረት ያቀረቡት ጥቆማ ያለበትን ሁኔታ ማወቅ ይችላሉ፣

📌 ይህ መተግበሪያ የደንበኞችን ጥቆማ የማቅረብ ተሳትፎ እንዲጨምር ያስቻለ ነው፡፡

👉 ተቋማችን የጠቋሚዎች እውቅና አሰጣጥ እና ጥበቃ መመሪያ በማዘጋጀት ተግባራዊ አድርጓል፣

➡️ ዓላማውም በአገልግሎቱ ላይ የሚፈጸሙ የህግ እና የሥነምግባር ጥሰት ድርጊቶችን ለሚያጋልጡ ጠቋሚዎች እውቅና በመስጠት እና ተገቢውን ጥበቃ በማድረግ በነጻነት እና በተነሳሽነት የሙስና ወንጀሎችን እንዲያጋልጡ ማበረታታት እና ምቹ ሁኔታዎችን ለመፍጠር ነው፡፡

➡️ በወንጀል ምስክሮች እና ጠቋሚዎች ጥበቃ አዋጅ ቁጥር 699/2003 መሰረት ህጋዊ ከለላ የማግኘት መብታቸው እንደተጠበቀ ሆኖ፤ በተቋማችን አሰራርና መመሪያ መሰረት ጠቋሚዎች የሚያቀርቡት ህጋዊ ጥያቄ ያለተጽዕኖ እንዲስተናገዱ አገልግሎቱ ተገቢውን ከለላ እና ጥበቃ ይሰጣል፡፡

⚠️ ብልሹ አሰራርና ሙስናን በጋራ እንከላከል‼️

#የኢትዮጵያኤሌክትሪክአገልግሎት

Address

Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Esmael Umer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share