Kaayyoo media

Kaayyoo media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kaayyoo media, Media/News Company, Addis Ababa.

Paartin Badhaadhinaafi TPLF walitti makamuufi oduu jedhu 'soba adiidha' jedhan pirezidaantin Bulchiinsa yeroo naannoo Ti...
24/04/2024

Paartin Badhaadhinaafi TPLF walitti makamuufi oduu jedhu 'soba adiidha' jedhan pirezidaantin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Getaachoo Raddaa.

Hogganootni, miseensotnii fi deggertootni dhaabota adda addaa akkasumas sab-boontotnii fi ummatni Oromoo maatii Jaal Bat...
13/04/2024

Hogganootni, miseensotnii fi deggertootni dhaabota adda addaa akkasumas sab-boontotnii fi ummatni Oromoo maatii Jaal Battee Urgeessaa qaamaan achitti argamuun jajjabeessuu itti fufaniiru.

Ebla 12, 2024 Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa, hogganootnii fi qondaalotni, akkasumas miseensotni ABO fi Miseensotni Gumii Waloo Jaarmiyaalee Siyaasaa Finfinnee kan Obbo Mulgeetaan durfamu mana Jaal Batteetti argamuudhaan maatii isaa jajjabeessaniiru.

Guyyaa har’aa Ebla 13, 2024 ammoo Hogganootni Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) dura ta’aan dhaabichaa Prof.Mararaa Guddinaa kan keessatti argaman akkasumas, hogganootni HIBIR Itoophiyaa dura ta’aa paartichaa Obbo Girmaa Baqqalee, Itti aanaa dura ta’aa EPRP Obbo Maggaabii Addis Abraha, dura ta’aa Sochii Biyyoolessaa Walaayittaa Obbo Amaanu’eel kan keessatti argamanii fi kanneen biroo mana Jaal Batteetti argamuudhaan maatii isaa jajjabeessaniiru.

Qondaalli siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa Ebla 09, 2024 halkan bakka dhaloota isaa Maqiitti haala baay’ee ulfaataan rasaasaan tumamee ajjeesamuun isaa kan yaadatamuu dha.

Dhaabni isaa ABOn akkasumas Komiishiniin Mirgoota Namoomaa Itophiyaa, mootummootni Amerikaa fi UK, Gamtaan Awurooppaa, Paartileen siyaasaa garagaraa biyyattii keessa sossohanii fi dhaabbattootni mirga dhala namaaf falman adda addaa ajjechaan qondaala siyaasaa ABO Battee Urgeessaa irratti raawwatame qaama walabaan qoratamee akka ummataaf ifa tahu gaafataniiru.

Labsii Ugguraaf lagannaa Gabaa  dhimma ajjeechaa suukaneessaa jaal Battee Urgeessaa fi ajjeechaa Oromoo walloo irratti h...
12/04/2024

Labsii Ugguraaf lagannaa Gabaa dhimma ajjeechaa suukaneessaa jaal Battee Urgeessaa fi ajjeechaa Oromoo walloo irratti hundaa'uun labsame

Haleellaa diroonii Pp n Biilaatti Uummata irratti raawwatte suuraadhaan.
08/11/2022

Haleellaa diroonii Pp n Biilaatti Uummata irratti raawwatte suuraadhaan.

19/06/2022

Oduu amma nu ga'e.

Yeroo ammaa kana Oromootaaf Gabeellota gidduutti lolli hamaan geggeeffamaa jira.

17/06/2022

Gaambeellaa

Amma ammaatti Oromoonni Gaambeellaa keessa jiraatan 50 ol ajj**famuun baayyina isaanii irraan kan ka'e konkolaataa 'sino truck' dhaan gatamaa jiru.

Galii ta'aniiru.Wbo 💪
14/06/2022

Galii ta'aniiru.

Wbo 💪

DAMBI DOOLLOO  Hidhamtoonni siyaasaa wbo dhaan bilisa ba'aniiru. Gandi 04 fi 05 n yeroo ammaa to'annaa wbo jalatti argam...
14/06/2022

DAMBI DOOLLOO

Hidhamtoonni siyaasaa wbo dhaan bilisa ba'aniiru. Gandi 04 fi 05 n yeroo ammaa to'annaa wbo jalatti argama.

Viva wbo

Oduu ammee🔴🟢🔴WBO n yeroo ammaa magaalota lixa Oromiyaa  kanneen akka Dambi Doolloo, Gimbii fi Inaangoo  keessatti tarkaa...
14/06/2022

Oduu ammee🔴🟢🔴

WBO n yeroo ammaa magaalota lixa Oromiyaa kanneen akka Dambi Doolloo, Gimbii fi Inaangoo keessatti tarkaanfii fudhachaa jira. Loltuu Pp s akka baalaatti harcaasaa jira. Yeroo ammaa network Dambi doolloof Gimbiirraa kutaanii waraanni Pp gara Naqamteetti baqachaa jiru. Eessa yoo deemteyyuu WBO jalaa hin baatu.

Uummanni of eeggannoo cimsaa.

Yuniversitiin Wallaggaa loogoo isaa gara Afaan Oromootti jijjiiruu beeksise. Yuniversitoota biroof waan fakkeenya ta'udh...
27/05/2022

Yuniversitiin Wallaggaa loogoo isaa gara Afaan Oromootti jijjiiruu beeksise.
Yuniversitoota biroof waan fakkeenya ta'udha.

26/05/2022

OMN: Turtii Jawar Mohammed Waliin (Caamsaa 26, 2022)

AmmeeKolonel Gammachuu ayyaanaa hidhaarraa gadhiifameera.
25/05/2022

Ammee

Kolonel Gammachuu ayyaanaa hidhaarraa gadhiifameera.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaayyoo media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kaayyoo media:

Share