30/06/2025
ሚኒስትሩ በመልካም ጤንነት ላይ ናቸው!!!
የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስቴር ሚኒስትር ክቡር ካሳሁን ጎፌ (ዶ/ር) ሰኔ 15 ቀን 2017 ዓ.ም እንደ ወትሮ ከመደበኛ ስራቸው ወደ ቤታቸው በመመለስ ላይ እያሉ ከምሽቱ 1:00 አካባቢ መኖሪያቤታቸው የሚገኝበት ካርል አደባባይ ላይ ድንገተኛ የመኪና አደጋ ደርሶባቸው ነበር። በእለቱ ክቡር ሚኒስትሩ ወደ ሆስፒታል አምርተው በቂ የህክምና አገልግሎት አግኝተው አሁን ላይ በሙሉ ጤንነት ላይ ይገኛሉ። እውነታው ይህ ሆኖ ሳለ ሁነቱን ለርካሽ ፖለቲካዊ ግብ ለመጠቀም ከአውድ ውጪ ባልተረጋገጠ መረጃና በአሉባልታ የሚናፈሰው የማህበራዊ ሚዲያ ዘገባ የተሳሳተና መሰረተቢስ መሆኑን የንግድና ቀጣናዊ ሚስቴር አበክሮ ለመግለጽ ይወዳል፡፡ በቅርቡም ክቡር ሚኒስትሩ ከበቂ የጤና እርፍት ቆይታ በሃላ ወደ መደበኛ ስራ ገበታቸው የሚመለሱ መሆናቸውን በአክብሮት እንገልፃለን።
Kabajamoo Ministeerri keenya fayyaa guutuu irratti argamu!!!
Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhaaminsaa Naannawaa Kab.Kassaahun Goofee (Dr.) Waxabajjii 15 bara 2017 akkuma barame hojii idilee isaanii irraa gara mana isaanitti osoo deebi'aa jiruunii galgala naannoo sa'aatii 1:00 tti balaa tasaa konkolaataa naannoo Qe’ee mana jireenya isaanii addabaabayii kaarl irratti isaan muudateera. Kanarraa kan ka’e Hospitaala galuun yaala gahaa argatanii yeroo ammaa kana fayyaa guutuu irratti argamu. Haa ta'u malee galtee bu’aa siyaasaa rakasa ta’eef jecha oduun miidiyaalee hawaasaa adda addaa irratti naanna'aa jiru odeeffannoo kijibaa dhugaa irraa kan fagaate fi oduu dogongoraa ta'uu isaa Ministeerri Daldalaa fi Walitti HidhaaminsaaNaannawaa cimsee ibsuu barbaada,kabajamoo Ministeerrichis yeroo dhiyootti hojii idilee isaatti kan deebi’an ta’uu beeksisuu barbaadna.
Wondwosen Andualem Abaye
Bonsa B Negera