Injifanon kan oromoti

Injifanon kan oromoti Add.Follow.like.shar.🙏😁✔️
Gochuu Hin Dagatin

04/07/2025
Nasir Carcar
24/06/2025

Nasir Carcar

Nasir Carcar
24/06/2025

Nasir Carcar

Nasir Carcar
24/06/2025

Nasir Carcar

Iraan fi Israa'el maaliif akkanaan diina waliif ta'an?
====
Iraan erga bara darbe qontsilaashee kan Sooriyaa- Damaasqoo irratti haleellaan raawwatamuun qondaaltoonni ishee jalaa ajjeeffamanii booda haaloo bahuudhaaf diroonii fi misaa’elii gara Israa’eliitti dhukaafte.

Israa’el haleellaa qonstilaarratti raawwachuu dubbachuu baattuleen, garuu baayyeen ishee ta’uu amanu.

⬇️⬇️

https://bbc.in/4kWoRSI

Nasir Carcar
24/06/2025

Nasir Carcar

Iraan Ameerikaaf deebii 'injifannoo' kennuu jalqabeera jette
====
Miidiyaan biyyaalessaa Iraan biyyattiin haleellaa ''isa guddaafi mo'icha qabuun'' Ameerikaaf deebii kennuu jalqabdeettii jedhe.

Miidiyaan Taasniim jedhamu Eegduun Warraaqsaa Iraan buufataalee waraanaa Qaataariifi Iraaqitti misaayela dhukaasuu hime.

Daqiiqaa muraasa dura Qaataaritti dhohinis dhagahamuu hubanneerra.

Odeessaalee dabalataaf nu hordofuu keessan itti fufaa.
Tamsaasa kallattii kanaan waan ta'aa jiru hordofaa

⬇️⬇️

https://bbc.in/3I8hSY6

Nasir Carcar
23/06/2025

Nasir Carcar

Kaamiifuu Iran seenaa adduunyaa kanaa jijjiirteetti. Dhugaa kana Ameerikaafi Awurooppaanuu hin dhoksanu. Waan hin danda'amu jedhamaa ture akka danda'amu agarsiisteetti.

Amrigaan Aw*iruppaan eenyuu oliyyuu akka hin taanee agarsiisteetti. Kan isaan tuqee mitii kan waa'ee isaaniituu yaade osoo lubbuun jiruu boolla qotate inni jedhame sun ha*aama ta'uu mul'iseetti.

Mo*sad, CI*A fi yookaan abbaa fedhe yoo ta'e qabsoon akka danda'amu qabatamaatti barsiisteetti.

Hoogganaafi biyya kamiifuu sagaduun shi*r*kii ta'uu dubbannaan miti goonaan irraa argine. Qissaa miti, fuula keenya duratti lafa nam'inaan dhugaa keessaa funaanne, qalbifannee, hubanne. Waan jette gooteetti, waadaa seentes raawwatteetti. Hirbuu ummataafi biyyasii hin nyaanne. Ummata hoogganaa qabu, hoogganaa lubbuun jiru.

Nama danda'een hin dandeessu jechuu osoo hin taane ofiifis akkasaa sana danda'uuf murteeffachuufi kutatanii ka'uutu boolla sodaafi laafummaan keessatti of kuffisan keessaa nama baasa. Yaada, xiinxala, cimina, jagnummaa, amanamummaa, kutannoofi gochatti amanna. Rabbiin keenyas ciisanii iyyuu osoo hin taane kanatti nu ajaja.

Abdisa Naaf Tolii

Nasir Carcar
23/06/2025

Nasir Carcar

'Israa'el gufuu nagaa Baha Giddu Galeessaati' jedhan Erdogaan
======
Haleellan Israa'el Iraan irratti gaggeessite mariin dhimma nikularaa ilaalchisee Iraanii fi US gochaa turan akka fashalaa'uuf ta'uu pirezidaantiin Tarkii Raasip Xaayib Erdogaan himan.

⬇️⬇️
https://bbc.in/3HLUFLt

23/06/2025

Nasir Carcar

Address

Addis Ababa

Telephone

+251914048661

Website

http://www.youtube.com/@Nasir.Tube.16, http://www.youtube.com/@Nasir.Tube.16

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Injifanon kan oromoti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Injifanon kan oromoti:

Share