09/06/2026
Affeerraa Ibsa Miidiyaa
Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa Sagantaa Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa Waggaa 6ffaa fi Sagantaa Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa 5ffaa ilaalchisuudhaan Bor Waxabajjii 3, Bara 2018 Hoteela Geetfaam /Getfam/(22) ti ibsa miidiyaaleeef ni keenna.
Kanaafuu Miidiyaaleen argamuudhaan uwwisa miidiyaa akka nuuf kennitaniif kabajaan isin affeerra.
Galatomaa!