Shagerjob.com

Shagerjob.com MIIDIYAAN KUN ERGAA FII BARUMSSA GARAAGARAA UMMATA KEENYAF DABARSSA NAMOTI GARA MEDIA KANA DHUFFTA HUNDUU SHEER GOCHUN NAMOOTA BIRAAN GAHAA GALATOOMAA ULFAADHA

REEBICHA ISAAN DADHABE😭😭Ani maqaankoo baayiseen jedhama. kanan dhaladhee guddadhe magaalaa ginciitti dha. Abbaankoo ijoo...
27/03/2022

REEBICHA ISAAN DADHABE😭😭

Ani maqaankoo baayiseen jedhama. kanan dhaladhee guddadhe magaalaa ginciitti dha. Abbaankoo ijoollummaakootti dhukkuba kaansariin du’e. Haatikoo nu guddisuuf aarsaa baay’ee kaffalateetti. Biddeen namaa tolchuu hanga uffata namootaa manaa manatti deemtee miicuutti. Ani akka mucaa hangafaatti itti gaafatamummaan maatii gargaaruu akkasumas ijoollee naduuba jiran gargaaruun narra bu’ee jira. Guyyaa Tokko Garuu.....
Guutumma isaa Asii Dubisaa👇👇👇👇👇

https://bm.bbcko.com/reebicha-isaan-dadhabe%f0%9f%98%ad%f0%9f%98%ad/

ammayyuu dulluma-keessa dhufta jedheen si eega. abdii hin kutadhuAni maqaan koo Fira’ol jedhama. Dhaloonnikoos ta’e gudd...
26/03/2022

ammayyuu dulluma-keessa dhufta jedheen si eega. abdii hin kutadhu

Ani maqaan koo Fira’ol jedhama. Dhaloonnikoos ta’e guddinnikoo magaalaa Shaambuu dha. Ililliin intala miidhagduu olla keenyaati. Maatinkoo fi maatiin ilillii olla irrayyuu darbanii akka maatiitti jiraatu. Anii fi ililliiniis waliin mana barnootaa deemna, waliinis qayyabanna. Namoonni baay’ee obbolaa nu seehu. Ani barumsakoon cimaa fi kanan sadarkaadhaan bahu yammuun tahu ililliinis barattuu dadhabduu jedhamtu miti. Yammuun ishii qo’achiisu dafee isheef gala, barattuu giddu galeettii jedhamtu turte. Amma qaamaanis yaadaanis guddachaa dhufneerra. Maaliif akka ta’e hin beeku dhiroonni biraa ishii duukaa taphatan baay’een hinaafa. Garuu akka narratti hin beekamneef carraaqqii guddaan godha. Ililliinis yammuu dubartoota biro faana na agartu miirrii dallansuu irraa mul’ata.

Amma wantin hubadhe, lamaan keenyuu akka wal jaalannuu fi garuu baasnee walitti himuu akka sodaanne dha. Amma isa duraa caalaa walitti dhiyaachuu, waliin yero dheeraa dabarsuu eegalleerra . galgala hanga sa’aatii lama sadiitti yeroo tokko tokko mana keenyatti, kutaakoo keessattii yeroo kaanimmoo kutaashee keessatti waliin qayyabanna. Duraan yeroo wal agarru waa’ee barumsaa qofa haasofna ture. Amma garuu........
Guutuma isaa Asii dubisaa 👇👇👇👇

bm.bbcko.com
bm.bbcko.com

ODUU CABSSAA           ••••••••••••••••••••••Hoogganaa Ol'aanaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Tawalda G/Maariyaam aang...
23/03/2022

ODUU CABSSAA
••••••••••••••••••••••
Hoogganaa Ol'aanaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Tawalda G/Maariyaam aangoosaanii gadhiisan!

Hoogganaa Ol'aanaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa waggoota dheeraaf gaggeessaa ture, Tawalda Gabra Maariyaam aangoosaanii gadhiisan.

Maddeen Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa keessatti itti gaafatamummaa ol'aanaarraa jiran akka himanitti, gaaffiin itti gaafatamummaa gadhiisuu Obbo Tawaldan dhiyeessan fudhatama argachuu himan.

Hoogganaa Ol'aanaan kun itti gaafatamummaa isaanii gadhiisuuf akka sababaatti kan eerame haala fayyaasaaniiti jedhameera.

Obboo Tawaldan ji'oota dheeraaf Ameerikaatti wallaansa fayyaa irraa akka turanii fi hojiisaaniis achumaa hojjetaa akka turan himameera.

Obboo Tawaldan waggoota 35'f Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa keessa kan tajaajilan wayita tahu, waggoota 10 oliif ammoo Gaggeessaa Ol'aanaa (CEO) tahuun dhaabbaticha milkaa'inaan hooggananiiru.

17/03/2022
17/03/2022

😃👌

17/03/2022
Beautiful People😍👌
17/03/2022

Beautiful People😍👌

Beautiful People👌
17/03/2022

Beautiful People👌

16/03/2022

MUCAAN KUN QAAMA MIDHAMTUU DHA MAGAALA JIMMAA MANA NAMAA TEESSI TURE.MUCAAN JARA ISHEEN BIRA TEESSU GUDEEDE MIIDHAA HAMAA IRRAN GA'EE QAAMA SEERAN QABAMEE SEERAA JALA ERGA OLEE BODA GUYYAA MURAASA BODA HIKAMEE JIRA
BAAYYEE NAMA GADISSISA😢

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shagerjob.com posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share