Jaarraa fuula Hubannoo Seeraa

Jaarraa fuula Hubannoo Seeraa Kaayyoon Fuula Peejii kanaa Hubannoo Seeraa bilisaa ykn Free legal advice Ummataaf kennuu fi barsiisuudha. irraa fayyadamaa

Beeksisa Qacarrii Yuunivarsiitii Haramaayaa
27/08/2026

Beeksisa Qacarrii Yuunivarsiitii Haramaayaa

Abdii kutuun fala hin ta'u! Yoo itti citan citaan buddeena baasa jedhamaa mitii ree? Congratulation baga gammadde leenca...
27/08/2026

Abdii kutuun fala hin ta'u! Yoo itti citan citaan buddeena baasa jedhamaa mitii ree? Congratulation baga gammadde leenca kiyya!

26/08/2026

!

Gibiraa fi taaksii isin irraa barbaadamu yeroo isaa eeguun kaffaluun dirqama seeraati.
❌ Gibira ykn taaksii yeroon kaffaluu dhiisuu,
❌ galii dhoksuu,
❌ galii ykn odeeffannoo gibiraa dhoksuun/miliqsuun,
❌ dirqama gibiraa irraa miliquuf yaaluun
bu’aa seeraa fi adabbii hordofsiisuu danda’a.
⚖️ Kanaaf, daldaltoonni, kaffaltoonni gibiraa fi taaksii hundi dirqama gibiraa isaanii yeroo isa eeganii raawwachuun adabbii seeraa irraa of eeguufi galii mootummaa sirnaan akka sassaabamu gumaachuu qabu.

📚 Madda: Labsii Bulchiinsa Gibiraa Lakkoofsa 203/2003, Keewwata 125.
Credit to Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Dadar

26/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Mohamed Awel Ab, Kedir Abdela, Sabban Bonaa Taddasa, Dessalegn Tolesa, Fenet Mamo, Wario Jilo, Habtamu G Galan, Sanyii Jira Yesus, Asafa Gurmassa, Bushesa Yadeta, Edosa Ëtefa, Miftay Mohammed, Galgalo Sora, Halake Dida, Kaalid Abdulbaasix, Bayisa Fikadu, Kaku Adimasu Gebeyo, Jamaal Mahammad, Lamu Gilo Man, Ayu Malkaa Gibee, Habtamu Adanaa, Bayaan Bayaan, Sena Abdata, Sør Man, Fayisa Itafa, Kedir Abduro, Ribqa Waltaji, Toli Abe, Ziyaad Kasim, Alemayehu Bezawerk, Samy Merga, Simbo Amsalu, Soboontuu Salaalee, Dirba Kebeda, Basha Girma, Lemessaa Tesfaye, Dinka Ababa, Konbeka Kotumanbeka, Keekooti Habtamu, Ahamadiin Nasiir, Elias Garoma, Jemal Ahmed, Taganye Balacho, Yishak Zawude, Gadaa Birree Kooree, Same Iyasu, Kennaa Mosisa, Aneso Abrahim, Merga Bedasa, Meerii Abdaata

Beeksisa_Qaacarrii Korporeshiniin Injineriingii Oromiyaa gitoota hojii adda addaa 15 irratti beeksisa qaacarrii baasanii...
25/08/2026

Beeksisa_Qaacarrii
Korporeshiniin Injineriingii Oromiyaa gitoota hojii adda addaa 15 irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
Galmeen online waan taheef liinkii ittin galmooftan dabalatee akkaataa galmee fi odeeffannoo guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenu argachuu dandeessu
https://ethioworks.com/engineering-corporation-of-oromia-vacancy-notification/
Odeeffannoo gara garaa argachuuf fuula page keenya kana follow gochuun nu hordofaa.

25/08/2026
  Baankiin Oromiyaa gitoota hojii adda addaa 18 irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan do...
25/08/2026


Baankiin Oromiyaa gitoota hojii adda addaa 18 irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
Galmeen online waan taheef liinkii ittin galmooftan dabalatee akkaataa galmee fi odeeffannoo guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenu argachuu dandeessu
https://ethioworks.com/oromia-international-bank-vacancy-announcement/
Odeeffannoo gara garaa argachuuf fuula page keenya kana follow gochuun nu hordofaa.

Beeksisa_Qaacarrii.Korporeshiniin Daandii Baaburaa Itiyoopiyaa gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasa...
25/08/2026

Beeksisa_Qaacarrii.
Korporeshiniin Daandii Baaburaa Itiyoopiyaa gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan ulaagaa isaa ilaaluun dorgoomuu dandeessu.
Beksiisoota qaacarrii hojii yeroo yeroon bahan akkasumaas Barnootaa fi Odeeffannoo dhimmoota seeraa itti fufinsaan argachuuf fuula
page keenya kana follow gochuun nu hordofaa.

OdeeffannooBarattoonni bu’aa isaanii galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u. Tajaajila Madaallii fi Qorm...
25/08/2026

Odeeffannoo
Barattoonni bu’aa isaanii galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u.
Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa
Bu’aan Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Itiyoophiyaa bara barnootaa 2018 ittiin ilaalamuuf liinkiin(link) ifa ta’eera.
Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa akka beeksisetti, qormaata bara 2018 fudhattoonni har’a, jechuuniis Hagayya 19, 2018 E.C galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee, linkoota armaan gadii kanaan seenuun bu’aa isaanii ilaaluu ni danda’u.
Linkoota bu’aa ittiin ilaalan:
Website: https://result.eaes.et⁠
Telegram: https://result.eaes.et/telegram⁠
SMS: https://result.eaes.et/sms⁠
Komii dhiyeessuuf:
Qormaata fudhattoonni qaamaan bakka sana deemuun osoo isaan hin barbaachisin, linkii kana fayyadamuun komii isaanii dhiyeessuu ni danda’u:
https://result.eaes.et/complaint⁠
Komii isaanii Hagayya 19 irraa hanga Hagayya 26, 2018 E.C. sa’aatii 10:00 waaree boodaatti dhiyeessuu ni danda’u. Deebii komii isaaniis linkuma kana irratti hordofuu ni danda’u. Hagayya 19, 2018 E.C.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251995952114

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaarraa fuula Hubannoo Seeraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jaarraa fuula Hubannoo Seeraa:

Shortcuts

Share