BBN Biftu Broadcasting Network

BBN Biftu Broadcasting Network BBN Sevice@Fuula Feesbuukii irratti Oduu,Bohaarti fi Taateewwan haaraa Guutuu Addunyaa irratti ta'a

22/11/2024

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Waggaa 7ffaa GDAAO YRV!

BBNTv WorldWide
09/07/2021

BBNTv WorldWide

BBNTv WorldWide
09/07/2021

BBNTv WorldWide

12/06/2021

BBN. Sirba Artist Galaanaa Gaaromsaa Wal-Agarra

12/06/2021

BBN. Sirba Artist Hacaaluu Hundeessaa

15/02/2021

Wiirtuu Oddeeffannoo Fi Bohaarti!

08/02/2021
BBN Biftu Broadcasting Network Rakkoo Siyaasatiif Furmaata Siyaasaa Barbaachiisa.Haala Biyyaa Keenya Ilaalchiisee Ibsa K...
09/11/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Rakkoo Siyaasatiif Furmaata Siyaasaa Barbaachiisa.
Haala Biyyaa Keenya Ilaalchiisee Ibsa Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO)
Finfinnee: Onkooloolessa 30/2013

BBN Biftu Broadcasting NetworkBarataa Obsaa Abdisaa Barataa Sayinsii Siyaasaa ( Political Science) Waggaa Saddaffaa Yuun...
06/11/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Barataa Obsaa Abdisaa Barataa Sayinsii Siyaasaa ( Political Science) Waggaa Saddaffaa Yuunivarsiitii Finfinneeti. Yeroo Ammaa Kanaa Baratoonni Yuunivarsiitii Finfinnee Barumsa Eegalani Jiruu Barataan Kun Garuu Mana Hidhaa jiraa Kun Waan Bayyee Nama Arsuu fi Nama Gadisisuudha Barataan Kun Sababa Oromoo Ta'eef Waan Oromoof Dubaatef Qofa Hiriyaa Isaa Keessa Hafee Carraa Barnootaa Irraatti Cufamee Jiraa Kanaaf Barataa Kanaaf Sagalee Ta'a!
Shera Godhaa Sagalee Ta'afii!!

BBN Biftu Broadcasting NetworkAbbaan Galaanaa Gaaromsaa Boqotanii Jiruu.Matii fi Firootan Isaaf Jajjabinaa Hawwiinaa!
06/11/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Abbaan Galaanaa Gaaromsaa Boqotanii Jiruu.
Matii fi Firootan Isaaf Jajjabinaa Hawwiinaa!

Biftu Broadcasting NetworkSiidaan Yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaa Magaalaa Ambootti Ijaarame Eebbifame!
20/09/2020

Biftu Broadcasting Network
Siidaan Yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaa Magaalaa Ambootti Ijaarame Eebbifame!

BBN Biftu Broadcasting NetworkAkkam jirtuu hoordoftoota BBN yeroo dhihoo as rakkoo teeknikaan Tamsaasni keenyii addaan c...
21/08/2020

BBN Biftu Broadcasting Network
Akkam jirtuu hoordoftoota BBN yeroo dhihoo as rakkoo teeknikaan Tamsaasni keenyii addaan ciitee turee.
Haa ta'uu malee yeroo dhihoottis halaa saddarkaa isaa egateen qileensa irratti ni debi'aa.
BBN Wiirtuu Oddeeffannoo fi Bohaarti!

Reeffi Artist Hacaaluu Hundeessaa Hospitaala Paawuloosiitii bahee gara maatii isaatti qajeele.(Waxabajjii 30/2020)Artist...
30/06/2020

Reeffi Artist Hacaaluu Hundeessaa Hospitaala Paawuloosiitii bahee gara maatii isaatti qajeele.
(Waxabajjii 30/2020)
Artist Hacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 29/2020 halkan keessa nannoo sa'aatii 3:30'tti Kondominiyeemii Galaa bakka jedhamutti Rasaasaan rukutamee kan Lubbuun isaaa darbe.
Yeroo Amma sirni gaggeessaa Gootaa Artist Hacaaluu Hundeessaadhaaf bakka Ummnii Kumaatamaan bahee argametti Finfinee Hospitaala Phaawuloosiitii bahee jira.
Namni ni du'a Hacaaluunis du'a Gootaa du'e yoomiyyuu ni jiraata .
Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi jiraattoni hawaasaa Gadda itti dhagahame ibsachuutti daandiiwwan guutummaatti biyyatti keessa jiran cufanii jiru .
Sochiin hanga ammaatti ta'a jiru miira Ummata bakka jiru sochoosaa jira.
Qabsaa'aa keenyaa bara baraan ni yaadanna.

30/06/2020
BBNODUU COVID-19Itoopphiyaatti qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darbetti nomoota 5709'f taasifameen nomoonni 245 haaraa...
12/06/2020

BBN
ODUU COVID-19
Itoopphiyaatti qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darbetti nomoota 5709'f taasifameen nomoonni 245 haaraan Dhibee COVID-19 ykn Koronaavaayirasiin qabamuun mirkanaa'e .

BBN. ODUUItoophiyaatti namoonni Dhibee COVID-19 ykn Koronaavaayirasiin qabamanii 731 qaqqabeera.Qorannoo laabraatorii na...
27/05/2020

BBN. ODUU
Itoophiyaatti namoonni Dhibee COVID-19 ykn Koronaavaayirasiin qabamanii 731 qaqqabeera.
Qorannoo laabraatorii namoota 4352'f sa'atti 24 darbee keessatti gaggeeffameen namoota 30 irratti Koronaavaayirasiin argamuu Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa Beeksise.
BBN- Biftu Broadcasting Network. Wiirtuu Oddeeffannoo fi Bohaarti!

BBN. ODUUItoophiyaatti namoonni Dhibee COVID-19 ykn Koronaavaayirasiin qabaman 701 gahe.Qorannoo sa'aatii 24 darbe keess...
26/05/2020

BBN. ODUU
Itoophiyaatti namoonni Dhibee COVID-19 ykn Koronaavaayirasiin qabaman 701 gahe.
Qorannoo sa'aatii 24 darbe keessatti namoota 3410'f taasifameen namoonni 46 dabalataan Vaayirasichaan qabamuu ministeerri Fayyaa Itoophiyaa beeksise.
BBN- Biftu Broadcasting Network. Wiirtuu Oddeeffannoo fi Bohaarti!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BBN Biftu Broadcasting Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share