Daily Media

Daily Media Home of balanced and Timely News and Programs!

14/07/2026

Xiinxala Taayyee Jaal Daawud Ibsaarratti kana dhaggeeffattanii?

03/07/2026

lGocha badaa akkanaa Kana itti gaafatamummaa Kan fudhatu police moo bilxiginnaadha? police Kan paartii moo Kan Uummataadha? Police Uummata tiksamoo sirna tiksa? isayyu bakka seerri jiru jedhamu biroo keettti qaxaqqaxa🫥😡. namni Nama ajjeeseyyu poolisitti baqatee harka kennataam jarana!!!

Isheen as keessaa Oduu gandaa gandatti dabarsitu  kun barashee guutuu  hin badhaadhiin😩😩😩
03/07/2026

Isheen as keessaa Oduu gandaa gandatti dabarsitu kun barashee guutuu hin badhaadhiin😩😩😩

02/07/2026

Biyya kana, Uummata kana, baannee asiin geenyee kaanee, amma diiguudhaan baramuun Oromummaa Kan balleessu malee Kan ijaaru miti.
dargaggoon keenya aarsaa hin barbaachifneef of qopheessuun barbaachisaa miti.

waan Gola 6'n kanarratti mee yaadakeessan kennaa
02/07/2026

waan Gola 6'n kanarratti mee yaadakeessan kennaa

01/07/2026
01/07/2026

Galgala kana Oduu Mimmiliqxee baate

Miliyoonii fi Oromoo JawarIjoollee lamaan haala adda addaa keessatti guddachaa jiran. Haa ta'u malee, seenaan duuba isaa...
01/07/2026

Miliyoonii fi Oromoo Jawar

Ijoollee lamaan haala adda addaa keessatti guddachaa jiran. Haa ta'u malee, seenaan duuba isaanii jiru gaaffii guddaa nama fi namas falmisiisu nuuf kaasa.
​Oromoo: Mucaa qananii fi dandeettii maatii isaatiin haala gaarii keessatti guddachaa jirudha.
​Miliyoon jechuun Haati isaa harka qalleettii waan taateef guddifachuu dadhabnaan, Muummicha Ministeeraa Dr. Abiy Ahmed biratti fudhatamee guddachaa jira.
​Garuu dhugaan lafa jiru kan biraati: Gama tokkoon, maatiin halkanii guyyaa dhama’ee ijoollee isaaf daabboo bituunuu yeroo itti ulfaatu argama. Gama biraan immoo, ijoolleen carraa kanaan mootota biratti guddatan jiru.

​kanarratti yaada keessan irratti dabalaa
1. ​Ijoollee kana lamaan keessaa kamtu jireenya qananii dhugaa jiraata jettu?
2. ​Jireenyi lafa kanarraa carraadha moo carraa miti?

30/06/2026

Raajiidha!!!
Qabsoon Oromoo gandatti galee wal ajjeesaa jira.

Address

Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daily Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share