Abdii Hin Kuttiin

Abdii Hin Kuttiin Kayyoo ko malee jechaaf gochaa namaf bakkaa hin qabuu male �

13/06/2025
Post ajaa'ibaa 😭😭😭😭🤲🤲🤲 ✍  Mucaa daa'ima amata 7 hin gahin duraa haati duute. Yeroo muraasa booda abbaan isaa jaartii bir...
03/04/2024

Post ajaa'ibaa 😭😭😭😭🤲🤲🤲
✍ Mucaa daa'ima amata 7 hin gahin duraa haati duute. Yeroo muraasa booda abbaan isaa jaartii biraa fuudhe. Jaartiin abbaa isaa tun haadha biddeenaa (gayyaa ykn Aayyadaa) mucaa kanaaf taate.!

Guyyaa tokko abbaan isaa "haadha tee taduraatii fi tan ammaa jidduu garaagarummaan jiru maali?!" Jachuun daa'ima kana gaafateen. Daa'imni kun yaaddawaa "haati tiyya taduraa nisobdi. Soba irraa baradhe. Garuu, tan ammaa tun dhugaa malee hin beeytu" jachuun deebiseef!

Abbaan isaatiis deebisaa isaa akka malee Ajaa'ibee "mee akkamitti?!" Jachuun gaafateen. Yeroo kana daa'imni kun "haati tiyya tanadhalte yoo bakka akkanaa dheeyte, yoo waan akkanaa hojjatte nyaata sitti hin kennu naan jatti. Garuu, yeroon ani waan isiin irraa nadhoorkite kana hojjadhees nyaata anumaaf kenniti. Garuu, tan ammaa tun ajaja isii yoon dide akkuma jatte nyaata naaf hin kennitu. Kunoo ammaahu guyyaa lama nyaata naaf hin kennine!" Jachuun isaaf deebiseen.!

Namni bakka haadhaa bu'u jiraa?! Addunyaa tanarratti Musiibaan guddoon Daa'imummaan haadha dhabuudha!

Aboo kan haadha qabdu Rabbi Umrii siif haa dheereeysuun. Kan hin qabne ammoo Rabbi jannata haa kennuuf!🤲🤲🤲🤲😭🤲🤲🤲🤲

Abdii Hin KuttiiAbdii Hin Kuttiin

 ✍█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█
27/03/2024


█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

Wallisan beekkamaan Afrikkaa lammii biyya Giinii Kan tahe Grand P guyyaa har’aa mana Rabbii iddoo khabajamtuu tanatti Um...
17/01/2024

Wallisan beekkamaan Afrikkaa lammii biyya Giinii Kan tahe Grand P guyyaa har’aa mana Rabbii iddoo khabajamtuu tanatti Umraa godhaa jira. Rabbin abba fedhe qajeelcha baga Rabbiin carraa mana isaa ziyaaruu si waffaqe sirraa ha jaalatu Jennaan.

The Most Popular and Well-known Artist Grand P is at the Holy House of Allah to perform the Umrah ritual Masha Allah's My Almighty God ( Allah's) Bless the Rest of Your life.
Allah's ( SW) Give Hidaya For You and Your Family.

      ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
18/11/2023

❤️❤️❤️❤️❤️❤️













Address

Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Hin Kuttiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category