Pro Waqo

Pro Waqo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Pro Waqo, Media, Adis Ababa, Addis Ababa.

11/09/2021
Waldaa Betel M kotobee Kotobe BM church Far AbramPro Waktola Pro GetuPagume 5/2013
11/09/2021

Waldaa Betel M kotobee
Kotobe BM church
Far Abram
Pro Waktola
Pro Getu
Pagume 5/2013

22/06/2021
02/03/2021
“የሞተው፥ ይልቁንም ከሙታን የተነሣው፥ በእግዚአብሔር ቀኝ ያለው፥ ደግሞ ስለ እኛ የሚማልደው ክርስቶስ ኢየሱስ ነው።”  — ሮሜ 8፥34
23/02/2021

“የሞተው፥ ይልቁንም ከሙታን የተነሣው፥ በእግዚአብሔር ቀኝ ያለው፥ ደግሞ ስለ እኛ የሚማልደው ክርስቶስ ኢየሱስ ነው።”
— ሮሜ 8፥34

“ቃሉን ስበክ፥ በጊዜውም አለጊዜውም ጽና፥ ፈጽመህ እየታገሥህና እያስተማርህ፥ ዝለፍና ገሥጽ ምከርም።”  — 2ኛ ጢሞቴዎስ 4፥2
04/02/2021

“ቃሉን ስበክ፥ በጊዜውም አለጊዜውም ጽና፥ ፈጽመህ እየታገሥህና እያስተማርህ፥ ዝለፍና ገሥጽ ምከርም።”
— 2ኛ ጢሞቴዎስ 4፥2

24/01/2021
Nama dhiba uumaan harkasaa!!!!!!!!!!
24/01/2021

Nama dhiba uumaan harkasaa!!!!!!!!!!

HIIKA MAQAA COVID-19•••Maqaan COVID-19 jedhu hiikni isaa "Certificate Of Vaccination ID/Identification" jechuu yeroo ta'...
20/01/2021

HIIKA MAQAA COVID-19
•••
Maqaan COVID-19 jedhu hiikni isaa "Certificate Of Vaccination ID/Identification" jechuu yeroo ta'u lakkoofsi 19 qubee "AI" bakka bu'a. "AI" jechuun "Artificial Intelligence" jechuudha. Walitti qabnee maqaa kana yeroo waamnu COVID-19 jechuun "Certificate Of Vaccination ID-Artificial Intelligence" jechuudha.
"CORONA" maqaan jedhu qubee 6(ja'a) qaba. Lakkoofsa qubeewwan maqaa kanaas yeroo herregnu C=3, O=15, R=18, O=15, N=14, A=1 =66 ta'a. Qubee maqaa kanaa fi lakkoofsa qubee maqaa kanaa yeroo walitti idaanu 6+66 =666 dhufa.
COVID (Certificate Of Vaccination ID) kan jennu maqaa vaayiresii koroonaatiin gubaa bineensichaa (Mark Of the Beast) kannamaa jiruuf, kennamuuf jiru ta'ee Waraqaa Ragaa Madiinummaa, To'annaa Digitaalaa, Hawaasa Nam-tolchee fi Maallaqa Maleeyyii (Immunity ID ("Certificate of Vaccination"), Digital Surveillance and Cashless Society) jedhamuun beekama.
"Certificate Of Vaccination" jechuun mirkaneessa maqaa koroonaatiin talaallii kennamu "MicroChip Implant" dha. Nama talaallii kana fudhate hundumaaf Waraqaa Eenyummeessaatu kennamaaf. Waraqaan Eenyummeessaa kennamu kun "Immunity ID" jedhama. Kana jechuun Waraqaa Ragaa Madiinummaa jechuudha. Waraqaan Ragaa Madiinummaa kun Waraqaa Eenyummeessaa namni kamuu ittiin addunyaa haaraa Seexanni ijaaraa jiru kana keessa ittiin jiraachuu danda'uu dha. Eenyummeessaan kun dhaqna eenyummaa Kristoosiin ganee kan bineensichaa ofitti fudhate jechuudha. Waraqaa Eenyummeessaa kana nama dhiiga isaa keessaa hin qabne bineensichi addunyaa kana keessaa ariiyachuuf akka jiru Macaafni Qulqulluun nutti hima.
“Kana gochuun isaas namni gubaa bineensicha isa duraa, isa maqaa isaa yookiis lakkoobsa maqaa isaa argisiisu of irraa yoo qabaate malee, bituus gurguruus akka hin dandeenyeef.”
— Mul. 13:17
"Artificial Intelligence" jechuun meeshaa teekinooloojii (Roobootii) nama uumamaa ta'uu baatus akka dhala namaatti yaadu, hojjetu fi waan dhalli namaa raawwatu kamu bifa saffisaa fi ammayaa'aa ta'een hojjetudha...

26/12/2020

!
Dan Shechtman jedhama. Bara 2011 ALH Keemistiriin mo'ataa badhaasa Noobelii ture. Qorannoo yeroo dheeraaf adeemsiseen wantota 'Quasi-Crystals' jedhaman abuureetu kan badhaafame. Haga inni qorannoo kana qoratetti wantota hunda keessatti akkaataan teessuma atoomotaa kan addaan hin cinnedha jedhamee amanama ture. Shechtman garuu qorannoo isaatiin wantonni teessumni atoomota isaanii addaan ciccitoo ta'an akka jiran yeroo jalqabaaf mirkaneesse. Wantota kanas 'Quasi-Crystals' jedhee moggaasuun bu'aa qorannoo isaa biyya Siwiidinitti dhi'eesse. 'Quasi-Crystals' jechuun kiristaalota kiristaala fakkaatan jechuudha.
Qorannoo kana dhi'eessee badhaasa Noobelii bara sanaa dhuunfaadhaan fudhachuu danda'e. Akkuma fudhateen garuu rakkoo hamaan isa mudate. Maal inni? Namoonni bu'aa qorannoo isaa hubachuu dadhaban. Saayintistoota beekamoo hiriyyoota isaa ta'an dabalatee namoonni gurguddoo hedduun ni morman, itti qoosan. Taa'umsaa fi dhaabbii dhowwan.
Guutummaa addunyaa irratti kan beekamu atoomonni kiristaala tokko keessa jiran otuu wal irraa hin citiin wal irra nam'anii akka argaman ture. Sanaa ala wanti argame jedhamu kun dhugaa akka hin taane hunduu itti waliif galee namicha irratti duula. Arrabsoon inni arrabsame kan hamilee namaa cabsudha. Gareen qorannoo saayinsii inni miseensummaan keessa ture tokko, "Sababa keef maatiin saayinsii muka kolfaa ta'e. Kanaaf nu keessaa ba'i!" jechuun isa ari'an.
"Kiristaalli kiristaala fakkaatu kan kiristaala hin taane hin jiru. Saayintistiin saayintistii fakkaatu kan saayintistii hin taane garuu ni jira. Innis sidha!" jedhanii itti ge'isan. Saayintistiin beekamaan yeroo lama badhaasa Noobelii fudhate, Liinas Paawuliingi, dabalatee gurguddoonni akka malee itti qoosan, ittiin morman.
Dhuma irratti akka itti USA jiraatu dhabee biyya isaa Israa'elitti deebi'uuf dirqame. Waan hunda dhiisee deeme. Yuunivarsiitii achi jiru tokkotti qacaramee hojii eegale. Yeroo murtaa'e booda haala nama ajaa'ibuun argannoon isaa dhugaa ta'uun bira ga'ame. Hammamuu itti miidhamus, qorannoon isaa qorannoo guddaa akka ta'ee fi badhaasichi akka isaaf malu hunduu itti waliif gale. Warri kaleessa waan meeqa jedhee itti ge'ise yeelloo guddaan dhiifama gaafatan!
Namoonni dhaloota dursanii dammaqan hedduun haala kanaan miidhamaniiru. Giriigor Mendel, abbaan dhaal-maya (genetics) ammayyaa qorannoo ajaa'ibsiisaa taasiseen yaadatama. Akka abbaa oolmaa dhaal-mayaattis ilaalama. Wanti nama gaddisiisu garuu qorannoo isaa yeroo qorate namuu isa irraa hin fudhanne. Yoo xiqqaate bu'aa qorannoo isaa akka isaaf maxxansaniif namoota dhuunfaa fi dhaabbilee hedduu gaafatee ture. Namni tokko illee tole hin jenneef. Bu'aan qorannoo isaa fudhatama otuu hin argatiin namichi du'e. Inni du'ee waggoota hedduu booda qorannoo ajaa'ibaa akka qoratame bira ga'ame. Bakka hin jirretti leellifame.
Alberti Inistaayin qorannoo annisaa irratti qorate namootaaf ibsus dhaloonni yeroo sana ture hagas mara isa hin hubanne. Qorannoon sun garuu adeemsa addunyaa keenyaa kan jijjiire ture. Haala nama gaddisiisuun garuu qorannoo guddaa kanaaf badhaasa Noobelii hin badhaafamiin hafe.
Maatama Gaandiin falaasama fincila karaa nagaa addunyaaf kan gumaache ture. Nama nagaa! Gaafa inni du'e Alberti Inistaayin akkana jedhee yaada kenne, "Dhaloonni dhufu namni akka Gaandii foon uffatee lafa kana irra jiraataa ture jennee yoo itti himne amanuuf ni rakkata!" Namni akkanaa kun garuu badhaasa Noobelii hin badhaafamiin hafe. Maaliif? Dhaloonni isa hin hubanne.
Gabaabaatti ergaan koo kunooti: Dhaloonni si hubachuus si hubachuu dhiisuus ni danda'a. Itti dadhabdee gatii dadhabbii kee argachuus ta'e dhabuus dandeessa. Sun garuu si yaaddessuu hin qabu. Hojii gaariitti aduun hin dhiitu! Wanti dhaloota har'aa jalaa dhokate dhaloota boriitti mul'achuuf jira. Dhaloonni har'aa dhimma siif dhabuu malee, dhaloonni dhufu garuu hojii gaarii hojjetteef bakka ati hin jirretti siidaa seenaa siif dhaabuuf jira! Kanaafuu, badhaasaa fi beekamtii ittiin argachuuf otoo hin taane, hojjechuu waan qabduuf qofa hojii gaarii hojjedhu! Kaayyoo keetti cichi! Nan xumure!
!

ture. Ammoo miseensa waldaa Kaatoolikiidha. Teleskooppiin ilaalee lafti akka aduutti naannoftu ibse. "Aduun lafatti hin ...
15/12/2020

ture. Ammoo miseensa waldaa Kaatoolikiidha. Teleskooppiin ilaalee lafti akka aduutti naannoftu ibse. "Aduun lafatti hin naannoftu; lafatu aduutti naanna'a!" jedhee barsiise. Waan kun garuu aanga'oota amantaa Kaatoolikii akka malee aarse. "Kun uumama Waaqayyootti qoosuudha!" jedhan. Barumsa dogoggoraa kan Kitaaba Qulqulluu faallessu ta'uu isaa yaadan.
Barsiisa isaa kana akka dhaabu deddeebi'anii akeekkachiisan. Inni garuu ittuma fufee barsiise. Dhuma irratti adabuuf murteessan. Koreen adaba itti murteesse. Namicha fudhatanii gaara guddaatti ol ba'an. Roggeen gaarichaa cabbii uffatee jira. Baay'ee qorra. Uffata isaa irraa baasanii cabbicha irra ciibsan. Qullaa isaa. Isa booda hamma dhiigni isaa cobutti reeban. Reebicha guddaa qorra guddaa keessatti.
Baay'ee gidirfame. Dhuma irratti sagalee isaa dadhabee hollatuun akkana jedhe: "Yee jarana! Yokaan saayinsiin isiniif hin galu, yokaan immoo Kitaabni Qulqulluun isiniif hin galu. Lachuu keessaa hin qabdan. Akkan itti isiniif ibsun dhabe. Egaa akkam wayya?"
?
Waanan jechuuf jedhe jedheera. Dalga immoo akka na jalaa hin hiikne.
Halkan bareedduu qabaadhaa!
Ebbisaa Baayyisaa

Page kana like fi share  waan gootaniif galatoomaa
10/12/2020

Page kana like fi share waan gootaniif galatoomaa

Dhuguma waaqayyoo hin qopheessa!!! Isati qopheeffattu irra inni Waaqayyoo siif qopheessu hin caala!!!Isa siif qophaayee ...
10/12/2020

Dhuguma waaqayyoo hin qopheessa!!! Isati qopheeffattu irra inni Waaqayyoo siif qopheessu hin caala!!!Isa siif qophaayee jiru harkaan qabadhu!! Humna dhiiga Hoolichaan!

Jiraadhu Harme!!!
09/12/2020

Jiraadhu Harme!!!

Konfireensii magaalaa Hoolataa turerratti namoota Waaqayyoo faana  Waaqayyo yeroo gaarìi nuuf kenneera!Holata katama ben...
07/12/2020

Konfireensii magaalaa Hoolataa turerratti namoota Waaqayyoo faana Waaqayyo yeroo gaarìi nuuf kenneera!

Holata katama beneberen konfirensi lay ka Eg/hr sawoch gar Geta Dinqi gize satonal!

03/12/2020

“ስለዚህ ግን፥ የዘላለምን ሕይወት ለማግኘት በእርሱ ያምኑ ዘንድ ላላቸው ሰዎች ምሳሌ እንድሆን፥ ኢየሱስ ክርስቶስ ዋና በምሆን በእኔ ላይ ትዕግስቱን ሁሉ ያሳይ ዘንድ፥ ምህረትን አገኘሁ።”
— 1ኛ ጢሞቴዎስ 1፥16

“ሣራም፦ እግዚአብሔር ሳቅ አድርጎልኛል፤ ይህንንም የሚሰማ ሁሉ በእኔ ምክንያት ይስቃል አለች።”  — ዘፍጥረት 21፥6" Saaraanis, "Waaqayyo sababii ani ittiin kolf...
24/11/2020

“ሣራም፦ እግዚአብሔር ሳቅ አድርጎልኛል፤ ይህንንም የሚሰማ ሁሉ በእኔ ምክንያት ይስቃል አለች።”
— ዘፍጥረት 21፥6
" Saaraanis, "Waaqayyo sababii ani ittiin kolfu anaaf kenne, warri dhaga'an hundinuus anaa wajjin in kolfu" jette. "
(Uma 21: 6)

18/11/2020

በየቀኑ የምለቀቁት ነገር እንዲደርሶ Pro Waqo የምለውን
# ፐጅ_ላይክ_follow_ሼር_በማድረግ_ይከታተሉ ። እግዝአብሔር
ይባርካችሁ
ይህ ትንብታዊ መልዕክት ለአንድ ሰው እንድደርስ # ሼር ያድርጉ።

Tamir yehonal!!!!!Dinqiitu ta'a!!!!
14/11/2020

Tamir yehonal!!!!!
Dinqiitu ta'a!!!!

Gincii Magaalaa...Farfataa Tasgaraa faana Yeroo addaa qabaanne!!!
13/11/2020

Gincii Magaalaa...Farfataa Tasgaraa faana Yeroo addaa qabaanne!!!

Address

Adis Ababa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pro Waqo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category