Finfinnee Media Network

Finfinnee Media Network Fact information

 ‼️Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa akka biyyaa hin baqanne ajajni qaama immigireeshinii biyyatiif bahee jira‼️ Perezida...
03/04/2025

‼️

Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa akka biyyaa hin baqanne ajajni qaama immigireeshinii biyyatiif bahee jira‼️

Perezidaantichi dolaara Ameerikaa miliyoona 300 oliin biyya Ameerikaatti gamoo bitachuu isaa kan shakkame yoo ta'u qorannoowwan malaammaltummaa sadarkaa olaanaa kan birootiinis shakkamee mootummaa federaalaatin gamaaggamamaa kan jiru ta'us odeeffannoon gamasii argame ni ibsa.

Kanaaf yeroo ammaa perezidaantichi biyya keessaa baqatanii akka hin baane ajajni darbeera.
Hattuu ni hatti malee hin baatu.

09/07/2023
09/07/2023
29/03/2023

Hojii bareedadha.
06/03/2023

Hojii bareedadha.

04/03/2023
Konkolaattota 100 hojii eegalchiisuu*********Gaazexaa Bariisaa"Rakkoo geejibaa magaalaa teenya Finfinnee furuuf qarshii ...
11/02/2023

Konkolaattota 100 hojii eegalchiisuu
*********
Gaazexaa Bariisaa
"Rakkoo geejibaa magaalaa teenya Finfinnee furuuf qarshii biiliyoona 3.8 baasnee awutobisoota magaalaa ammayyaa istaandaardii idiladdunyaa eeggatan 200 bituun har'a konkolaattota awutobisii 100 hojii eegalchiisuu keenyaan daran gammadneerra.

Magaalaa guddoo keenyatti sochii diinagdeefi hawaasummaa guddachaa dhufe baay'ina ummataa dabalaa jiruun walqabatee tajaajila geejjibaarratti dhiibbaa kaa'e furuuf daandiiwwan ammayyaa'oo ijaaraa jirruun akkasumas sirna tiraafikaa ammayyaawaa dabalataan tajaajilli awutobisii magaalaa hawaasaa babal'isuuf xiyyeeffannoo itti kennuun guyyoottan tarbanuu sa'aatii 24:00 jabaannee dalagaa jirra.

Ji'oota shan dura awutobisoota 110 biraandii Ambassaatiin hojii eegalchiisnee kan turre yoo ta'u, har'ammoo waadaa keenya kabajnee biraandii 'Shaggar'n awutobisoota dabalataa tajaajilaaf qopheessineerra.

Hojiin kun akka dhugoomuuf deeggarsa olaanaa kan nuu taasise dhaabbata Biraayitan hedduu galateeffanna.
Waaqni Itoophiyaafi ummatashee baay'isee yaa eebbisu!!"
- Adaanach Abeebee, KMF

Kutaa Bulchiinsa magaala nifaas silkii laftootti hiriirri balaaleffaanna finxaaleeyyi adeemsifama jira.=================...
09/02/2023

Kutaa Bulchiinsa magaala nifaas silkii laftootti hiriirri balaaleffaanna finxaaleeyyi adeemsifama jira.
================================
Yeroo ammaa kanaa amaanta dawoo godhaachun jibbaa sabummaa warraa gaggeessa jiraanif akkaasumas siyaasaa mataa isaa gaggeeffachuf jecha sabaaf sablammii walittii busuuf yalaama jiruu har’aa dargaaggoon kutaa magaalaa nifaas silkii laftoo balaaleffaacha jiru.

08/02/2023
በቋንቋችን ፈጣሪን የማመስገን መብት አለን መብታችንን እናስከብራለን!የካቲት 5/2015 ዓ/ም በፊንፊኔነጭ ልብስ ለብሰን የምንወጣበት ታላቅ  ሰላማዊ ሰልፍ! (ቤተክህነት)_ምስረታን በማስመልከ...
06/02/2023

በቋንቋችን ፈጣሪን የማመስገን መብት አለን መብታችንን እናስከብራለን!
የካቲት 5/2015 ዓ/ም በፊንፊኔ
ነጭ ልብስ ለብሰን የምንወጣበት ታላቅ ሰላማዊ ሰልፍ!

(ቤተክህነት)_ምስረታን በማስመልከት የቀረበ በሰላማዊ ሰልፍ የሚደረግ የድጋፍ ጥሪ!
እንደሚታወቀው #ጥላቻ ያበደውና በኦርቶዶክስ ተዋህዶ ሀይማኖት ሽፋን የሚንቀሳቀሰው የካቲት 5/2015 ዓ.ም በመላው ኢትዮጵያዊያን ትግል ብሔር ብሔረሰቦች የተገናፀፉትን በራስ ቋንቋ የመገልገል መብት የሚፃረርና ጥቁር ልብስ በመልበስ የሚደረግን ሰልፍ ጠርቷል፡፡ አብዛኛው ኢትዮጵያዊ እንደሚገነዘበው የዚህ ቡድን ዓላማ ሀይማኖታዊ ሳይሆን ፖለቲካዊ ስልጣንን ለመቆናጠጥ ያሰረ፣ ፣ ዳግም ለመመለስ ያቀደ ነው፡፡

በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ታሪክ የመጀመሪያው በተባለለት የኦሮሚያና የብሔር ብሔረሰቦች ሲኖዶስ ተቋቁሟል፡፡ በዚህም ህዝቡ በተለያየ መልኩ ደስታውን እየገለፀ ይገኛል፡፡ የካቲት 5/2015 ፅንፈኞች እንደሚሉት የሀዘን ቀን ሳይሆን ለመላው ኦሮሞ ህዝብና ለብሔር ብሔረሰቦች የደስታ ቀን ይሆናል፡፡ በመሆኑም መላው ኦሮሞና ብሔር ብሔረሰብ የተጎናፀፈውን ይህንን መብቱን አሳልፎ እንደማይሰጥና መብቱ በፅንፈኞች እጅ ላይ እንደሌለ ለማሳየት ፈረሱን ጭኖ፣ በጋሻና ጦር ከብሮ፣ በነጭ ልብስ አሸብርቆ ወደ ፊንፊኔ መስቀል አደባባይ እንዲተም በክብር ተጠርቷል፡፡

መረሳት የለበትም! የካቲት 5 መላው ኦሮሞና ብሔር ብሔረሰብ የተጎናፀፈውን ድል ለማክበርና ከኦሮሚያና ብሔር ብሔረሰቦች ሲኖዶስ ጎን መቆሙን ለማሳየት የሚገናኝበት ታሪካዊ ቀን ይሆናል!

ዝርዝር ማብራሪያዎችን ለዚሁ የተቋቋመ ኮሚቴ ስለሚሰጥ በአንድ ሀሳብና መንፈስ እየተደማመጥን እየተዘጋጀን ቀኑን እንጠባበቅ!
ድል ለብሔር ብሔረሰቦች!
‼️

Address

Bole
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Finfinnee Media Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Finfinnee Media Network:

Share