Gemechis Abdela page

Gemechis Abdela page Galanni Rabbiif haa ta'u...!

اليوم يوم الجمعة صلو على رسول الله Baga guyyaa Jum'aa geessan salluu alaa rasuulillaahصلوات ربي وسلامه عليه
12/06/2026

اليوم يوم الجمعة صلو على رسول الله
Baga guyyaa Jum'aa geessan
salluu alaa rasuulillaah
صلوات ربي وسلامه عليه

Jum'عaa Bareedaa 🤍Obboleessa ko waliin🥰Tujjaara Ethiopia ka dur Aalamuddiin waliin😁
05/06/2026

Jum'عaa Bareedaa 🤍
Obboleessa ko waliin🥰
Tujjaara Ethiopia ka dur Aalamuddiin waliin😁

Eid guyyaa 2ffaa Irra deebiin baga geessan!
28/05/2026

Eid guyyaa 2ffaa Irra deebiin baga geessan!

Har'a Arafaa dha! Guyyaa araaramni RAHMAAN dhangala’u!Rahmaan nuuf haa rahmatu لا تقنطوا من رحمة الله Rabbiin nuuf haa a...
26/05/2026

Har'a Arafaa dha!
Guyyaa araaramni RAHMAAN dhangala’u!
Rahmaan nuuf haa rahmatu لا تقنطوا من رحمة الله
Rabbiin nuuf haa araaramuu

17/05/2026

Guyyoota Ulfaattu As deemtu kana Keessa Nama Milkaa,u Rabbi Nu Haa Taasisu.!

Makkatti dhalannaan:Mukarramaa taate. Madiinatti godaannaan;Munawwaraa taate!   Qalbii teenya itti amannaan:Muxahharaa t...
15/05/2026

Makkatti dhalannaan:Mukarramaa taate.
Madiinatti godaannaan;Munawwaraa taate!
Qalbii teenya itti amannaan:Muxahharaa taate!
Salluu Alaa Rasuulillaah.
اللهم صل وسلم وبارك على محمد وآله وصحبه اجمعين

09/05/2026

🚘Sagantaa Kennaa (Hadiyyaa) Konkolaataa Sheikh Muhammad Zabuur Irratti, Haasawa Kabajamoo Ustaaz Raayyaa Abbaamacca ♥️🫰

Nabii Keenya Irratti Salawaata Haa Buusnu!                              اللهم صل على سيدنا محمد وعلى اله وصحبه اجمعين
08/05/2026

Nabii Keenya Irratti Salawaata Haa Buusnu!

اللهم صل على سيدنا محمد وعلى اله وصحبه اجمعين

04/05/2026

Ay she Hamza��

Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni ...
22/08/2025

Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni dandeessa.....!!

Address

Dire Dawa
300

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemechis Abdela page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share