
19/01/2025
As wr wb qophiin muhadaraa
kana fakkatti eyba Maadda haraashiiti fi barattota majlisa manba’ul Ilmi mag/ Dire dawaa
kan She Abdella Abrahim Albokiyi Arran Tana alhada sa’ati 3 irra jalqabe Hanga sa’ati 7 tti xumurama.