Oro•light

Oro•light Oro•light (O•L) afaan. Aadaa.seenaa. fi oromiya. irraatii huunda'ee Kan hojjatudhaa. Wal-qiixxum

04/03/2023
09/08/2021

31/10/2020

HIRIRAA Paris ful, 24,2020

Ashaama!! Video gababduu halaa hin baraminin 4kiloo sennee warabnee. Bor fulaa FB kenyaa kanarrattii argatuu. Akkasumaa....
03/08/2020

Ashaama!!
Video gababduu halaa hin baraminin 4kiloo sennee warabnee.
Bor fulaa FB kenyaa kanarrattii argatuu.
Akkasumaa.
Gabaasaa dandiiwwaan gurguddoo oromiyaa laabsii qerrootiin cufamaanis.

30/07/2020

Nafxaanya gafaa qeerroo sodachisuu yalaan jawar dhufnan. "Never again " 😁👇

24/05/2020

Idaa garii, Obbolewwaan muslimaa, idaa ittii milkoftaan akkaa isinii ta'uu hawwiinaa.
Orolight

Ashaamaa!! Oro•light. •Kaayoo hunda'eef dhugomsuuf carraaqqii hedduu irrattii argamnaa. •Kaayyoon kenyaa guuddaan afaan ...
05/05/2020

Ashaamaa!!
Oro•light.
•Kaayoo hunda'eef dhugomsuuf carraaqqii hedduu irrattii argamnaa.
•Kaayyoon kenyaa guuddaan afaan oromootiin qophilee hedduu qoopheesinee hawasaa kenyaa barumsaan daraan ciimsudhaa.
•Yeroo dhihoottii waa huundaa guuttannee as banaa.
Hangaasifuu fuula Facebook fi you tube kenyaa hiriyyotaa kessaan isiin wajjiin ta'anii akkaa nuu hordofaan tasisaa.
Haamileen kessaan daraan akkaa cimnuu nuu tasisaa. Galatomaa!
Gare Oro•light irraa.

23/04/2020

Ramaadan Karim.
[Oro•light]

Koloneel HUSEEN QAANQUU. Eblaa 15 Guyyaa gototaa oromo.
15/04/2020

Koloneel HUSEEN QAANQUU. Eblaa 15 Guyyaa gototaa oromo.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro•light posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share