Oromia Page

Oromia Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Page, Digital creator, Addis Ababa.

20/04/2025

Baga geessan💥

AYYAANA GAARII!💥

04/03/2025

Dimookraasiin Itoophiyaa keessatti dhalate Itoophiyaa dhuma keessatti du'e.😌

RIP  Dr Artist Ali Bira😥😭😭
08/11/2022

RIP Dr Artist Ali Bira😥😭😭

14/07/2022

Qaroomina Sirna gadaa irraa kaasee Oromoon Jireenya isaa hunda Aartidhaan Wal simsiisee jiraachaa ture....Jalqabbiin Aartii Oromoo kan warra Awurooppaa waliin garaagarummaa baraa qabaachuu baatus Kan warra Awurooppaa Barreefffamaan Kan Oromoo ammoo Afoolan ture.dhaloonni Jaarraa kanaa ammoo Isa Afoolan ture gara Barreffamaatti jijjiiru Saayinsii Aartii Fayyadamee hojjechuutti ka'eera.haaluma kanaan Fiilmiin Saamsoon Mokonnin Lataa KEESKOO jedhu Aadaa, Seenaa fi Duudhaa Ummata Oromoo irratti hundaa'e hojjetamee Xummuramee Eebbaf gaheera.
Fiilmii kun Waan hundaan Sadarkaa isaa eeggatee kan hojjetamedha.
Fiilmiin kun Sadarkaa Industirii Oromoo Biyyarra darbee Sadarkaa Industirii Addunyaatti dorgomuu kan danda'uudha....kanaafuu Fiilmii Seena Qabeessa kana Guyyaa Eebba isaa Gaafa Guyyaa 16/11/2014/2022 Hooteela Giraand Eeliyaanaa Birbirsa Goorotti argamutti dhuftanii yoo Eebbisiftan ni Gammaddnii galtu.
Koottaa Aartii Oromoo Jajjabeessaa.
Share gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa

    bagaa nagaan nuu baatee❤️💚❤️
25/05/2022



bagaa nagaan nuu baatee❤️💚❤️

13/05/2022
08/02/2022

OROMIYAA BIYYAA KOO JANNATA LAFAA IRRAA🎄🎄

Address

Addis Ababa
0987

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share