Yohannes Bekele Page

Yohannes Bekele Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yohannes Bekele Page, Finfinnee, Addis Ababa.

09/08/2026

04/08/2026
12/07/2026

Karaa YouTube barachuuf link comment irra jira.

“I think someone is following me”  Namni tokko na hordofaa  jira natti fakkaata jechuudha.​Ibsa (Explanation)​Gaalee kan...
12/07/2026

“I think someone is following me” Namni tokko na hordofaa jira natti fakkaata jechuudha.
​Ibsa (Explanation)

​Gaalee kana yeroo baay'ee kan itti fayyadamnu, yeroo karaa irra deemaa jirru ykn konkolaachisaa jirru namni biraa ta'e jedhee ykn haala shakkisiisaa ta'een nu duuba deemaa akka jiru yeroo nutti dhaga'amu (yeroo shakkinu) dha. Kunis sodaa ykn of-eeggannoo ibsuuf gargaara.

​Fakkeenya (Examples)

1.​ I think someone is following me; I should walk faster.

Namni tokko na hordofaa jira natti fakkaata; saffisaan tarkaanfachuu (deemuu) qaba.

2. ​Let's go into this shop. I think someone is following me.

​Kottaa suuqii kana keessa seennu. Namni tokko na hordofaa jira natti fakkaata.

3. I am safe now, but earlier I thought someone was following me.

Amma nagaan jira, garuu duraan namni tokko na hordofaa jira natti fakkaatee ture.

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yohannes Bekele Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share