Dire Media Network DMN

Dire Media Network  DMN Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dire Media Network DMN, Media/News Company, Dire Dawa, Addis Ababa.

22/10/2023
15/09/2023

𝐒𝐭𝐚𝐫𝐭𝐢𝐧𝐠 𝐗𝐈 🆚 Bayer 04 Leverkusen!

03/08/2022
Artistoota Gameeyyii Oromoon qabdu❤💚❤Gelana &Leta
03/08/2022

Artistoota Gameeyyii Oromoon qabdu
❤💚❤
Gelana &
Leta

Makmaaksa oromo
02/08/2022

Makmaaksa oromo

29/07/2022

- Tesh*tee Waaqoo jedhama.
- Godina Arsiitti dhalatee guddate
- Biyya Ameerikaa keessa waggoota baay’eef kan ture yoo ta’u yeroo ammaa kanatti immoo kutaa Minnesota, magaalaa Brooklyn Parkitti mana mareef (City Council) magaalaa ta’uuf dorgomaa jira.
-
Dheengadda Tesh*te waliin yommuu wal arginu;
Ana - “Obbo Tesh*te, filamuun kee Oromoofi Oromiyaaf bu’aa maalii qaba?”
Tesh*te -
“- Sagaleen Oromoo caalaatti akka dhaga’amu dhibbaa nan taasisa
- Biyya kanatti wanti Oromoo fakkaatu akka calaqqisu, mallattoon Oromummaa akka mul’atu gumaachan godha
- Magaalaan Brooklyn Park fi magaalonni Oromiyaa walitti dhufeenya hawaasaafi daldalaa akka qabaatan nan hojjedha
- uummanni bulchiinsa Brooklyn Park jala jiru uummata Oromoo biyya keessaafi biyya alaa jiru waliin hidhata akka qabaatan nan hojjedha.
- Dhaloonni Oromoo Ameerikaa jiraatu afaaniifi duudhaa isaa eeggatee akka guddatuuf wixinee addaa addaa qopheessee hojiitti nan gala…”

Kanneen abjuu kana dhugoomsuu feetan, Brookyln Park fi naannooshee kan jiraattan August 9, 2022 baatanii Tesh*te Waaqoo akka filattan kabaja guddaan gaafatamtaniittu.

Tesh*te Wako for Brooklyn Park City Council

Milkii gaarii!

Address

Dire Dawa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dire Media Network DMN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share