Chacha MS

Chacha MS Jabina Gooftaan anaaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'a
Flp 4:13 GOD IS Good

‎ 'eel_Amanuu‎=== ?‎‎Daani'eel Amanuu ‎Abbaa Tajaajiltoota hedduuti.fakkeenya hojjetoota Wangeelaa danuuti.‎‎Horroo Gudu...
29/04/2026

‎ 'eel_Amanuu
‎=== ?
‎‎Daani'eel Amanuu
‎Abbaa Tajaajiltoota hedduuti.fakkeenya hojjetoota Wangeelaa danuuti.

‎Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti nama Shaambuu ka'ee Miilaan Suluula Finca'aa, Qarree Waatiyyoo, Daduu, Kombolcha, Finca'aa, Amuruu, Haratoo, Jaartee, Jaardagaa miilaan deemee Waaqayyoo fi saba Waaqayyoo tajaajilaa turedha.

‎Kun naa ta'e, kun naa ta'uu dide, kun bal'ate kun natti dhiphate, maqaa kanatu naa mala, bakka kanatu na ilaallata jedhee isaa hokkora kaasu seenaan isa hin himu. Iji isaa Waamicha isaa qofarra ture.

‎Mootummaa seexanaa Waaqayyo karaa isaa diige hedduudha.
‎Oromiyaa keessa lafa miilli isaa deemee hin tajaajille baay'een hin jiru.
‎Nama Seexanaaf Mootummaa Seexanaatti Abidda Saafaa ta'edha.

‎Dheebuun inni ulfina Waaqayyoof qabu yeroon yaadadhu nan boo'a 😭

‎Sababii ayyaanni isaaf baay'ateef waltajjiin inni irra tajaajilu garaagarummaa qaba. har'a eenyu tajaajilaa gaaffii jedhuuf Dani'eel Amanuu jedhamnaan namni bariidhaan ka'ee bakka qabata.
‎‎_Daani'eel Jaalalatu miila lamaan lafa deema si jechiisiisa.

‎‎ 'a
‎Erga Waggaa 3 as Dhukkuba Dhiibbaa dhiigaa(Strock)n qaamni isaa gar-tokkeen sochii dhaabee, Afaan isaas waan hin dubbanneef daanii durii har'a argaa hin jirru.

‎ ,
‎Amantoonni naannoo sanaa, kan inni dur yeroo fayyaa isaa Rooba fi Caama, Beela fi Dheebuu, Fagoo fi Dhiyoo, Haala nagaaa fi Jeequmsa otuu hin jedhiin jireenya isaa Wareegee isin tajaajilaa ture Hammam keessan kana quba qabduu?

‎Waldooleen Naannoo sana kan yeroo inni fayyaa isaa ture haala namni keessa deemuu hin qabne keessa deemee dhufee isin tajaajilaa ture, har'a yeroo inni kanatti hammam itti deemtanii jirra jettuu?

‎Obboloonni Tajaajila Daanii jaalattan kan fageenya irra jirtan hammam kana quba qabduu?
kana godhaa warri naannoo sana jiraattan dhimma kanarratti hojjedhaa.
Keessumattuu


Lakkoofsi Baankii (Haadha manaa isaaniitiin kan baname):
• Maqaa:
• Baankii daldala Itoophiyaa (CBE): 1000711001739
• Baankii Awaash: 013471724390700

Waan deeggartan naga’ee (screenshot) godhaa karaa keessaa naaf ergaa. Waaqayyo nagaafi fayyaa guutuu isiniif haa kennu. Deeggarsa gootaniif gamanumaan ulfaadhaa!

Har'a hundumtuu fira keeti😭😭Fakkeenyaa Dubartoota Turte. Garuu Si ciqilan. bilisummaa si dhoowwan. sitti duulan. Biyya n...
29/04/2026

Har'a hundumtuu fira keeti😭😭
Fakkeenyaa Dubartoota Turte.
Garuu Si ciqilan. bilisummaa si dhoowwan. sitti duulan. Biyya namni hatee jiraatutti, bilisummaa ati ofiif kennite si dhorkachuuf olola miidiyaa Hawaasaan si hadheessaa turan.Anaan giiftiikoo Nama si hubatu dhabede
Jechaa namaa dadhabde dhugaa qabda.
Jechaafi jecha namaa haqattee, jabaatte osoo Jennuu lubbuun Kee darbuu Yoon dagahu Hedduun gadde. Nan laafe. humnan dhabe. qaamaan si beekuus baadhu Kutannoofi bilisummaan ati ofiif kennitu Fakkeenya dhalootaa ture. Nagaan boqadhuun nama hin galchituu, nagaan boqodhu.😭😭😭

✓Yoo kadhatte   ni dhaga'a💯✓Yoo dhageeffatte   ni dubbata💯✓Yoo amante   ni hojeta💯                          ❤      guyya...
03/01/2026

✓Yoo kadhatte ni dhaga'a💯
✓Yoo dhageeffatte ni dubbata💯
✓Yoo amante ni hojeta💯

guyyaa milkii qabadha
Çhãçhä D Kûmã

03/08/2025

🇪🇹 Ethiopian Finance ForumÇhãçhä D Kûmãûmã

02/08/2025

"ERP (Enterprise Resource Planning) Cloud-based – BI (Business Intelligence) with integrated data for faster, smarter decisions. Modern technology to grow your business

02/08/2025

Check out Chacha Market Solution 🛒’s video.

23/07/2025

Artificial Intelligence (AI) Training for Banking Sector
ethiobusiness
Chacha Market Solution
Çhãçhä D Kûmã
For online Training
0924045154

21/07/2025

AI Training

Licensed Electronics and Stationary Import  Trading:✔️Computer✔️Printer✔️Stationary ✔️Or any other Electronic Devices 🥇 ...
25/06/2025

Licensed Electronics and Stationary Import Trading:
✔️Computer
✔️Printer
✔️Stationary
✔️Or any other Electronic Devices

🥇 Licensed to engaged in E-commerce, online Marketing and Service Delivery.

☎️ 0924045154

https://t.me/chachamarketsolution

Jabina Gooftaan anaaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'aFlp 4:13Çhãçhä D Kûmã
31/08/2024

Jabina Gooftaan anaaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'a
Flp 4:13
Çhãçhä D Kûmã

09/07/2024

Address

AA
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chacha MS posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share