14/11/2025
Master Abinet Kebede
🤲🏻
Hundi keessan Challenga kanatti hirmaadhaa!
Nama gaarummaa hojjatuuf gaarii, kan qajeelummaa qabuuf hojii gaariin yoo tumsine hoo? master abinet kebede guyyaa tokkotti deeggarsa Abiref waamicha taasifameef tole jechuun osoo dhukkubsatuu sa'a 8 ol Live irra taa'ee qarshiin miliyoonni 5 ol akka walitti qabamu taasisuun namummaan maal akka fakkaatu nutti agarsiiseera. Deeggarsa halkan tokkotti walitti qabame kana osoo Guest isaa irratti ta'uu baatee qarshii miliyoona 5.4 walitti qabuuf guyyaa meeqa akka nutti fudhatu tilmaamuun nun dhibu. Egaa oolmaa inni obboleessa keenyaaf oole kana deebisuus baatu nutis waan isaaf gochuu qabnu keessaa hojii salphaa kana hojjannee yoo xiqquma gammachiisne hoo?
Dhaabbanni jedhamu akkaawuntii Tiktok isaa follower 500k yoo gale Master Abinnetiif konkolaataa akka badhaasu waadaa galeera. Fuulli Tiktok kun yeroo ammaa 336k irra jira. Namoota 124k qofatu hafa jechuudha. Kanaaf Namoonni Tiktok irratti follower hedduu qabdanu beeksisa hojjattaniifii guyyaa 2n kanatti 500k guunnee xiqquma haa gammachiisnuu Adaraa🤲🏻
Link👇
https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZM-91MrfO3JPDg