28/06/2025
Imala daldala forex jalqabuun baayāee tabba guddaa fakkaatee sitti dhagaāamuu dandaāa taāaš, keesumaa pilaatifoormiiwanii fi tooftaaleen daldalaa hedduu taāan waan jiraniif, kamiin jalqaba jechuuf rakkatta taāa. Jalqabuuf pilaatifoormii fi qajeelfama daldalaa sirrii taāe argachuun murteessaadha. Exness, faddaala/broker/ daldala forex beekamaa industirii daldalaa kana keessatti, pilaatiformii dhaqqabamaa fi fayyadamuudhaaf mijataa tahe dhiyeessa. Qajeelfamni balāaan kun waaāee daldala forex warra Exness irratti jalqabuuf deemtaniif, waan beekuu qabdan hunda keessa isin qajeelcha, amaloota isaa, akkaataa itti jalqabdan, fi barnoota isaa balāinaan argattu.
Dhuma barruu kanaa irratti, akkaataa daldala forex, Exness irratti jalqabdan irratti hubannoo ifa taāe qabaattuš„°. Qajeelfama kana tartiiba tartiibaan hamma xumuraatti dubbisuun hubannoo keessan cimsuu dandeessu. Wantoota isiniif hin gallee fi gaafachuu barbaaddan, karaa sanduuqa yaada irraan nuun gahuu dandeessu, isiniif deebisna. Guutuu barruu kanaa liinki comment irratti argattu!
Seensa Imala daldalaa forex jalqabuun baayāee tabba guddaa fakkaatee sitti dhagaāamuu dandaāa ta'a,