Roba.A

Roba.A Ofiis ta'ee namaas hin jajin, atiis boru jajamuun keen oolu waan ta'ef...?

18/05/2025
23/04/2025
23/04/2025

Kurmaana sadan darban hojii gama paartiin hojjetameen milkaa'inni argamuu,Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Itti gaafatamaan siyaasaa, Obbo Namarraa Bulii himan.

'OBN Cyber Media' Ebla 15,2017- Miseensota gahoomsuu, mariiwwan hoggansa,miseensaafi hawaasa bal'aa hirmaachise karaa milkaa'ina qabuun mari'atamuus himan.

Gurmaa'iinsa gandaa cimsuufi Humnoota hidhatanii socho'an waliin marii karaa nagaan godhames milkaa'inni guddaan kan itti argame ta'uu himan.

Yeroo hafe keessatti bakkeewwan harcaatiin hojii itti mudate irratti deeggarsiifi hordoffiin cimee akka itti fufus dubbatan.Akaaluu Baqqalaan.

Hojii miidiyaa fi Kominikeeshinii dhiibbaa addunyaa dhugaan boodaa qolachuu dandeessisu hojjechuun ol aantummaa seeneess...
23/04/2025

Hojii miidiyaa fi Kominikeeshinii dhiibbaa addunyaa dhugaan boodaa qolachuu dandeessisu
hojjechuun ol aantummaa seeneessa waloo mirkaneessuuf hojjetamuu qaba "Obbo Kaffaaloo Tafarraa"!

22/04/2025
ከአዲስ አበባ እስከ ካናዳ- ከአሜሪካ እስከ ሐዋሳ የተዘረጋ የሴራ መረብ ********************የብርቱካን ያልሆነን የብርቱካን ታሪክ በመፍጠር ከሀገር ውስጥ እስከ ውጭ ሀገር የደረስ...
10/04/2025

ከአዲስ አበባ እስከ ካናዳ- ከአሜሪካ እስከ ሐዋሳ የተዘረጋ የሴራ መረብ
********************

የብርቱካን ያልሆነን የብርቱካን ታሪክ በመፍጠር ከሀገር ውስጥ እስከ ውጭ ሀገር የደረስ የሴራ መረብ ተዘርግቷል።

ሀገር ለማፍረስ ከአዲስ አበባ እስከ ካናዳ- ከአሜሪካ እስከ ሐዋሳ የሴራ መረብ በመዘርጋት የተንቀሳቀሰው እና የታለመለትን አገራዊ ጥፋት ሳያደርስ የከሸፈው ሴራ ሆኗል።

ሐገር ለማተራመስ የተቀናጀ የብርቱካን ያልሆነ የብርቱካን ታሪክ ላይ በመመስረት የተቀናጀ ሴራ በመጠንሰስ ብዙ የተንኮል መንገዶችን ተጉዟል።

ይህንን እኩይ አላማ ከግብ ለማድረስ ምልምል ተዋናኝ ተመርጠው፣ ሐሰተኛ የታሪክ ገፅ ነድፈው እና የእልቂት ድርሰት ፅፈው ተንቀሳቅሰዋል።

ይህ ፊልም ዋና ዓላማው ሕዝብን አደናግሮ ቁጣ በመቀስቀስ እልቂት እንዲፈጸም ማድረግ ይህ ሁሉ ድግስ ሕዝብን ለማደናገር፣ ሀገር ለማፍረስ እና የሴራ ተልዕኮን ለመወጣት ነበር ።

ከአዲስ አበባ እስከ ካናዳ፤ ከአሜሪካ እስከ ሐዋሳ በተዘረጋው የሴራ መረብ የተጠነሰሰው የጥፋት ድግስም ውጥኑ ሙሉ ለሙሉ ከሽፏል።

#ብርቱካን #እውነታ #ደምቢዶሎ #ኢቢኤስ #ሴራ

10/04/2025

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Roba.A posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Roba.A:

Share