20/04/2024
Baankiin Gadaa Leenjii Hubannoo Nageenya saayibarii Miseensota Boordii fi Maneejimantii Baankichaaf guyyaa har'aa Eebla 11 bara 2016 Hoteela Intarnaashinaala Ililliitti kennaa ture milkiin Xumureera.
The board members and management of Gadaa Bank have successfully finished the cyber security awareness creation training conducted today, April 19, 2024, at the Ilili International Hotel.
ገዳ ባንክ በዛሬው ቀን ሚያዝያ 11 ቀን 2016 ዓ.ም ለባንኩ የቦርድ አባላትና ማኔጅመንት አባላት በኢሊሊ ኢንተርናሽናል ሆቴል ሲሰጥ የነበረውን የሳይበር ደህንነት ግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና በተሳካ ሁኔታ አጠናቋል።