Melka Soda TVET College Page

Melka Soda TVET College Page Give Training

Haali duree Qophii Leenjii Leenjiin Gahuumsa Dijitaalaafi Hojii Uummachuurratti xiyyeeffate Aanaa Malkaa Sooddaa  keessa...
12/03/2025

Haali duree Qophii Leenjii
Leenjiin Gahuumsa Dijitaalaafi Hojii Uummachuurratti xiyyeeffate Aanaa Malkaa Sooddaa keessatti kan marsaa duraa guyyaa boru eegala KBLTO Malkaa Sooddaa Walin ta'uun

Bitootessa 04, 2017 Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa Kolleejjii Teekinooloojii Ameerikaatti Sagantaa "SEED" (SEED Program) waliin ta'uun Leenjii Gahuumsa Dijitaalaafi Hojii Uummachuu guutummaa Ormiyaatti dargaggoota kennamu

Hub:-Akka Aanaa Keenyatti

Haali duree Qophii Leenjii Entrepreneurship KBLTO Malkaa SooddaaBitootessa 4/07/2017
12/03/2025

Haali duree Qophii Leenjii Entrepreneurship KBLTO Malkaa Sooddaa
Bitootessa 4/07/2017

External Green and  Internal Clear  TVET College         Oduu GammachisaaMelka Soda TVET College Page🌴🌳 Green TVET Colle...
16/01/2025

External Green and Internal Clear TVET College
Oduu Gammachisaa
Melka Soda TVET College Page
🌴🌳 Green TVET College 🌴🌳

16/01/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Eftiyom Melesa Mamo, Baha Biiftuu, Yaa Rabbii, Dinqaa G Tujii

External Green and  Internal Clear  TVET College         Oduu GammachisaaMelka Soda TVET College Page🌴🌳 Green TVET Colle...
16/01/2025

External Green and Internal Clear TVET College
Oduu Gammachisaa
Melka Soda TVET College Page
🌴🌳 Green TVET College 🌴🌳
Amajjii 2017
KBLTO Malkaa Sooddaa bara 2017tiif leenjii kennu Cinatti
Buufaata Biqiltuu Kolleejjicha irratti Biqiltuwwan Nyaataf fi Gaddisaa Olaana qopheessu Egaalee jira.

Melka Soda TVET College     Green TVET
09/11/2024

Melka Soda TVET College
Green TVET

Melka Soda TVET College     Green and Clear  TVET CollegeOduu GammachiisaaQabxii  Simannaa Leenjifamtoota Barnoota   Lee...
22/10/2024

Melka Soda TVET College
Green and Clear TVET College
Oduu Gammachiisaa
Qabxii Simannaa Leenjifamtoota Barnoota Leenjii Tekinikaa fi Ogummaa Kan Bara 2017

Melka Soda TVET College   ..... internal  Green and External  Clear ......              TVET CollegeAanaa Malkaa Sooddaa...
27/09/2024

Melka Soda TVET College
..... internal Green and External Clear ......
TVET College
Aanaa Malkaa Sooddaatti KBLTO M/Soodda Meeshaalee Barnootaa Maatii Barattoota Harka Qalleeyyii bituun Deeggaree.

Fulbaana 16/2017,KBLTO M/Sooddaa.
********************************
********************************
Godina Gujii Lixaa Aanaa malkkaa sooddatti KBLTO M/sooddaa Meeshaalee Barnootaa Maatii Barattoota Harka Qalleeyyii bituun Deeggaraniiru.

kolleejjichi yeroo baay'ee deegarsa garagara godha turun isa ni beekama,ammas bifuma kanaan duraatiin tajajila lamumma hojjata turee Barattoota maatii harkaa qaleeyyii te'an baratootta 40(Afurtama) oliif deegarsa godhu I/A/Diinii Instr. Dessaleenyi Duubee himan.

Kaayoon kolleejjicha inni guddaan hojii leenji biratti dabaluudhaan hawaasaa naannoo kana tajajilaa akka jiru Abbaa Adeemsa faayinansii kolleejji BLTO M/Sooddaa obbo Garamoo Bayyanaa himani, dhaadannoo nuyi barannee,dhaloonni duuba keenyaa barumsa dhabuu hin qabu jedhuun barattoota maatii harka qalleeyyii,meeshalee barnootaa KBLTO M/soodda bituun deeggarsa taasiseera.

Dabalataan yeroo itti aanus hawaasa keenya cinaa ni dhaabbanni kan jedhan I/A Instr. Abbaabboo Baallii milkaa'inni keenya inni duraa hawaasa keenyaaf dursa kennuu dha jedhaniiru.

Qamooleen gama garagaraatiin sagantaa kanaratti argaman keenna tajaajila kun dhaabbiin akka itti fuufu tumsi gama hundaan jalqabame kun itti fufa jechuun himani,qaamolee hojii eebbifamaa kana hojjatan galateeffataniiru.

11/09/2024

{B}
{A}
{G}
{A}
{G}
{E}
{E}
{S}
{S}
{A}
{N}
{!}
Barri 2017 Kan
1)*~{Nagaa}
2)*~{Jaalala}
3}*~{Gammachuu}
4)*~{Kabaja}
5)*~{Eebba}
6)*~{Badhaadhina}
7)*~{Milkaa'ina}
8)*~{Injifannoo}
9)*~{Miidhagina}
Isiniif Haa Ta'uu!. Maatii,Fira fi Hiriyaa Keessan Waliin Baga Geessan🌹🌼🌼🌼🌼🌼🌹🌹🌹

11/09/2024

🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
🌻2017πŸŒ»αˆ˜αˆαŠ«αˆπŸŒ»αŠ α‹²αˆ΅ αŠ αˆ˜α‰΅πŸŒ»

🌻🌻🌻
αˆ˜αˆαŠ«αˆπŸŒ»αŠ α‹²αˆ΅α‹“ αˆ˜α‰΅
መልካም🌻 αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅
መልካም 🌻 α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αˆˆα‹ˆα‹³αŒ„ 🌻 α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
🌻🌻🌻🌻 αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅
α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅
α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅
α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅
α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅
α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅ 🌻🌻🌻🌻
🌻መ🌻ል 🌻ካ🌻ም🌻🌻🌻🌻
πŸŒ»αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅πŸŒ»α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅ 🌻

🌻 🌻 🌻
🌻መል🌻🌻🌻ካም🌻
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
αŠ πŸŒ»α‹²πŸŒ»αˆ΅ α‹“πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅
🌻መ🌻ል🌻ካ🌻ም🌻
🌻 🌻 🌻


πŸŒ»πŸŒ»αŠ α‹²αˆ΅
πŸŒ»πŸŒ»πŸŒ»αŠ αˆ˜α‰΅
🌻🌻መ🌻ልካም
πŸŒ»πŸŒ»αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
αŠ α‹²αˆ΅πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅
🌻መልካም 🌻 αŠ α‹²αˆ΅α‹“αˆ˜α‰΅
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
αŠ α‹²αˆ΅α‹“αˆ˜α‰΅πŸŒ»αˆˆα‹ˆα‹³αŒ„πŸŒ»πŸŒ»
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

🌺 α‹­πŸŒ»αˆ…πŸŒ»πŸŒ»αŠ πŸŒ»αˆ˜πŸŒ»α‰΅πŸŒ»πŸŒΌ
α‹¨πŸŒ»αˆ°πŸŒ»αˆ‹πŸŒ»αˆπŸŒ»πŸŒ»αŠ αˆ˜α‰΅πŸŒ»πŸŒ·
α‹¨πŸŒ»απŸŒ»α‰…πŸŒ»αˆ­ πŸŒ»πŸŒ»αŠ αˆ˜α‰΅πŸŒ»πŸŒ·
α‹¨πŸŒ»αˆžαŒˆαˆ΅ 🌻
α‹¨πŸŒ»αŠ­α‰₯ር 🌻
α‹¨πŸŒ»αˆΉαˆ˜α‰΅πŸŒ»
α‹¨πŸŒ»α‰³αˆ‹α‰…αŠα‰΅πŸŒ»
πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅ 🌼
🌻🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌻🌷🌹πŸ₯€
πŸŒ»α‹­πŸ₯€αˆπŸŒΉαŠ•πŸŒ·αˆ‹πŸŒΌα‰½πŸŒΉαˆ 🌾
🌻πŸ₯€ 🌼 πŸ₯€πŸŒΉπŸŒΊ 🌷
πŸŒ»α‹¨α‰ αˆ¨αŠ¨α‰΅ 🌻
πŸŒ»α‹¨αˆΉαˆ˜α‰΅ 🌻
πŸŒ»α‹¨αˆαˆ­α‰ƒα‰΅ 🌻
πŸŒ»α‹¨αˆ˜αŒα‹›α‰΅ 🌻
πŸŒ»α‹¨αŠ¨αα‰³ 🌷🌻
πŸŒ»α‹“αˆ˜α‰΅ 🌷🌻
🌻 α‹­αˆαŠ• 🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻🌼🌼🌼

πŸ‡ͺπŸ‡Ήαˆ€αŒˆαˆ«α‰½αŠ• αˆ°αˆ‹αˆ α‹¨αˆα‰΅αˆ†αŠ•α‰ α‰΅ πŸ™ πŸ•ŠπŸŒ»πŸŒ»
🌻🌻🌻 α‹«αˆ°α‰₯αŠα‹ α‹¨αˆšαˆ³αŠ«α‰ α‰΅

Melka Soda TVET College...........   .........    .....   External Green and  Internal Clear  TVET College              ...
24/07/2024

Melka Soda TVET College........... ......... .....
External Green and Internal Clear TVET College
2024

Melka Soda TVET College..........   ...........  ..........  External Green and  Internal Clear  TVET College      Year ...
24/07/2024

Melka Soda TVET College.......... ........... ..........
External Green and Internal Clear TVET College
Year 2016

Address

Addis Ababa
SODA

Telephone

0913587210

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Melka Soda TVET College Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category