Qajela Hisa

Qajela Hisa " gad of deebisuu fi Waaqayyoon sodaachuun, qabeenya, ulfinaa fi jireenya namaaf in kenna." Fak 22:4

Mamisho ko, Jagna ko, warqeeko baga milkoofte obboleettii XiqqookooπŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°
16/07/2025

Mamisho ko, Jagna ko, warqeeko baga milkoofte obboleettii XiqqookooπŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°

30/05/2025

15/04/2025

EBILA-15
GGO

Namootni eenyummaa keetiin si hin jaallanne taanaan ofii kee osoo hin taane namoota jijjiiri.If people don't like you fo...
09/02/2025

Namootni eenyummaa keetiin si hin jaallanne taanaan ofii kee osoo hin taane namoota jijjiiri.

If people don't like you for who you are, change people, not yourself
━━━━━━━━━━━

Jechamoota Hayyoota Addunyaa

  Self!
12/11/2024

Self!

Gammachuuf gonkumaa nama kamirrattiyyuu hin hirkatin. Karaa mataa keetii tolfadhuu kophaa kee itti gammadi.━━━━━━━━━━━Fo...
23/10/2024

Gammachuuf gonkumaa nama kamirrattiyyuu hin hirkatin.
Karaa mataa keetii tolfadhuu kophaa kee itti gammadi.

━━━━━━━━━━━
Followers+likes 1M 󱒏

03/10/2024

Baacoo Ajaa'ibaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Yeroo tokko namoonni baay'atanii xiyyaara yaabanii imalu turan garuu namoonni kun hunduu kan nama dhibu dhuganii baay'ee macha'anii imalaa jiru. warra machaa'oo keessaa tokko dhaqee nama xiyyaara balalisisuun xiyyaara oofuu na leenjisimee jedhe, innis sin leenjisa dhaqii namoota wacaan callisiisi kottu jedhe, namichi kun fiigee sokkee callisiisee dhufe. amma na leenjisi ka jedhe. balalisisanis tole garuu akkamiin callisiifte dhufte? jennan akkas jedheen Anoo bahaa taphadhaa jedheen foddaa baneefin ala baaseen dhufee jedheen jedhama.
Hhhh ktktkt kkkkkkk

GALATOOMA

12/08/2024

Holqi ati seenuuf sodaattu qabeenya ati barbaaddu qabateera.

━━━

Gammachuun siif barbaachisaa yoo ta'e, kana yaali: waan si jalaa hanqatu hundaaf gaabbuu mannaa, waan qabdu hunda kabaji...
03/08/2024

Gammachuun siif barbaachisaa yoo ta'e, kana yaali: waan si jalaa hanqatu hundaaf gaabbuu mannaa, waan qabdu hunda kabaji.

Following

Eenyumtuu iddoo keebu'uu hin danda'u.Namoonni tokko tokko si hin barbaadu jedhanii deemaniitu, yeroo kan akka kee dhaban...
09/05/2024

Eenyumtuu iddoo kee
bu'uu hin danda'u.

Namoonni tokko tokko si hin barbaadu jedhanii deemaniitu, yeroo kan akka kee dhaban si obsuu hin dandeenye jechuun lammata gara jireenya keetitti deebi'uuf yaalu.

Yeroo tokko tokko namoonni ati onnee qulqulluudhan jaallattee, fedha keetin gowwomteef, si tuffatanii deemanii, yeroo isaan fakkaataa akka keetillee hin arganne nii jira.
Jaalala dhugaa keessatti yeroo ati fedha keetin gowwaa taatuf nama anatu irra beekadha jedhuuf onnee kee hin kennin.
iddoo si hin maddaalle deemtee gatii kee gadi hin buusin. Wanti hunduu yoo iddoo isaatti argame nama hawwata. Eenyumma keetiin boonun deemsa kee itti fufi. Yeroo sana jireenya milka'aa jiraatta.

πŸ‘‰Warri isiniif gale qofti.

Address

Addis Ababa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qajela Hisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share