21/10/2025
Ustaz Neja shmohammed
Hawaasa muslimaa hundaaf; wirtuun hifzii qur'aanaa (منابر المسك) bifa adda ta'een barattoota muslimaa kanneen dhiiraafi shamarraniitiifis, sagantaa barsiisa qur'aana kabajamaa qopheessee jira .
Sagantaa qur'aanaa jalatti; Tajwiida ,makaarija 'sifaata' taxbiiqaafi ahakaama bifa gaarin barsiisuudhaan tarbiyaa ilmaan islaamaa irratti hojjachaa jira.
Dabalataanis fiqhii gabaabaa, siiraa, akkasumas barnoota afaan arabaa , afaan ingiliizii sochii qaamaa barattoota bultiidhaan barataniif
Markaza kanatti shamarranis sgantaa bultiitiin barachuu waan dandayaniif bilbiloota armaan gadiitiin qunnamuudhaan kanneen deeggarsa gochuu barbaaddan akkasuma ilmaan teeysanis tayee ilmaan yaatimaa sponser ta'uudhaan barsiifachuu barbaaddan hundaaf carraan banaadha
Warra qur'aanaan milkaawu rabbi nu haa taasisu.
Namoonni ilmaan teessan barsiifachuu barbaaddan lakk.armaan gadii kanaan qunnamuu ni dandeessan...