Qori Media

Qori Media This media is for spiritual

18/08/2026

'UU_DANDA'A?
designer ta'uudhaaf:-
computer fayyadamuu nama sirritti danda'u ykn nama barnoota computer barate yoo ta'e ji'oota sadi baratee ogeessa graphics ta'uu danda'a.
barnoota computer hin qabnee fi dandeetti fayyadamuu hin qabne yoo ta'e garuu ji'a tokko fayyadama computer baratee, ji'oota 3 immoo graphics barachuudhaan ogeessa graphics ta'uu danda'a.
'A?
fi Branding
& Flyer
Media Design
Card
& Billboard
Editing
& Print Design

BlueCore Technologies
Like, Comment & Share.
!

BlueCore Technologies
14/08/2026

BlueCore Technologies

ta'e akkamitti furra?
1. Restart my PC cuqaasi.
👉🏿 Yoo Windows sirriitti bane, rakkoon yeroo tokko qofa ta'uu danda'a.
👉🏿Yoo ammas gara Recovery deebi'e:
2. See advanced repair options → Troubleshoot → Advanced options → Startup Repair
👉🏿Ergasii Windows akka ofumaan sirreessu eegi.
👉🏿Yoo Startup Repair hin furre:
3. Advanced options → System Restore filadhu (yoo restore point jiraate).
👉🏿Yoo kanaanis hin furamne:
4. Advanced options → Startup Settings → Restart
Erga restart godhee booda 4/F4 – Safe Mode filadhu.
⚠️ Reset this PC ykn Remove everything battaluma hin filatin; faayiloota kee dhabsiisuu danda'a.
Kanaanis ta'uu dide hoo?????????

BlueCore Technologies
Like, Comment & Share. !

06/08/2026

akkamitti ta'a? Maalifis fayyada?
Distribution Switch (DS) VTP Server ta'e, Access Switch immoo VTP Client ykn VTP Transparent ta'uu danda'a.
Maaliif Fayyada?
: VLAN tokko Distribution Switch irratti qofa uumuu dandeessa.
: Access Switch hunda irratti VLAN ofumaan tamsaasa.
: Yeroo VLAN baay'ee qabaattan hojii salphisa.
: Dogoggora VLAN hunda irratti adda addaan galchuu hir'isa.
: Network keessatti VLAN wal fakkaataa akka qabaatan taasisa.
:
: Domain name wal fakkaataa ta'uu qaba.
: VTP version wal fakkaataa ta'uu qaba.
: Password yoo jiraate wal fakkaachuu qaba.
: Switch gidduutti trunk link ta'uu qaba.
: Distribution Switch VTP Server ta'uu qaba.

of it =>
BlueCore Technologies
Like, Comment & Share.

04/08/2026

!
computer wajjin erga connect goonee boode:
Switch> enable
Switch # configure terminal

maqaa switch jijjiiruuf:
Switch(config) # hostname SW1

Enable secret password:
SW1(config) # enable secret cisco123

Console password:
SW1(config) # line console 0
SW1(config-line) # password cisco123
SW1(config-line) # login
SW1(config-line) # exit

VTY (Telnet/SSH) password:
SW1(config) # line vty 0 15
SW1(config-line) # password cisco123
SW1(config-line) # login
SW1(config-line) # exit

barachuuf:-
BlueCore Technologies
Like, Comment & Share.

03/08/2026

?
Computer Networking jechuun kompitaraawwan fi meeshaaleen elektirooniksii (laptop, smartphone, printer, server, fi kkf) walitti hidhamanii odeeffannoo (data) waliif dabarsuu danda'an.
? (Importance of Computer Networking)
👉 wal qooduu (File Sharing): Dokumentii, suuraa fi viidiyoo salphaatti waliif erguu.
👉 tokko waliin fayyadamuu: (Resource Sharing) Kompitara hedduun printer tokko fayyadamu.
👉 waliif qooduu: Router tokko irraa laptop, mobile fi Smart TV hundi internet fayyadamu.
👉 qunnamtii saffisaa: Email, chat, Zoom, Teams fi video call gochuu.
👉 giddugaleessa keessatti kuusuu (Centralized Storage): Server irratti data kuusuun namoonni hayyamaman hundi argachuu danda'u.
👉 fooyyessuu (Security): Data eeguuf firewall, password fi access control fayyadamu.
👉 hir'isuu: Printer, internet fi server tokko waliin qooduun baasii hir'isa.
👉Hojii waloo salphisu: Hojjettoonni bakka adda addaa taa'anii project tokko irratti waliin hojjechuu danda'u.
BlueCore Technologies
Like, Comment & Share.

29/07/2026

BEEKTUU?👇
= Internet of Things = Meeshaaleen (sensors, kaameraa, konkolaataa, mana, sa'aatii, fi kkf) internetiin wal qunnamanii odeeffannoo wal jijjiiranii hojii isaanii ofumaan raawwatan.

🏙️ Smart City – Magaalaa ifaa, tiraafikaa fi tajaajiloota sirriitti to'achuu.

🏠 Smart Home – Mana keessa ifaa, balbala, kaameraa fi meeshaalee bilbilaan to'achuu.

🚚 Smart Transport – Konkolaataa fi geejjiba hordofuu fi to'achuu.
🛒 Retail IoT – Suuqii keessatti meeshaalee fi kuusaa (inventory) ofumaan hordofuu.

🌱 Smart Farming – Qonna keessatti bishaan, lafa fi biqiltuu sensoraan to'achuu.

🏭 Smart Factories – Warshaalee ofumaan hojjetan fi maashinoota hordofan.

🔒 Smart Grid – Raabsa ibsaa fi humna elektirikii sirnaan to'achuu.

❤️ Health Monitor – Fayyaa namaa (dha'annaa onnee, dhiibbaa dhiigaa fi kkf) hordofuu.

BlueCore Technologies
Solution!
comment share.

24/07/2026

'e_osoo_hojjechaa_jirtanii_yoo_namni_isinitti_dhufe_maal_gootu?
:- Window + Comma(,)
Windows + A → Sajoo Saffisaa (Quick Settings) banuu
Windows + Alt + B → HDR banuu ykn cufuu
Windows + Shift + M → Fuulota (windows) xiqqeeffaman gara deeskitooppiitti deebisuu
Windows + Ctrl + Q → Quick Assist banuu
Windows + Alt + R → Viidiyoo geemii xiyyeeffannoo keessa jiru waraabuu (Xbox Game Bar fayyadamuun)
Windows + Shift + S → Kutaa iskiriinii suuraa kaasuuf (Screenshot)
Windows + Tab → Task View banuu
Windows + O → Kallattii agarsiisa meeshaa (Device Orientation) qusachuu
Windows + F → Feedback Hub banuu fi Screenshot fudhachuu
Windows + H → Sagaleedhaan barreessuu (Voice Typing) jalqabsiisuu
Windows + M → Fuulota (Windows) hunda xiqqeessuu
Windows + P → Haala agarsiisa (Presentation Display Mode) filachuu
Windows + S → Barbaacha (Search) banuu
Windows + U → Sajoo Accessibilitii (Accessibility Settings) banuu
Windows + W → Widgets banuu
Windows + X → Quick Link Menu banuu
Windows + Z → Snap Layouts banuu
Windows + Ctrl + Enter → Narrator hojii irra oolchuu
Windows + + (Plus) → Magnifier banuu fi guddisuu (Zoom In)
Windows + Esc → Magnifier cufuu

23/07/2026

'a?
✍️RAM xiqqaa ta'uu – Programoonni baay'een yeroo tokko banaamu.

✍️CPU baay'ee hojjachuu – Software ulfaataa ykn hojii hedduun CPU guuta.

✍️Hard Disk guutamuu – Bakki kuusaa (storage) yoo muraate saffisni ni hir'ata.

✍️Virus ykn Malware – Kompuutericha duubaan hojii hin barbaachifne hojjechisa.

✍️Startup Program baay'achuu – Programoonni yeroo kompuuterri banu ofumaan jalqaban.

✍️Update Windows ykn Software – Yeroo update godhu CPU fi disk baay'ee fayyadama.

✍️Hard Disk dulloomaa (HDD) – HDD suuta ta'uun kompuutericha busy taasisa. SSD yoo ta'e saffisa qaba.

✍️Driver rakkoo qabaachuu – Driver sirrii hin taane performance gadi buusa.

✍️Ho'a (Overheating) – Kompuuterri yoo ho'u saffisa isaa ofumaan hir'isa.

✍️Browser keessatti tab heddu banamuu – Chrome, Edge fi kkf RAM baay'ee fayyadamu.


☝️Kompuutericha Restart godhi.
☝️Programoota hin barbaachifne cufi.
☝️Task Manager (Ctrl + Shift + Esc) banuun CPU, RAM fi Disk maal akka fayyadamu ilaali.
☝️Virus scan godhi.
☝️Hard disk irratti bakka bilisaa uumi (yoo xiqqaate 20%).
☝️Startup programs hir'isi.
☝️HDD yoo qabaate gara SSD jijjiiri.
☝️RAM dabaluu yoo danda'ame (8GB ykn 16GB) gaarii dha.

?
✍️ RAM አነስተኛ ሲሆን – ብዙ ፕሮግራሞች በአንድ ጊዜ ሲከፈቱ።

✍️ CPU በጣም ሲጫን – ከባድ ሶፍትዌሮች ወይም ብዙ ስራዎች CPUን ሙሉ በሙሉ ይጠቀማሉ።

✍️ Hard Disk ሲሞላ – የማከማቻ (Storage) ቦታ ሲቀንስ የኮምፒውተሩ ፍጥነት ይቀንሳል።

✍️ Virus ወይም Malware – ከበስተጀርባ ያልተፈለጉ ስራዎችን እንዲሰራ ያደርገዋል።

✍️ Startup Program ብዙ ሲሆኑ – ኮምፒውተሩ ሲነሳ በራሳቸው የሚጀምሩ ፕሮግራሞች ብዙ ሲሆኑ።

✍️ Windows ወይም Software Update – አፕዴት በሚደረግበት ጊዜ CPU እና Hard Disk ብዙ ይጠቀማሉ።

✍️ የቆየ Hard Disk (HDD) – HDD ቀስ ብሎ ስለሚሰራ ኮምፒውተሩን Busy ያደርገዋል። SSD ከሆነ ፈጣን ነው።

✍️ Driver ችግር – ትክክለኛ ያልሆነ Driver የኮምፒውተሩን አፈጻጸም (Performance) ያዋርዳል።

✍️ ከመጠን በላይ መሞቅ (Overheating) – ኮምፒውተሩ ሲሞቅ ፍጥነቱን በራሱ ይቀንሳል።

✍️ በBrowser ውስጥ ብዙ Tabs ሲከፈቱ – Chrome, Edge እና ሌሎች Browser-ዎች RAM ብዙ ይጠቀማሉ።

#መፍትሄ

☝️ ኮምፒውተሩን Restart ያድርጉ።

☝️ የማያስፈልጉ ፕሮግራሞችን ይዝጉ።

☝️ Task Manager (Ctrl + Shift + Esc) በመክፈት CPU፣ RAM እና Disk ምን ያህል እየተጠቀሙ እንዳሉ ይመልከቱ።

☝️ Virus Scan ያድርጉ።

☝️ በHard Disk ላይ በቂ ነጻ ቦታ ይፍጠሩ (ቢያንስ 20%)።

☝️ Startup Programs ይቀንሱ።

☝️ HDD ካለዎት ወደ SSD ይቀይሩ።

☝️ ከተቻለ RAM ይጨምሩ (8GB ወይም

!

Address

Addis Ababa
1000

Telephone

+251939889623

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qori Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qori Media:

Shortcuts

Share