09/12/2025
.
|=>Manni Hidhaa Mootii Itoophiyaa Duraanii iddoo Hawwata Turizimii Itoophiyaa Kan Tahe Iddoo Seena Qabeessaa fi Hawwata Turizimii Beekkamaa Akka Baha Oromiyaatti Jiruu dha Iddoon Kun Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti Akka Argamu Meeqa Keessantu Beeka ?