Milto Multi-media Production

Milto Multi-media Production Milto Multi-media Production is the page that provides you news, currents affairs and share you good

Book your         🎉  🎓 and any  @0978640494Waan nufilattaniif gakatoomaa!
03/01/2025


Book your 🎉 🎓 and any
@0978640494
Waan nufilattaniif gakatoomaa!

Warri  Hojii gaariitti jirtu
27/11/2024

Warri
Hojii gaariitti jirtu

Balaan sigiga lafaatiin Indiyaattis lubbuun namoota 120 ol darbee jira jedhame.Indiyaattis sababa rooba cimaa kibba biyy...
30/07/2024

Balaan sigiga lafaatiin Indiyaattis lubbuun namoota 120 ol darbee jira jedhame.
Indiyaattis sababa rooba cimaa kibba biyyattii bulchiinsa Kerala keessatti mudateen sigigaachuun lafaa uumame lubbuu namoota 123 galaafatee jira.
Namootni baayyeen immoo achi buuteen isaanii dhabamee waan jiruuf namootni lubbuun darban dabaluu danda'a jedhamaa jira.
Rakkoon kun biyya keenyattis iddoo baay'eetti mudachaa waan jiruuf hawaasni keenya of eegganoo gochuun gaariidha.
bbc

Isiraa'el geggeessitoota Hezbollaa aggaamtee Beerutiin haleeltee jirti. Kanas ijaa baafannaa haleellaa lammiilee ishee 1...
30/07/2024

Isiraa'el geggeessitoota Hezbollaa aggaamtee Beerutiin haleeltee jirti. Kanas ijaa baafannaa haleellaa lammiilee ishee 12 ajjeeseef akka goote beeksiftee jirti.
BBC

29/07/2024

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Roobii Adoolessa 26, 2016’tti walga’ii ariifachiisaa waameera.
Dhimmotni murtoo ariifachiisaa barbaadan yeroo jiraatan waamichi akkasii kun beekamaa dha.
Dhimma maalii irratti mariyachuuf laata?

29/07/2024

25/07/2024

Waraanni Sudaan keessaa gara daangaa Itoophiyaatti dhufaa jira

24/07/2024

@MaxwellLeadershipOfficialleadership

09/07/2024

Address

Addis Ababa

Telephone

+251978640494

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milto Multi-media Production posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Milto Multi-media Production:

Share