Dhugoomsaa Oromoo Page

Dhugoomsaa Oromoo Page Dhimma Oromoof Oromiyaa.

Hubataadha isin!
24/03/2026

Hubataadha isin!

Ubayyi ibnu Ka’ab (Radiyallahu Anhu) halkan 27ffaa halkan Laylatul Qadrii dha jedhee kan kakatee dubbateef mallattoo add...
16/03/2026

Ubayyi ibnu Ka’ab (Radiyallahu Anhu) halkan 27ffaa halkan Laylatul Qadrii dha jedhee kan kakatee dubbateef mallattoo addaa ergamaan Rabbii (Sallallahu Aleyhi wasallam) itti himan irratti hundaa’uudhani.

Sababoonni ijoo inni itti amane keessaa tokko mallattoo Aduu dha! Ergamaan Rabbii (SAW) akkas jedhan: "Mallattoon ishee (Laylatul Qadrii) aduun ganama ishee yoo baatu calaqqee tokko malee akka saanii (distii) taatee baati." Ubayyi ibnu Ka’ab mallattoo kana waggaa hedduudhaaf hordofee halkan 27ffaa irratti arguu isaa mirkaneeffate.

Ubayyi ibnu Ka'ab abbaan beekumsaa kakachaa akkas jedha ture: "Maqaa Rabbiin nan kakadha, ani halkan isheen keessa jirtu nan beeka, isheen halkan Ergamaan Rabbii (SAW) akka nuti dhaabbannee salaannu nu ajajan halkan 27ffaati." Jedhe.

Akka hayyoonni Islaamaa ibsanitti, Ubayyi ibnu Ka’ab iccitii ishee (Laylatul Qadrii) beekuuf jecha xiyyeeffannoo guddaadhaan hordofaa ture. Isa qofa osoo hin taane, sahaabonni biroos halkan kana ni abdatu ture.

Sahaabaan guddichi Ubayyi Ibnu Ka'ab dhimma beekumsa amantii keessatti nama qaroo fi bilchaataa yoo ta'u, inni yeroo "Laylatul Qadriin halkan 27ffaadha" jedhee kakuun dubbatu, beekumsa gadi fageenya qabu fi mallattoo Nabiyyiin (SAW) itti himan irratti hundaa'eeti.

Yaa Rabbi halkan kana nu waffaqi!

🇦🇪 ❤️ 🇪🇹
13/03/2026

🇦🇪 ❤️ 🇪🇹

12/03/2026

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugoomsaa Oromoo Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share