03/12/2024
Eebba Albama Afaan Oromoo
Weellistuu Siifan Urgeechaa
Qindeessitoonni Muuziqaa Akka biyyaatti jiran hedduun kan irratti hirmaatan,, Sirboota Sadarkaa Albamaatin hanga ammaa Weellistoonni keenya dubaraa qopheessan keessaa kan wantoota hedduun adda ta'eefii, Sadarkaa Albamoota muuziqaa Afaan Oromoo hanga tokko fuulduratti tarkaanfachiisedha. Kana hundaa guyyaa eebbaa bakka Weellistoonni Oromoo gurguddoon fi Baandiin guutuun, Akkasumas Keessummootni gurguddoon argamanitti Jabina Albamichaa erguuf teessu,Albamichi Sirboota Aadaa godinaalee Oromiyaa, akkasumas Sirboota Ammayyaa Hedduun kan keessatti argamu yoo ta'uu Iddoon Eebbaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataa Gamoo Awaash Hoteela Kakuu Maammeetti gaafa Muudee Muddee 6/2017/2024 Saa'atii 6:00 irraa eegaleeti.
Irratti hirmaattanii Albamii jabaa kana kan hojjate,dubartii jabduu tana jajjabeessun dirqama Oromummaati. Share godhaa wal biraan gahaa.Artistoota Oromoo jajjabeessuu Aadaa haa godhannu.