B I F Leeqaa

B I F Leeqaa personal

  _qixatti_akka_hojjetun_gaafadha!1. Seerri inni yeroo namni amantiitti qoosan qoosameera jedhame namoonni hidhaman amma...
16/03/2025

_qixatti_akka_hojjetun_gaafadha!

1. Seerri inni yeroo namni amantiitti qoosan qoosameera jedhame namoonni hidhaman ammas namoota yakka namoomafi qabeenya mana amanta kanarratti raawwatame hojjechuu qaba
2.Seerri inni uffata amantii akka kabajamuuf hayyamu sun ammas bakka hundaatti walqixa haa hojjetu
3. Namoota miidhamaniif waan barbaachisaan hundi haa guutamuuf!
4.Tarkaanfiin barsiisaafi ifaan jal'oota/yakkamtoota) waan kana rawwatan irratti fudhatame haa agarsiifamu!
5.Manneen amanta hundi waan kana balaaleffachuu qabu
6. Ummanni keenya karaa barbaadeen amanta barbaadee hordofuuf mirgisaa karaa hintuqamneen kabajamuufi qaba.
7.Namni kamuu sababi amantii hordofuufi eenyummaa dhuunfaa isaaf salphifamuu,arrabsamuu,reebamuunifi ajjeeffamuun guutuummaatti dhaabbachuu qaba.
8.Seerri amantiin kamuu walqixa kabajamu akka qabu hundaafuu mirkaana'uu qaba.
9.Namoonni dhokatani ajandaa Shororkeessummaa amantii da'oo godhatani rawwataniifi biyya keenya keessatti waan akkasi babaldhisuuf hawwiifi fedhii qaban attattamaan mootummaan irratti hojjechuun akka qulqulleessuufi ol'aantummaa seeraa akka kabajchiisuun gaafadha!
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
CHRISTIAN MEDIA
Christian α‹œαˆ› Tube
Evangelical MEDIA/Council

11/02/2025
This picture
11/02/2025

This picture

πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
11/02/2025

πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Kkkk
11/02/2025

Kkkk

11/02/2025

Jira

23/10/2024
20/10/2024

Akkasitti itti fufna Koontaa galta dhiisi namichooπŸ˜‚Ayi RAM!Siifis Rahmata haagodhukaa maal jenna miti!
18/10/2024

Akkasitti itti fufna Koontaa galta dhiisi namichooπŸ˜‚
Ayi RAM!
Siifis Rahmata haagodhukaa maal jenna miti!

Address

Piassa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when B I F Leeqaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share