Sora Haro

Sora Haro Miila kaayyoof Imalu Yoomillee Gufuun Duubatti Hin Deebiftuu!! Imalli Kiyya fuula Duratti.

09/03/2026

Waliin Nuti waliif – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

09/03/2026

Waliin Cubbittii Intaala Hadhaa – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 3f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

10/12/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Sifen Belete, Oromticha Boorana Kibbaa

06/12/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Miyo Haro

05/12/2025

Big shout out to my newest top fans! Miyo Haro

  tokko malee wantoota 3'n barsiisotaaf guutamuu qaban:-1.Mana jireenyaa!2.Yaala fayyaa bilisaa!3.Tajaajila geejjiba bil...
29/11/2025

tokko malee wantoota 3'n barsiisotaaf guutamuu qaban:-
1.Mana jireenyaa!
2.Yaala fayyaa bilisaa!
3.Tajaajila geejjiba bilisaa!......Dabalataan......
👉Carraa barnoota bilisaafi k.k.f

29/11/2025

# # # KOLFAA ITTIN BOHAARA😂🤣

Gaaf tokko barsiisaan utuu daree seenee barsiisaa jiruu barattoonni jeequu jalqaban yeroo kana barsiisaan tasgabeessuf yaalee dadhabee akkana jedhe mee hundi keessan fakki re'ee ciistuu kaasaa fidaa.nama dura xumureef badhaasan kenna jedhe.yeroo kana barattoonii hundi Tole jedhanii kaasu jalqabaan.giddutti barataan tokko fakki re'ee dhaabattu kaasee geesse.barsiisichis aaree ani re'ee ciistu malee re'ee dhaabattu yooman jedhe gaafa ittin jedhu

Barataan kun yoo maal jedhe wayya?

Ani re'ee ciisa jirttun kaase garuu sagalee barattoota kanaa dhageesse bakka ciistu kaatee hin jedhu seetanii . Kkkkkkqqqq 😄

29/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abuz Bashora, Jatani Tura, Tiya Dalacha, Baredu Bonaya Baredu Borana, Mohammad Yuusuf

26/11/2025





‎Ethiopia keessaati Naannoo Afaariti Dho'insii Volkanoo iraa dedebiin yoo muldhatuu Akkaa madeen kenyaa iraa nuu dhaqabetii torbee khaan keessaa dho'nsii Volkaano mudachuu Jiiratota naniichaa yadesaa jiira jedhaani.
‎Kanatii Ansuun Ethio Hidhaa Haromsaa guddiichaa Ergaa xumurteen boddaa Ullaa galaan gafachuun ishii nii bekkaama hata'u mallee Ullaa galaan Argachufii Ertiran walii galuu waan dadhabdefii Ethio nutii Afaan toloon loon Allaa galchaani jenetii calisnee mallee Tarkanfii mattaa kenyaa fudhachuu nufii salphaadha jechuun Dhadanoo Ofii Ibsachaa jiirachu dhagahamee.
‎Kanatii Ansuun Torbee khaan keessaa Goddiina boorana Bulchiinsa magalaa mooyaaleti Polisiin Keniyaa Dangaa Ethio Eyaama tokkoo malee 2km Tarkanfachuun Qamma Nagenyaa Ethio nama tokkoo yoo Aje*stuu tokkoo Ammoo ukamsuun Keniyaan Tuffii Ethiopia qabduu Argiisisaa jiirti jedhaani.

‎🤑Kalesaa galagala magalaa yabalotii Namnii tokkoo kan maqaan isaa Wizz D Galex Warex jedhamu Boolonqee dhedhii nyachuun Dhuufufi Albaatini Olmaafi bultii Olaati wakachuun Qabamee Harkaa seraa jiirachun jiiratoti magalichaa Imaniruu....
‎Oddefanoo gaddii Afaanfi Angaa walitii debiinutii nagaan tuuraan dhamsaa kenya

26/11/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Jatani Tura, Tiya Dalacha, Baredu Bonaya Baredu Borana, Mohammad Yuusuf

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sora Haro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sora Haro:

Share