24/07/2023
Dorgommichi eegalee jira.
Hiriyyoota koo jaalatamoo fi kabajamoo akkan dorgomee badhaafamuuf naffeeree jira.
Maarree isinis akkan dorgommii kana moo'adhee badhaafamuuf, deeggarsa naaf godhaa🙏.
Deeggarsi isin naaf gootan immoo salphaadha.
Like
React
Comment
Share
Qofa gochuun dorgommicha akkan injifadhu na taasisaa group fi namoota follow gurguddaa qaban jalatti share godhaa!
Injifannoon kiyya injifannoo keessani
Meeshaalee badhaasaaf qophaa'an;
1.Laptop (Core i5, Generation 6, 1T, RAM 8GB)
2.SAMSUNG A14 (Smart; 64GB - RAM 4GB
3.Badhaasa qarshii 5,000
4.Badhaasa qarshii 3,000
5.Badhaasa qarshii 2,000
Ulaagaa dorgommichaa;
1.Maxxansa kana 'account facebook' kee jalatti share goota.
2.Ergaa barreeffama armaan gadii hubachuu fi bifa sitti toleen barreessuun tajaajiloota Qubee Electronics account facebook kee jalatti maxxansuun (post gochuun) akka hiriyoonnikee react/like siif godhan affeerta.
Ergichi kunooti; 👇
"Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."
Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551
Haala qabxiin kennamu!
1.Maxxansa kiyya yoo naaf gootan qabxii 50% argadha. (Baay'ina share'tiin)
2.Maxxansi kiyya immoo baay'ina react/like 'tiin naaf qabama.
Isaan immoo 50% argadha.
Dorgommiin kun Dilbata galgala sa'aatii 3:00 irraa eegalee hanga gaafa Roobii galgala keessaa sa'aatii 3:00'tti ni tura.
Gaafa Kamisaa ganama 3:00'tti dorgomtoonni injifatan ni ifoomu.
Dabalataanis, affeerraan laaqanaa ni jiraata.
Carraa gaarii!