Qarree Gohaa Times

Qarree Gohaa Times Dhugaa Ummataa bal'aa dubbachuun boqonnaa Sammuut namaaf kenna.kun immoo Kennaa hunda caaluudha!

Baga Ayyaana Irree bara 2018 n nagaan nu gahe!Ayyaana milkii!Ayyaana Araaraa!Nuuf haa tahu!Irra deebiin Ayyaana Gaarii!
04/10/2025

Baga Ayyaana Irree bara 2018 n nagaan nu gahe!
Ayyaana milkii!
Ayyaana Araaraa!
Nuuf haa tahu!
Irra deebiin Ayyaana Gaarii!

Qe'ee keenyaa magaalaa Qarree Gohaa!Lafa itti guddaannee!
14/08/2025

Qe'ee keenyaa magaalaa Qarree Gohaa!
Lafa itti guddaannee!

07/05/2025

Jirtuu?

15/12/2024

Ummata nagaa kanaaf nagaa kenna.
Tibba kana ummanni keenya keessaattuu fi Gandootni baay'een , , , fi iddoowwaan qaamni hidhatee sochaa'a turee fi jiruutti mootummaan meeshaalee waraana jajjabaan qarree irra dhabee gad rukkutaa jira.ilaamaan isaaniis ummata nagaa malee gaaf tokko qaama hidhatee isaaniin lola jiru argatee kan hin beeknedha.achii qaamni hidhatee jiruu ummataa nagaa halkanii guyyaa butee mallaqs humna isaa olii gaafachaa jira.qaamni hidhatee kun Haadha manaa abbaa mana cinaatti ,intala maatii fulduraatti gudeeda jiraachuutu himaama jira.olii fi gadiin ummata nagaa kana qe'ee isaanii nagaa dhowwachaa jiru.
Baay'ee nama qaneessa.
Ummata nagaa kanaaf nagaa kenna.warri hidhatanii bilisa isa baasuuf loltaniis duudhaa ummata kanaa kabajaa. Salphina har'aa ittiin isa salphisaa jirtaan kana isiniis salphachuuf jirtu adeemsa amma jirtaan kanaan.
Free

21/10/2023

Kaleessaa warri bilisummaa saba kanaaf bosona seennee jedhee qotee bula keenya irraa kilaashiidhaa hanga abbaa gondeetti mana mana irra deemee irraa guuraa bahee,akkas jette,nama biltsiginaa nagaa gaafattee jedhee qotee bula qotiyyoo cimdii gurgursiisee qarshii irraa luuqisaa bahe ammamoo faannoo isin weeraruu dandeessi dafa waan qabdan gurguraadhatii meesha bitadhaa jechaa jiruu dhageenyeet quba ciniine.aja'ibuma dhaga'a oollee bula.kaleessaa biltsiginaa irraa hidhataan jedhanii hanga durbiitti nama butaa bahanii,meeshaa hiikaan as buute isaa dhabsiisanii har'aa meeshaan gabaa kamiitti gurguramaa?maaf kan hiiktaan san hin hidhachiistan?

21/10/2023

Lakkii maaloo likummaatti wayyaa dhiisaa waan kana.
Ummanni Salaalee waraana sadiin daraaramaa jira.Biltsiginaa,WBO fi Faannoodhaan.
Inni kan biltsiginaa fi faannoo kun baay'ee hamataadha.

,Adaree
Abootee

Jaarsoo,Tullu milkii
Dhiigni ilma nama tasuma dhangalaa'uun haa dhaabbatu.
Qe'ee qotee bulaa keessaa daheeffatanii lolu dhiisaa.

04/12/2022

Bara itti harki harka nyaatuu😭
Bara badduu fi jibiisiistuu😭

Laafaa lafaa yaa funyaa EjersaaBakka dhumaatii ilmaan qeerransaa😭😭😭😭😭Waan goonuu walaallee,dhibamnee,rakkannee waan teen...
03/12/2022

Laafaa lafaa yaa funyaa Ejersaa
Bakka dhumaatii ilmaan qeerransaa😭😭😭😭😭
Waan goonuu walaallee,dhibamnee,rakkannee waan teenyuu fakkaannuus
Addaa addaan hiriiruus
Uumamaa hiriyaa yaaduunii
Uumamaa hiriyaadhaa yaadunii

Salaalee Warra Jaarsoo!Tibbaana Opireeshinii gaaggeessutaniin akka isin jettaanittii Shawnee kudha saddeet(18?) Harka ke...
03/05/2022

Salaalee Warra Jaarsoo!
Tibbaana Opireeshinii gaaggeessutaniin akka isin jettaanittii Shawnee kudha saddeet(18?) Harka kennisiisuu keessaan himtanii turtan.akkasumaas meeshaa waraanaa gurgurddaa kan shaneen ittiin biyyaa raasaa turte kan akka Gondee,Minishirii dheeraa fi gabaabaa kan km 5 hanga 50 sirreesse rukkutuu fi Albee wacafoo fa'a boji'uu keessaan asuma toora FB kana irraatti argineet aja'ib jennee.maaloo qoosa fi tapha akkasii dhiisaa nama hin kofaalchisuum.shaneen isin jettaan Laga keessaa kan ittiin lole haala gurmaa'ina keessanii si'a shanii shantama isin jijjiirsiise sun Albee wacafoo fi minishiriin osoo hin taanee snapper fi disqaadhaniim.
Dhugaadha namoonni isin qabdaan kun rakkinaan itti makamaniis erga itti makamaanii rakkoo daraan baay'ee tahe ummata naannoo sana irraan gahuun isaanii hin haalamuu.
Giriigirrrii dhiisaa dhugaa lafa ka'a!

Deemsi garaamii?
01/05/2022

Deemsi garaamii?

01/05/2022

Qootiyyoon shankoora dheede taa gurraa jedhii yaa jiituu
Ani si duraa maraadhe wadaroo bittee na hin hiituu!

Address

Tadesse Birru
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 00:00 - 12:00
Tuesday 00:00 - 12:00
Wednesday 00:00 - 12:00
Thursday 00:00 - 12:00
Friday 00:00 - 12:00
Saturday 00:00 - 12:00
Sunday 00:00 - 12:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qarree Gohaa Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share