Seenaa Mohammed

Seenaa Mohammed Smh

25/01/2024

Jaalalli Furtuu waa maraati ! Bakka jaalalli hin jirree Homtuu hin jiruu!

Hayyuun waan beeku qofa dubbata Wollaalaan waan dhaga'e hunda dubbata!
10/10/2023

Hayyuun waan beeku qofa dubbata
Wollaalaan waan dhaga'e hunda dubbata!

Finffinnee   Ababa               πŸ‡ͺπŸ‡Ή
05/10/2023

Finffinnee Ababa

πŸ‡ͺπŸ‡Ή

Hojiilee Jaalala Rabbii guddaa namaaf argamsiisan kudhan*************************Sababoonni jaalala Rabbii gabrichaaf ar...
29/09/2023

Hojiilee Jaalala Rabbii guddaa namaaf argamsiisan kudhan
*************************
Sababoonni jaalala Rabbii gabrichaaf argamsiisaniifi kanneen akka gabrichi Rabbii isaa jaallatu godhan kudhan (10) Ibn Alqayyim dubbate:

1. Qur'aana qara'uu baay'isuu, hiika isaa xiinxaluufi ergaa isaa hubachuuf yaaluu wajjin.
2. Hojiilee sunnaa baay'ee hojjachuun gama Rabbiitti dhihaachuu; innis kan ta'u booda waajibaatiiyyi.
3. Yeroo hunda zikrii Rabbii baay'isuu: arrabaan, qalbiifi hojiidhaan zakkaruu. Sadarkaan jaalala keetii hanguma yaadannoo isaa baay'iftuuni.
4. Yeroo fedhiin keetiifi wanti Rabbiin jaallatu wal faallesse jaalala Rabbii filachuu.
5. Qalbiidhaan maqootii Rabbiifi Sifaata isaa qorachuu, isaan hubatanii Rabbiin wal baruu.
6. Tolaafi qananii Rabbiin nutti oole kanneen mul'atoofi dhokataa xiinxaluu,
7. Fuuldura Rabbiitti of xinneessuufi of gadi qabuu, Inni kun hundarra caala.
8. Yeroo Rabbiin guddaan gara Samii addunyaatti akka isaaf maluun bu'u gara Isaatti deebi'uu, Kitaaba Isaa qara'uufi istighfaaraan xumuruu,
9. Warra dhugaan rabbiin jaalatanii wajjin taa'uu, haasawa isaanii babbareedaa dubbisuu.
10. Sababa jidduu keetiifi jidduu Rabbii gaarradu hundarraa fagaachuudha.

Ibn Alqayyin akki jedheΒ· "sababootii kurnan kanaan jaalalloon Rabbii gara sadarkaa jaalalaatti dhaqqaban."
Rabbiin guddaan nuuf haa laaffisu.
Aamiin aamiin...

Interest and Transparency:πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ€”πŸ’πŸ’πŸ€”Interest and transparency are two important concepts that are often used together.In...
12/07/2023

Interest and Transparency:
πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ€”πŸ’πŸ’πŸ€”
Interest and transparency are two important concepts that are often used together.

Interest is a feeling of concern or curiosity about something. It can be a positive or negative feeling, and it can be based on a variety of factors, such as personal experience, knowledge, or beliefs.

Transparency is the quality of being open and honest. It means being willing to share information and to be accountable for one's actions.

Transparency is often seen as a way to promote interest in a topic. When people are able to see what is happening, they are more likely to be interested in it. This is because transparency can help to build trust and credibility. When people trust that they are getting accurate information, they are more likely to be interested in it.

Transparency can also help to address conflicts of interest. When people are aware of the potential for conflicts of interest, they are more likely to be critical of the information they are receiving. This can help to ensure that decisions are made in the best interests of all stakeholders.

In the workplace, transparency can help to build trust and collaboration. When employees know what is going on, they are more likely to feel like they are part of the team and that their opinions matter. This can lead to increased productivity and innovation.

Overall, interest and transparency are two important concepts that can be used to promote positive outcomes in a variety of settings.

are a few an examples of transparency:

A company that publishes its financial statements so that investors can see how it is performing.

πŸ€”A government that releases information about its decision-making process so that citizens can hold it accountable.

research project that discloses the potential conflicts of interest of its authors.

are just a few examples of how transparency can be used to promote interest and build trust. When people are able to see what is happening, they are more likely to be engaged and involved. This can lead to better decisions, more informed citizens, and a more just society.
https://eblog.africanvisions.org

Reality
06/07/2023

Reality

Baga nagaan Raamadaana Geessan!
23/03/2023

Baga nagaan Raamadaana
Geessan!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917630992

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaa Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share