Dhaloota Badhaadhinaa-የብልጽግና ትውልደ Prosperity Generation

Dhaloota Badhaadhinaa-የብልጽግና ትውልደ  Prosperity Generation Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaloota Badhaadhinaa-የብልጽግና ትውልደ Prosperity Generation, Digital creator, Addis Ababa.

Badhaadhina qabatamaan dhugoomsuun cichanii hojjechuu qofa gaafata. ብልጽግናን በተጨባጭ እውን ማድረግ ጠንክሮ መስራት ብቻ ያስፈልጋል።All it takes is hard work to make prosperity a reality.

28/01/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kamil Mohammed, Alaamuddin Hasan Ali, Najib Mamo, Eliso T...
19/01/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kamil Mohammed, Alaamuddin Hasan Ali, Najib Mamo, Eliso Tummebo

22/12/2024

Dhageechee!!!

Qophii  Callaa Bunaa Godina Arsii Lixaa
06/12/2024

Qophii Callaa Bunaa Godina Arsii Lixaa

Daandii injifannoo Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gaawoo Qeebbee, Daallee Waabaraafi Hawwaa Galaanitti miseensotni ABO Sh...
02/12/2024

Daandii injifannoo

Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gaawoo Qeebbee, Daallee Waabaraafi Hawwaa Galaanitti miseensotni ABO Shanee 5 hidhannoo isaanii waliin karaa nagaa qaamolee nageenyaatti harka kennataniiru.

Nooruu jenneerra

Ammee !!Manni murtii Olaanaa Federaalaa Obbo Taayyee Danda'aa mirga wabiin akka gadhiifamu murteesse.
02/12/2024

Ammee !!

Manni murtii Olaanaa Federaalaa Obbo Taayyee Danda'aa mirga wabiin akka gadhiifamu murteesse.

Godina Baalee Bahaa Gandootaa Gammoojjii Aanaa Gololchaattii hojii misoomaa bunaafi qophii sassabbii oomishaa bunaa.
02/12/2024

Godina Baalee Bahaa Gandootaa Gammoojjii Aanaa Gololchaattii hojii misoomaa bunaafi qophii sassabbii oomishaa bunaa.

02/12/2024

Oduu Gammachiisaa‼️

02/12/2024

Gammachuu Uummataa‼️

Murni Kalee goota keenya siin  jechaa baatee, har'a immoo  gantummaa kee ol kaastee  lallabdu, gantuun isheedhuma mataas...
01/12/2024

Murni Kalee goota keenya siin jechaa baatee, har'a immoo gantummaa kee ol kaastee lallabdu, gantuun isheedhuma mataashee, warra dantaa uummata Oromoof hin quuqamne, galmaafi kaayyoo qabsoo sabummaa kanneen hin qabneefi maqaa saba oromootiin uummata dararuufi saamicha gaggeessuu warra filannoo jalqabaa godhatanidha.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917037609

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaloota Badhaadhinaa-የብልጽግና ትውልደ Prosperity Generation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share