Wonchi Tube

Wonchi Tube Well come to Official Wonchi Tube page. All about Entertainment, Culture, Wonchi lake &...

Ambo Ambaa LafaaWarra Goota beeku, Ulfaadhaa 🙏
08/09/2026

Ambo Ambaa Lafaa
Warra Goota beeku, Ulfaadhaa 🙏

DAANSUREE 🎶🌊Sirba qofa miti — seenaa dha.Daansuree — yeroo aartiin seenaa dubbatu 👌
08/09/2026

DAANSUREE 🎶🌊

Sirba qofa miti — seenaa dha.
Daansuree — yeroo aartiin seenaa dubbatu 👌

Hachalu Chala - DAANSUREE - New Oromo Ethiopian Music 2026 (Officia...

Ilfee koo… 💔 Qabsoo ati eegaltee, ifa isaa argitee, dhalootaaf dhaaltee jirta. Har’a si dhabuu keenya gaddinus waan ati ...
06/09/2026

Ilfee koo… 💔 Qabsoo ati eegaltee, ifa isaa argitee, dhalootaaf dhaaltee jirta. Har’a si dhabuu keenya gaddinus waan ati nuuf dhaalte, jaalalli kee fi dhaamsi kee dhaloota keessa bara baraan jiraata.

Dhaloonnis maqaa kee hin dagatu, seenaan kee yaadatama jiraata!

Nagaan boqodhu!

05/09/2026

A symbol of strength, unwavering determination, and resilience—she stands firmly in pursuit of her goals, carries responsibility with courage and confidence, and works tirelessly to achieve success and create positive change.

Mallattoo jabinaa, murannoo fi cichoominaan galma ishee milkeessuuf cichitee kan dhaabbattu, itti-gaafatamummaa fi ofitti amanamummaa kan qabdu, akkasumas milkaa’inaa fi jijjiirama gaarii hawaasa keessatti fiduuf kutannoo fi ciminaan kan hojjetu dubartii jabduu!

የጥንካሬ፣ የማይናወጥ ቁርጠኝነትና የጽናት ተምሳሌት — አላማዋን ለማሳካት በጽናት የምትቆም፣ ኃላፊነትን በድፍረትና በብርታት የምትሸከም፣ እና ለስኬትና ለአዎንታዊ ለውጥ በትጋት የምትሠራ ሴት።
Visit Oromia
Oromia Tourism Commission
Kenisha Ayano
Zeritu Kebede
Abdi Getachew
Wodemaya
Nuria Aman
Miss World

Harar — a city of timeless beauty, rich heritage, vibrant culture, and unforgettable charm. 💙Visit Oromia
05/09/2026

Harar — a city of timeless beauty, rich heritage, vibrant culture, and unforgettable charm. 💙

Visit Oromia

Salphaatti as hin geenye!Oromoon har’a qaqqabuuf dhala dhabe; lafee cabsee, dhiiga akka bishaanii dhangalaasee as gahe. ...
18/05/2026

Salphaatti as hin geenye!

Oromoon har’a qaqqabuuf dhala dhabe; lafee cabsee, dhiiga akka bishaanii dhangalaasee as gahe. Kumaa kitila, miliyoonotatu saba kanaaf dachee jalatti awwalame. Karaan sun qoraattii fi dhiigaan dhiqamaa, dadhabbiifi wareegama Qeerroo fi Qarreetiin saaqame.

Karaan fagoon sun, dhiigaan dhiqamaa, lafeen ijaaramaa as gahe.

Kaleessa sababa garaagaraatiin ofuma keenyaaf wal cabsaa turre; har'as nu keessaa hin dhumne. Garuu, boruu keenya faaya gochuuf, har'a hojii manaa dhaloonni kun xumuruu qaba!

• Marii fi Marabbaa: Imala keenya hunda keessatti marii fi dhiifamaan haa deemnu.

• Gufachuu walii eeguu osoo hin taane, wal-kaasanii waliin deemutu dhalootaa kanarraa eegama.

• Qabsa'oota kaleessaa hanqina isaanii dhiifnee, jijjiirama gootummaa isaanitiin dhufe madaaluutu nurra jira.

Oromoon Galaana, Oromoon Arba!
Galaanni hunda baata; Arbi obsas humnas qaba. Oromoonis obsa madaalawaa fi bal'ina galaanaa qaba. Qeeqa qofaan wal dura dhaabbachuu dhiifnee, daandii ittiin har'a geenye madaallee wal haa dandeenyu!

Rakkoon yoo jiraate marii keenya golatti, maasii keenya keessatti haa xumurru. Gadi teenyee, wal dhageenyee, dhiifama waliif gochaa, dhaloota boruu ijaarruutu nu eeggata!

Galaanni gara barii qajeele dambali’uu malee, gara burqaatti duubatti hin deebi’u. Oromoonis galaana tarkaanfii malee, galmee duubatti deebi’u hin tabu!

Wonchi Tube studio 💎
28/04/2026

Wonchi Tube studio 💎

Tarkaanfii jalqabaa jireenyaa …
10/03/2026

Tarkaanfii jalqabaa jireenyaa …

Address

4 Kilo
Addis Ababa

Telephone

+251921707800

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wonchi Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wonchi Tube:

Shortcuts

Share