Sagalee Dhugaa

Sagalee Dhugaa Sagalee dhugaa – Sagalee haaqaa fi uummata Oromoo. sagalee tokkummaa dhugaa dha.

Dhugaa tokkoYeroo ammaa kana Oromoo Wallagga Bahaa fi Horro Guduruu Wallaggaa laga Mormoriin ce'ee kan waraanaa jiru 90%...
27/09/2026

Dhugaa tokko

Yeroo ammaa kana Oromoo Wallagga Bahaa fi Horro Guduruu Wallaggaa laga Mormoriin ce'ee kan waraanaa jiru 90% finxaalessa faannoo kan Kaasee Gojjam keessa socho'udha!

Gareen Wallagga keessatti duraan of ijaaree saba keenya rakkisaa ture akka gaariitti hojii ofii argatee jira.

Garee Wallaggaa kana lubbuu baraaruufi kan jarri Mormor gamaa as duulaa jirtu!

amma jirruun yoo jabaannee itti fufne, waan faannoo of jedhu kana ni dhabamsiisna!

Fact

Right now, in East Wollega and Horro Guduru Wollega, a war is being fought along the Mormor River, and 90% of it is being carried out by the so-called "Zammanee" fanos (militants) operating in the Gojjam area!

The Wollega group that had previously organized itself and was troubling our people has now found its work well done.

This Wollega group is sacrificing its lives, while those called Mormor are advancing from the other side!

we stay united as we are now and continue, we will eliminate this so-called fano!

  aanaa Kiiramuu biyyee gabbataa cinatti Albuudni "Warqee"  bakkoota hedduutti argamaa jira!  hojii dhiisee gara sanaatt...
27/09/2026

aanaa Kiiramuu biyyee gabbataa cinatti Albuudni "Warqee" bakkoota hedduutti argamaa jira!

hojii dhiisee gara sanaatti dacha'aa jira!

oromoon illee silaas dachee isaati haa qotatu, finxaaleyyiin faannoo garuu meeshaa warqee calalu fidanii ittiin saamaa jiru!

xiyyeeffannoo gochuu qaba!



M. Kiiramuu Press

Godina wallagga bahaa aanaa Kiiramuu Gandoota sadii keessatti Albuudni "Warqee" hedduuminaan argamuun qotamaa jira!Gando...
27/09/2026

Godina wallagga bahaa aanaa Kiiramuu Gandoota sadii keessatti Albuudni "Warqee" hedduuminaan argamuun qotamaa jira!
Gandoota Albuudni warqee keessatti argames;

1. Ganda Lalistuu somboo bakka addaa Dubbuq jedhamu, bakka kanaa finxaaleyyii faannootuu baafataa jira, meeshaa warqee calalu bitanii!

2. Ganda Margaa jirenyaa_ bakka kanaas kallattii tokkoon uummata oromoo, kallattii biroon ammoo faannoo fi deggertoota isaaniituu baafataa jira!

3. Ganda Waastii_ bakka kanaa ammoo guutummaa guutuu uummata oromootuu baafataa jira!

oromiyaa, warqee oromiyaa, lafa gabbataa oromiyaa fi daangaa oromiyaaf eegumsi ta'uu qaba! Finxaaleyyiin faannoo sana arganii humna hedduuminaan as galchaa jiru!

godhaa

M. Kiiramuu Press
Sagalee Dhugaa

Nan dubbadha!Gaaffiin Oromoo baay’edha Isaan keessaa tokko Taayyedha!Salaaletti nama ijoollummaa keenya irraa jabina isa...
27/09/2026

Nan dubbadha!

Gaaffiin Oromoo baay’edha
Isaan keessaa tokko Taayyedha!

Salaaletti nama ijoollummaa keenya irraa jabina isaa dhagahaa guddanne keessaa tokko Obbo Taayyee Danda’aati. Sana cinaatti barri nuti dararama isaa hin dhageenye hin jiru.

Obbo Taayyee danda’aa hagan dhagahee fi beekutti jabina ejjennoo isaa fi waan dubbateen yoo nama mufachiisee beeke malee harki isaa hannaa fi dhi**ga irraa bilisa.
Dantaa waloo(uummataaf)
malee dantaa dhuunfaaf nama wal dhabeen hin qabu.
Waa’ee ejjennoo isaa hin beektan jedhee isinitti himuuf miti beektu. Isintu fala jennaan namni namni isa caalaa waardiyyaa isiniif dhaabbate hin jiru.
Haalli haalli keessan itti fakkaachuu didnaanis namni isa caalaa laphee dhiibee isin dura dhaabbate hin jiru.
waan itti hin fakkaanne irra dibaa hin beeku.
Ilmuma dhiiraatu akkana!

Hidda dallaa ittiin ijaarrattan keessaa tokko dirmammuu isaatii Taayyee hin dararinaa.

Obbo Taayyee Dandaa’aa ijji namuutuu isaaf boossee malee isaan boossee hin beektu!

Biyya warri harki xurii meeqaatamni itti bashaanu
Akkamiin Taayyeen orma caalaa isinitti hin aanu?

Jabaa hidhuun biyyaaf rakkoodha malee fala hin ta’uu
Taye Dendea nuuf hiikaa!

Write: Etika tefari🖊️🖊️

26/09/2026

jiruu kanuma

26/09/2026

Kanas Dhaggeeffadhaa!

Dargaggoonni Tigray lola akka hin barbaanne ifatti agarsiisaa jiru. Adda waraanaa hundarratti harka kennachaa jiru.
26/09/2026

Dargaggoonni Tigray lola akka hin barbaanne ifatti agarsiisaa jiru. Adda waraanaa hundarratti harka kennachaa jiru.

Guyyaa kaleessaa fulbaana 15/2019 humni finxaaleyyii faannoo Amaaraa bulchaa  Aanaa Noonnoo Obbo   irratti yaalii ajjeec...
26/09/2026

Guyyaa kaleessaa fulbaana 15/2019 humni finxaaleyyii faannoo Amaaraa bulchaa Aanaa Noonnoo Obbo irratti yaalii ajjeecha raawwatte turte.

Akkuma beekamu bulchaan Aanaa Noonnoo nama ijjannoodhan finxaaleyyii kana dura dhaabbataa ture. Hooggansa jabaa diina jala taa'ee qe'ee fi lafa Oromoo kabachiisa jiru kana galaafatte oolte. Waaqni oolchee jira. Uummanni keenya hidhatee qe'ee isaa akka eeggatuu fi humna badii kana dura akka dhaabbatuuf nama ifaan ifatti qabsaa'aa jiru dha.

Aanaan Noonnoo akka Godiina Shawaa Lixaatti lafa diriiraa oomisha midhaan garagaraaf ooltu ta'uun ishee beekamaadha. Alagaan kana bareet irratti cichee nama keenya fixaa oola. Nuti ammayyuu bu'aa lafa keenyaa hin barre.

Warri comfort zone taa'anii diina jala kaatan Bulchaa kanarraa fakkeenya fudhatuu qabu ture. Lafa kee irratti duutee biyyoo ta'uun dirqama taati. Biyyoo biyya Abbaa Ofii yoo jiran niqotatu, yoo du'an ni uffatu!

Oromiyaa keessatti Amhaarri tokko yoo aj-j-eeffame,Oromoo dhibba tokko aj-j-eefna. Beneshaangul Gumuz keessatti Amhaarri...
26/09/2026

Oromiyaa keessatti Amhaarri tokko yoo aj-j-eeffame,Oromoo dhibba tokko aj-j-eefna.
Beneshaangul Gumuz keessatti Amhaarri tokko yoo aj-j-eeffame, Gumuz dhibba tokko aj-j-eefna" Komander Samuel Baledil. Faannoo Amhaaraatti, ajajaa duula Adwaa Gondor.

 "Har'aa karaa Aanaa Jiillee Dhummugaatin lolaatu deema jira. Finxaaleyyii faannootin namni lamaas warreegamani jiru. Ij...
25/09/2026


"Har'aa karaa Aanaa Jiillee Dhummugaatin lolaatu deema jira. Finxaaleyyii faannootin namni lamaas warreegamani jiru. Ijjoolee tenyaa irraa bakka Loon tiksuunitii faannoon marsiite osoo quba hin qabatin Ijjoolee fixee. Lolli diina ofirraa ittisuu galgala kanas itti fufee jira.quba nu qabadha!!"

Address

Finfinee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share