Labata Magazine

Labata Magazine Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!

26/03/2025

ɪғᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴋᴏᴏ💡

Nama keessaa-alatti yaaduuf qabxileen jiraachuu isaaf sababa ta'an waan inni fudhatu miti waan inni kennudha.
Baay'een keenya waan ta'uu qabnu beekna; akkamitti gaaffii jedhuuf yoo jireenyaan leenjifamne malee kan hojjechuun nuuf ta'u beekuun qofti kitaaba qajeelfama sirrii qabate malee jireenya sirriitti jiraatame waan bakka hin buuneef leenjifamuun dirqama.

Maalumaafuu, hojii Waaqni Siin ilmaan namootaaf hojjechuu jaallatetti abdii hin kutiin malee jireenyikee Ifa ilmaan namootaa ni ta'a.
"ʏᴏᴏ ᴀᴛɪ ᴏғɪɪғ ʜɪɴ ᴛᴀᴀɴᴇ; ᴇᴇɴʏᴜ ᴀᴋᴋᴀ ʏᴀᴀᴅᴅᴜ sɪɪғ ᴛᴀ'ᴀ, ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴜᴜɴ ᴋᴇᴇ ɴᴀᴍᴏᴏᴛᴀ ʙɪʀᴏᴏғ ʏᴏᴏɴ ᴛᴀᴀɴᴇ ʙᴜ'ᴀ-ǫᴀʙᴇᴇssᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴋᴇ ᴍᴀᴀʟɪ" ?

Jecha Jeneraalli waraanaa dubbate tokko na dhiba !
"Waraanatti osoo hin galiin dura of-ittisaa akkamiin diina rukutuu akka dandeenyu sirriitti karoorsina. Erga waraanatti seennee garuu karoorri keenyaaf waanti nu mudatu wal hin fakkaatu, karoorri baafne homaa akka nun fayyadne argina. Yeroo utuu hin gubiin karoora haaraa dhugaa keessa jirru fakkaatuun lola itti fufna" jedhe.

Jireenya keenyaanis wantoota arguuf karoorsine caalaa taatewwan haaraa hin eegamne argineerra.
Karoora haaraa baasuufis hamilee hin dhabne. Jireenyi Ifa ilmaan namootaa ta’uuf uumame haalota jala dhokachuun waanuma hin tolle !
Leenjifamnee ol jennee jiraachuun murtoo irra hin deebi'amne !

Labata Printing and Advert
Labata Magazine

Send a message to learn more

TRAINING PROGRAMBRIDGE INTERNATIONAL COLLAGEShort Term Course On Web Development and Graphic Design"Elevate your skills,...
15/07/2023

TRAINING PROGRAM

BRIDGE INTERNATIONAL COLLAGE

Short Term Course On Web Development and Graphic Design

"Elevate your skills, Ignite your imagination, Invest in your Future: Dive into summer Coding and Graphics Training program"

Register Now
Duration: Two months
Location: Burayu, beside of the City Administration
For more contact us:
+251937742636
+251921179292
https://t.me/Labatamagazine/846

https://www.youtube.com/watch?v=TURl7tbenOU Rakkoon Toophiyaa Oromoodha kan Oromoo immoo Toophiyaadha !Ayyaanni maali? O...
31/05/2023

https://www.youtube.com/watch?v=TURl7tbenOU

Rakkoon Toophiyaa Oromoodha kan Oromoo immoo Toophiyaadha !
Ayyaanni maali? Oromummaan hoo?

Toophiyaa Oromoodha kan Oromoo immoo Toophiyaadha !Ayyaanni maali? Oromummaan hoo? #...

Ramadan Kareem to all of Muslim brothers and sisters! Hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ji'a kabajaa sooma Ramada...
02/04/2022

Ramadan Kareem to all of Muslim brothers and sisters! Hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ji'a kabajaa sooma Ramadaanaa kan bara 1443’tiin isin ga’e.

30/03/2022

ᴀʙᴅɪɪ✨

Yoo ati waan gaarii ofiif hin
yaadne namni waanta gaarii siif yaadee afata miidhagaa siif afu hin jiru. Siif namni gaarii fi qajeelaan si qofaa dha.

Siin ala siif namni dursee wanta gaarii siif galaasu hin jiru. Wanta gaarii argachuuf immoo dhamaatii si gaafata. Yaada, yeroo fi nama qabdu waliin tumsitee geepha mo'ichaa gonfatta.

© Isaayyaas Ittafaa

Labata MagazineBaga guyyaa Dubartoota Addunyaa   geessan.Maxxansa 10ffaa👇👇
08/03/2022

Labata Magazine
Baga guyyaa Dubartoota Addunyaa geessan.
Maxxansa 10ffaa👇👇

Barruu Labata maxxansa 10ffaa Labata Magazine 10th Edition Adoolessa 9, 2021 https://t.me/labatamagazine

Adwa
02/03/2022

Adwa

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Labata Magazine posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category