Kiyya tulama

Kiyya tulama

05/05/2024

.

Injinar Hundumaa Baqqalaa Qinaaxxii Hojii Gaggeessaa Olaanaa Konstrakshinii fi Riil Isteetii Magaalaa Shaggar ta’uun muudaamaniiru.Ogeessa Cimaa kana fiduun Shaggar irratti murteessaadha.Bara hojii gaarii siif hawwina ‼️

03/12/2023

Guyyaa boruu Eebba kitaaba "Daandii Isaanii "nurraa hin hafinaa waaree booda
Adaamaa galma sinimaa olyaad.

08/10/2023

Today's best Photography ❤️

02/09/2023

Today,s Best photo
❤💚❤️‍🩹🖤💖💔✅️














MeskiMeski Menge LoverseMeski Menge LoversrMeski Menge LoversiMeski Menge Fan'seMeski Menge Fan'ssMeski Menge Fan'soEthiopian Artist-የኢትዮጵያ አርቲስቶችsEthiopian Artist-የኢትዮጵያ አርቲስቶችቶEthiopian Artist-የኢትዮጵያ አርቲስቶችeLense LemessasLense LemessasAddis Ababa, EthiopiaaAddis Ababa, EthiopiaAddis Ababa, EthiopiaoAddis Ababa, EthiopiaoEthio Love 🌹💓✔️ 🌹💓✔️Ethio Love 🌹💓✔️Ethio Love 🌹💓✔️Ethio Love 🌹💓✔️

02/09/2023

♨️🤩🥰🥰🤩♨️












02/09/2023
28/08/2023

Hariiroo fi walitti dhufeenya biyyootaa alaa kabaja lammiiwwaniitiif dursa kenneen biyyi keenya Itoophiyaan milkaahinoota garaa garaatiin dabaalamtee fuula duratti imalaa jirti.

Imaammatni hariiroo alaa biyya keenyaa wal dorgommii fi wal deeggarsa gidduutti madaala jiru eeguudhaan garaagarummaa jiru dhiphisaa, walii galtee fi walitti dhufeenya ammoo guddisaa adeemuu irratti kan xiyyeeffate yemmuu ta’u, dippiloomaasiin hunda galeessi kabajaa fi faayidaa biyyaa eegsisuu danda’u qixaan hojiirra akka oolaniif sochii taasifamaa jiruunis firoota baay’ifachaa, maqaa gaarii biyya keenyaa ijaaraa fi kabaja isheetis mirkaneessaa galmoota walitti dhufeenyaa biyyoota garaa garaa waliin qabnu milkeessuu irratti argamna.

Itoophiyaan biyya seena qabeetti, dhageettii fi fudhatamummaa ol’aanaa qabdu ta’uu ishee hojii dippiloomaasii bu’a qabeessa ta’e raawwachuudhaan mirkaneessuu irratti argamti. Dhugaa Itoophiyaanotaa, darbees Afrikaa addunyaatti agarsiisuudhaan gamatti hariiroo faayidaa fi fayyadamummaa waliinii dhugoomsu diriirsuudhaan sochii milkiin dabaalamee gaggeessaa jirti.

Imalli badhaadhina biyyaa hariiroo fi walitti dhufeenya bu’a qabeessaan jabaatee galma ni gaha.

27/08/2023
27/08/2023

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kiyya tulama posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kiyya tulama:

Share