Mootii Jaalala

Mootii Jaalala Wal jaaladhaa

08/08/2023
Walqunnamtii saalaatiin dhiira maraachuuf dubartiin maal gochuu qabdi?????Walqunnamtiin saalaa qaamni jara lamaanii wali...
07/08/2023

Walqunnamtii saalaatiin dhiira maraachuuf dubartiin maal gochuu qabdi?????

Walqunnamtiin saalaa qaamni jara lamaanii walitti galuu qofaan kan ibsamu miti. Ilaa yaa obboleettii tiyya, jaalalleenkee gaafa jaalalaaf si gaafatu miidhaginakee ilaaleti. Si wajjin kan jiraatuuf ammoo beekumsa jireenyaa ati qabduun booji'amee akka ta'e beeki. Beekumsi jireenyaa kunimmoo walqunnamtii saalaatiin isa gammachiisuu dabalata. Yoo siree irratti gameettii taate carraan jaalalleekee waliin jiraachuu ajaayibatti guddata.

1) Boosettii hin ta'in. Dhiirri dubartii boosettii faana walqunnamtii saalaa gochuu baayyee jibba. Qulqullooftuu ta'i. Makeup godhachuu keerra, bishaan uummamaatin qaamaa fi uffatakee yeroo hunda yoo dhiqatte, jalqabumarraa si wajjin ciisun isa gammachiisa.

2) Dhibooftuu hin ta'in. Yeroo jaalalleekee bira jirtu yaadan hin badin. Naqqee ta'i yaadasaa hubadhuuf. Waan inni siin jedhee sababa malee hin didin. Fknf kallattii walqunnamtii saalaa inni gaafateen kenniif. Yoo duubaan barbaade oljedhii qophaa'iif, akka garaa isaatti yaa habbuuqu😅 malee hin rincicin inni guyyumaan si caqaccaquun isa nuffisiisa.

3) Abbaa warraakee ykn jaalalleekee siree irratti kunuunsi. Maal akka barbaadu gaafadhu. Waan hunda inni dhiira jettee isarratti hin laalin. Diilallooftee kokotteeffattee ciisuu osoo hin taane qophooftuu ta'i. Yeroo tokko tokko ati isa irra bahiti qaamasaa ho'isi. Yeroo walqunnamtii saalas humnaan deeggari malee isuma hin dadhabsiisin.

4) of hin dhoksin. Buqushaakee dabalatee qaama kee guutuu isa dhoksuun sirra hinjiru. Uffata ofirratti hin harksinbboo. Akka barbaadetti ilaaluu, dhungachuu, arraabbachuu qaba. Yeroo qaamasaa sitti seensisuuf jedhu, qoyi anatu siif galcha jechuukeerra, inni laallatee yoo galche gaaridha.

5) Sagalee dhageessisiif. Darbii darbii , akka waan si gaggabsee of godhi. Xixxibaari garuu, iddoo jirtu ilaalladhuutii. Akka hin dabbarretti, jechoota baalagees itti mammakii odeessi. 😅😅Ija adii olgaragaggalchi aadi😀

07/08/2023
07/08/2023

Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala yeroorratti ibsa kenne

"Itiyoophiyaan biyya qormaataan cimtudha"
Itiyoophiyaan duriirraa eegaltee qormaata keessa darbuun har’a kan geesse yoo ta’u tokkummaafi itti fufinsishee bu’uura cimaarra akka dhaabatu kan taasisan keessa gamtaafi tokkummaan uummatashee ol bahee kan mul’atudha. Kana waan ta’eefis dhimmi jiraachuu uummatashee daraanuu kan walitti hidhatedha.

Ummata biyyattii walitti hidhuu baraa bara ce’aa kan ture keessaa inni ijoon tokko raayyaa ittisa biyyaati. Raayyaan ittisaa keenya erga hundaa’ee kaasee sabaafi sab-lammoonni biyyattii marti kan keessatti of arganiifi sab-daneessummaan daraan kan keessatti mul’atu keessa isa ijoodhas raayyaan keenyas birbadummaa biyyaafi daangaa biyyaa eeguun biyyasaa tajaajilaa tureera ammas tajaajilaa jira.
Jaalala biyyaa kan qabu ilma uummtaa kan ta’e raayyaan ittisa biyyaa keenya biyya keessas ta’e sadarkaa idil addunyaatti ergama itti kennamu mara gootummaaan raayyaa bahaa jirudha.

Gaachana biyya keenyaafi yeroo hunda eegduu nagaa keenyaa eeguun diinota biyya alaafi finxaaleeyyii biyya keessaa yeroo addaa addaatti gufuu itti ta’an fashaleessuun Itiyoophiyaan kabajaafi birmadummaashee guutuu eeggattee akka itti fuftuuf dhiigasaa dhangalaasee, lafeesaa cabsuun, lubbuusaa bakka bu’iinsa hin qabne aarsaa taasisaa raayyaa ittisaa turedha.

Dhaabbata biyyaa kabajamaa kana diinonni biyya keessaafi alaa qindoomuun olola sobaan maqaa gurraachisuuf dhama’anis raayyaan ittisaa keenya tokkummasaafi sab-daneessummaasaa eeggatee dirqamasaa gootummaan bahaa jira. Waan ta’eefis Raayyaa Ittisa Biyyaa tuquun birmadummaa biyyaa tuquu ta’uun beekamuu qaba.

Carraan uummata Itiyoophiyaa daraan walitti hidhata qabaatee utuu jiruu gareen finxaalessi gaaffii Naannoo Amaaraa waan dhiheessu fakkeessuun qawwee kaasee raayyaa ittisa biyyaa miidhaa naannicha dirree waraanaa taasisaa jira.
Naannichi dhalattoota achumaa bahaniin bulaa utuu jiruu uummanni Amaaraa uummata biyyattii biroorraa addatti gaaffii biraa akka qabu fakkeessuun qawwee kaasuun karaa qaxxaamuraan gara aangootti dhufuuf jecha naannichatti gareen kun hookkara uumeen uummanni gama hawaas-dinagdeefi tajaajila biroon duubatti deebi’aa jira.

Waggoota lamaan darban waraana Kutaa Kaaba biyyattiitti mudatee tureen miidhaa hamaaf saaxilamee kan ture naannichi ammallee rakkoo keessaa akka hin baaneef gareen ofitteefi saamtotaa kun uummaticha gidiraatti galchaa jira.
Uummata Amaaraa kan biyyattii waliin hidhata gama hedduu qabu waqtii gannaa eeguun lafasaa qotatee akka inni hin misoomneefi yeroo dhufus qormaataa keessa akka turuuf gareen kun gufuu itti ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaafi uummanni naannichaa daraan hubachiisa.
Uummanni Amaaraas ta’e uummanni biyyattii marti mootummaa filannoon hundeessaniin lammileen waloomaan akka fayyadamaniif cichoominaan hojjetaa jira.
'Ani yoon bulche malee’ biyyi hin dhaabatu, yaadama jedhu qabatee gareen finxaalessi kun gaaffii uummataa fakkeessuun dheebuu aangoof jecha mootummaa naannichaa dadhabsiisuun naannicha jeequun faayidaa uummatichaa gama hawaas-dinagdeefi siyaasaan haalaan miidhaa jira.
Jaarraa 21 keessa jirru kanatti wanti afaan qawween deebii argatu tokkollee kan hin jirre ta’us gidiraa uummaticharra gahaa jiruuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa ni gadda.
Waan ta’eefis Mootummaafi uummanni Naannichaa sabaafi sab-lammoota biyyattii biroo waliin ta’uun garee fixaalessa kana dhabamsiisuuf kan tumsu ta’uu ibsuu barbaada.

Mootummaa Naannoo Oromiyaa.
Hagayya 01,2015
Finfinee.

28/07/2023

🌻 መነሻው አንተ ነህ🌻

አንተ ለራስህ ያለህ አመለካከት ጤናማ ካልሆነ ሌሎች ላንተ ያላቸው አመለካከት ጥሩ እንዲሆን ፈጽሞ አትጠብቅ። እነርሱ ላንተ የሚያሳዩህ አንተ የምትፈልገውን እና የምታሳየውን ነው። ስለዚህ ሰዎች ላንተ ያላቸውን አረዳድ እና አመለካከት እንዲቀይሩ ከፈለግህ አንተ ለራስህ ያለህን አመለካከት እና አረዳድ ቀድመህ ቀይር። ለውጡን ታየዋለህ።

━━━━━━✦✗✦━━━━━━━
ምርጫዎ ስለሆነ እናመሰግናለን 🙏

28/07/2023

𝐃𝐔𝐁𝐀𝐑𝐓𝐈𝐈 𝐅𝐄𝐃𝐇𝐈𝐈 𝐁𝐀𝐀𝐒𝐔𝐔
★★★★★★★★★★★★★

↘️ Akkuma yeroo hunda dubbannu yeroo walqunnamtii saalaa dhiira kan gammachiisu yoo jiraate dubartiin inni waliin raawwatu sun yoo fedhii baatedha. Callisneetuma dukkana keessaa rakkachuu irraa karaalee ittiin yeroo raawwannu kamuu jaalallee keenya ittiin gammachiisnu baruun murteessadha.

➪𝐘𝐚𝐚𝐝𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮 : Yeroo walqunnamtii saalaa raawwachuuf deemnu san ishii fedhii baasuf akka nama deemuttu of lakkaa'un hin barbaachisu. Sammuutti yaadun dafnee akka gadi lakkifnu waan nu godhuuf dhiphachuun hin barbaachisu.

➪ 𝐈𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐐𝐢𝐧𝐱𝐢𝐫𝐢𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮 : Iddoo qinxirii kan hin beekne jiraa? Akkuma beekamu dubartiin daftee fedhii ba'uuf qinxirii caalaa iddoo filatamaan biraa hin jiru. Dubara irraa gara dubarattii uumamni qinxirii gargari. Tokko tokko guddaatee gubbatti mul'ata. Tokko tokko immoo hin mul'atu kessatti gadi jiraa. Sakatta'aanii baruun barbaachisaadha. Kan warra sirritti kittaanamii qinxiriin ammana waan hin barbaachifneef nafsaaluma raawwachuu malee qinxirii barbaachan yeroo gubuun hin barbaachisu.

➪ 𝐃𝐢𝐛𝐚𝐭𝐚 : Qaamni saalaa dubaraa yeroo walqunnamtii saalaa dhangala'aa ni maddisiisa. Yeroo tokko tokko garuu xiqqaachuu yookin goguu danda'a. Qaamni goggoogaa raawwachuun immoo fedhii ba'uun haa hafuutii waan dhukkuubuuf walqunnamtii saalatiif akka ishiin hin eeyyamne godha. Kanaaf dibata kanaaf barbaachisu bituudhan qaama saalaa dhiiratti dibuun, kan ishiitti xiqqeessanii gubbaatti dibuun raawwachuun gaaridha.

➪ 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐠𝐨𝐨 : Walqunnamtii saalaa caalaa dubartiin dhungoo bareedaa jaalatti. Yeroo raawwachuuf jettu dhungatte ta'a. Ta'us garuu yeroo raawwattus dhaabuu hin qabdu. Dhungachaa raawwachuun xiyyeeffaanoon kee raawwachuu qofarra akka hin taanee waan godhuuf carraa irra turuu kee siif dabala. Hidhii ishii qofa osoo hin taane yeroo raawwattu san bakka hidhiin kee dhaqqabe kamuu dhungadhu.

➪ 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 : Dubartii caalaa waan ishiin barbaaddu dhiirri kamiyyuu beekuu hin danda'u. Kanaaf yeroo raawwatamu san maal akka ishiin barbaaddu gaafachuun barbaachisaadha. Eessa kee yoon siif tuqe wayya?, Aariitii koo dabalumoo xiqqeessuu? Poosishiinii akkamii jaalatta? fi kkf gaafachuun walqunnamtii saalaa bareedaa isin lachuu itti gammaddan raawwachuuf isin gargaara!

Aareen uffata baafadhee taa'aa jira.
27/07/2023

Aareen uffata baafadhee taa'aa jira.

Halkan gaarii
27/07/2023

Halkan gaarii

Faaraan maali?
25/07/2023

Faaraan maali?

FAAYIDAA WALQUNNAMTII SAALAA☆•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••☆Wal quunnamtiin saalaa gammachuu miira keenya...
25/07/2023

FAAYIDAA WALQUNNAMTII SAALAA
☆•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••☆
Wal quunnamtiin saalaa gammachuu miira keenyaa qofaaf osoo hin taane fayyummaa qaama keenyatiifis murteessadha. Mukaa'uu irraa jalqabee hanga kaanseriif saaxilamuu hir'isuu danda'a. Jaalalleewwan lama warra wal quunnamtii saalaa hin raawwanne caala warra raawwatan gidduu hariiroo cimaatu jira. Kabajaa fi jaalalli isaan walii qaban kan addaati. Qaamni keenya dhukkuba ofirraa akka ittisuu fi hirriba bareedaa akka rafnu nu taasisa.......

FAAYIDAALEE WAL-QUNNAMTII SAALAA
===========
➵ Dhiibbaa garaagaraa xiqqeessuuf
➵ Dhiibbaa dhiigatiif
➵ Dhukkubbii xiqqeessuuf
➵ Dhukkuboota birootiif
➵ Jaalalaaf
➵ Fayyina onneetiif
➵ Kaanseriidhaaf
➵ Umurii dheeressuuf
➵ Fedhii horachuuf
➵ Sochii qaamatiif
➵ Bareedinaaf
➵ Fincaan too'achuuf
➵ Laguudhaaf
➵ Gogiinsa naf-saalaatiif
➵ Dubartii ulfaaf
➵ Daa'ima garaa jirtuuf
➵ Hirriibaaf
➵ Hojiidhaaf....

Mootiiii Jaalalaa

Dhiirri dhabame.Maalnuuf wayya
25/07/2023

Dhiirri dhabame.
Maalnuuf wayya

Address

Addisa Ababa
Addis Ababa
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mootii Jaalala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mootii Jaalala:

Share