Tulluu Giraar

Tulluu Giraar Tokkummaan Humna!!!

Waliif, waliin haa dhaabbannu!Aantummaa waliinii fi jaalala biyyaaf qabnu gochaan mul’isuu, rakkoolee diinagdee fi hawaa...
30/07/2025

Waliif, waliin haa dhaabbannu!

Aantummaa waliinii fi jaalala biyyaaf qabnu gochaan mul’isuu, rakkoolee diinagdee fi hawaasummaa bu’uuraan furuu kan nu dandeessisu kenna tajaajila lammummaati. Kan qabnurraa gumaachuudhaan wal deeggaruudhaan imala ijaarsa biyyaa haa tumsinu. Tajaajilli lammummaa utubaa guddinaa fi badhaadhinaati.

Tajaajila Lammummaa; Dhaloota Dorgomaa Uumuuf!Tajaajilli lammummaa utubaa guddinaa fi badhaadhina biyyaati. Hojiin eebbi...
30/07/2025

Tajaajila Lammummaa; Dhaloota Dorgomaa Uumuuf!

Tajaajilli lammummaa utubaa guddinaa fi badhaadhina biyyaati. Hojiin eebbifamaan kun dhaloota beekumsa, dandeettii fi qabeenya isaa gumaachuudhaan sochiilee hawaas diinagdee keessatti adda durummaadhaan hirmaatu, gama hundaanis dorgomaa ta’e uumuu kan dandeessisudha. Tajaajila lammummaa irratti hirmaachuun gahee keenya haa bahannu, egereedhaaf bu’uura haa keenyu.

Tajaajila Lammummaa, Furtuu Rakkoo Hundaa!Lammin hunduu bakka, umrii, saala, akkasumas sadarkaa jireenya isaatiin osoo h...
30/07/2025

Tajaajila Lammummaa, Furtuu Rakkoo Hundaa!
Lammin hunduu bakka, umrii, saala, akkasumas sadarkaa jireenya isaatiin osoo hin daanga’in hojii kenna tajaajila lammummaa irratti hirmaachuu fi gahee lammummaa bahachuun murteessaadha. Tajaajilli lammummaa hojii eebbifamaa wal tumsa itti dagaagfannu, hariiroo itti jabeeffannu akkasumas rakkoo walii, hirmaannaa walootiin itti furannudha.

Dhaabuudhaan Bayyanachuu!☘️Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Bara Kanaatiin Adoolessa 24/2017 guyyaa tokkotti biqiltuu Miliyo...
30/07/2025

Dhaabuudhaan Bayyanachuu!☘️

Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Bara Kanaatiin Adoolessa 24/2017 guyyaa tokkotti biqiltuu Miliyoona 7️⃣0️⃣0️⃣ dhaabuuf qophiin xumurameera.

የኤርትራ እና የግብፅ ፈረሶች (የመጫወቻ ካርዶች) ዛሬም እነዚህን ገልቱዎች ተጠቅመው ኢትዮጵያን የብጥብጥ ማዕከል ለማድረግ እየሰሩ ነው! በተለያየ ዘመን ባንዳዎች ቢኖሩም ኢትዮጵያን እና ኢት...
26/07/2025

የኤርትራ እና የግብፅ ፈረሶች (የመጫወቻ ካርዶች) ዛሬም እነዚህን ገልቱዎች ተጠቅመው ኢትዮጵያን የብጥብጥ ማዕከል ለማድረግ እየሰሩ ነው! በተለያየ ዘመን ባንዳዎች ቢኖሩም ኢትዮጵያን እና ኢትዮጵያዊነትን አሸንፎ አያውቁም!! አይሳካላቸውም!

Gantuu Uummata ofii irratti  Diinaaf Ergamtu!!
26/07/2025

Gantuu Uummata ofii irratti Diinaaf Ergamtu!!

Baandaa diinaf meeshaa taatee saba keenyaa boosiftu , nagaa fi tasgabbii dhowwatuu yoom illee hin dagannu .
26/07/2025

Baandaa diinaf meeshaa taatee saba keenyaa boosiftu , nagaa fi tasgabbii dhowwatuu yoom illee hin dagannu .

21/07/2025

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tulluu Giraar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share