Tola Ooltummaa

Tola Ooltummaa Badhaadhina kulasa.

08/02/2025

Hanga ammatti followera/friend meeqa qabda naan jennaan
Ani hanga ammatti anumaa jaartii tiyya qofa.

23/12/2024

[Waliif Qoodaa!]
Sadarkaa Barnootaa Kutaa12ffaa-Degree Kamiyyuu ilaallata.
=========================================
Dhaabbanni ARKA GENERAL CONSTRUCTION PLC Beeksisa Qacarrii baasee jira.

1.Gita hojii- marketing, Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi Raabsaa akkasumas Haala Mijeessitoota hedduu.
2.Mindaa- 6,369 hanga 10,000 fi Qarshii 750 kan bilbila fi Geejjibaa.
3.Iddoo hojii- Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte fi Magaalaa Jimmaa.
Ulaagaalee fi Dandeettii
1.Sadarkaa barnootaa-Kutaa 12ffaa fi Degree Kamiyyuu.
2.Koorniyaa-Lachuu.
3.Guyyaan Galmee hanga:15/04/2017.

Guutuu Beeksisa Kanaa fi Gitoota hojii haaraa duwwaa guyyaa guyyaan bahu argachuuf Telegram Channel kanaa gadii ilaalaa

👇👇 👇👇👇 👇👇👇
https://t.me/dajenebekelepage

hiriyyoota Keessaniifis Qooduun yoo xiqqaate riqicha carraa nama tokkoof Ta'aa.




14/12/2024
14/12/2024
14/12/2024
23/09/2024
Jijjiiramni ta'aanii dhufu hin jiru
23/09/2024

Jijjiiramni ta'aanii dhufu hin jiru

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tola Ooltummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share